Yoo xiqqaate namni tokko namoota 10 garee kanatti dabaluun dirqama
⚠️ #Salaale qe'een Magarsaa Badhaadhaa, Abbichuu Bayyanaa, Agarii Tulluu, Jimaa Tulluu, Jeneraal Taaddasaa Birruu, Hayilamaaram Gammadaa, Wasanuu Diidoo fi Ababbaa Biqilaa har'a akka kanatti mad*oftee yoo boottu arguu caalaa wanti nama dhukkubsu hin jiru, haadhoo koo rabbi dhi*ga keessan hin gatin. Waan biraa homaa waan jennu hin qabnu.!😢😭
Share➬ @Danbalii_jaalala
Share➬ @Danbalii_jaalala
Telegiraamii waan fayyadamtaniif qofa akka siniif kaffalamu beektuu? Odeeffannoo guutuu argachuu warreen barbaaddan kunooti
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
Utuu lammiin kiyya
Nagaa dhabee aaduu
Rakkoon lakkuu taatee
Jireenya isaa waaduu
Utuu haati hiyyeessaa
Akka malee cabduu
Qe'eedhaaf qabeenyaa
Ijoolleeshees dhabduu
~
Utuu Sabni nagaan
Rasaasaan waadamuu
Kolfi naan hin jedhiin
Kolfuun hin yaadamuu!
SALAALEE KOO 😭😭
Dubbachuunis dhiisunis tokkuma tae.
"...jabana qaammen hin jijjiirre!"
📣Warraa group old qabdan yeroon gurgurtan ammadha gatiin dabaleera✔️
🚀2017-2019🏷
🚀2020🏷
🚀2021🏷
🚀2022🏷
🚨2023(january to april) 🔺️
✅Inbox na godhaa
❌ location group tahuu hin qabu
❌historyn isaa muldhachuu qaba
🛫Namoota group 10 fi isaa ol qabaniif gatii dabalataan irraa bita 🔥
🔭miseensi 1 gahaadha
Karaa kaffaltii ▶️🏦🏦🏦🏦🏦🏦
📨 @Icoginito ✔️
Laphee nama hata haalli dhiheenyi ishee, kan bifa ishee mitii ni gaha maqaanshee.😘
Читать полностью…uuu
iyyaa taate keenya
dhugaan nurraa maqxee
imimmaan harmee keenya
cobdee lafa yaate
yaa rabbii nuuf falmii
situ beeka dhugaa
kichuutti dhabne beekaa
kana mee maal jennukaa????
akka taanu dhabne
waan jennuu wallalee
bara hedduu turre
imimmaan lolaasa
ol adeema dhabnee
kichuutti awwaalle
maaloo yaa sabakoo
kuni furmaannisaa???
haati deesse hin boossi
ilmaan ishee dhabdee
mar'ummaa guduunfattee
imimmaan dhangalaasa
oliif gadi warraaqxi
akka taatu dhabdee
kan oromoo kun
maaltu badee laata????
Utuu lammiin kiyya
Nagaa dhabee aaduu
Rakkoon lakkuu taatee
Jireenya isaa waaduu
Utuu haati hiyyeessaa
Akka malee cabduu
Qe'eedhaaf qabeenyaa
Ijoolleeshees dhabduu
~
Utuu Sabni nagaan
Rasaasaan waadamuu
Kolfi naan hin jedhiin
Kolfuun hin yaadamuu!
SALAALEE KOO 😭😭
@Danbalii_jaalala
Oduu Ammee
Yuunivarsitii Dirree Dhawaatti hiriirri balaaleffannaa dhohe!
Ajjeechaa tibba kana ummata nagaa salaalee irratti garee Fiinxaaleyyiin raawwatame balaaleffachuun barattoonni Yuunivarsitii Dirree Dhawaa hiriira balaaleffanna geggeessaa jiru.
@asoosama_jaalalaa
1 like was sent to user Telegram
Number of like received by the user so far: 1
👍
Sitti agarsiisu ibsaa magaalaa
Paarkii Finfinnee
Akka waan lammiin kee qe’eetti salphatee
Mormisaa hin citnee!
Siif dhaabaa oolu ‘biliclicii’ kee
Bifa waan hallee
Akka waan diinni ‘’Besimeab” jedhee
Ilma kee hin qallee!
Tv irraa ilaalta misooma lagaa
Misooma dirree
Akka waan aayyoon kee
Dhiigaafi imimmaan coccobsaa hin jirree…
Sitti himaa oolu Itoophiyaan kee baay’ee fagaachuu
Hundayyuu caaltee #Paaris fakkaachuu…
Xinxalaa oolta mukti dhaabame tokko
Yoom akka margu
Mar’umaan cabaa - gidiraa sabaa
Iji kee hin argu!
Biqiltuu tokkoof gatiin adabaa
Kuma dhibba sadii
Kan dhala namaa - kan lubbuu garuu santiimaa gadi!
Oromiyaan kee bakka watwaannaa
Bakka boo’ichaa
Dachee lubbuun namaa santiima hin baafnetti
Maaltu mo’ichaa?
Gandaan wal qoodnee
Garaan hadoodnee
Dhugaas hoodnee…
Gidiraa keessa rafuuf ciisne kaa
Imimmaan keessa rafuuf ciisne kaa
Harmee nu deesseefuu na’uu dhiisne kaa!
Kan kana caalu salphinni jiraa
Natti himaa firaa!!!!
Rabbiin Danda'aadha....
Rabbiin danda'aadhaa
Silas maal dadhabee
Kan Aadam kalaqee
Biyyee waliqqabee
Eega rabbiin bishaan
Walitti itichee
Lubbuu nutti godhee
Uumee nu biqilchee
Hangam barattanis
Hangam yoo beektanii
Hammam guddattanis
Hammam yoo geessaanii
Yeroodhuma xiqqoof
Dachiirra teessaanii
Biyyeetti deebituu
Hundumti keessanii
Jireenya fooyyessuuf
Oliif gad dhamaanaa
Laga meeqa bu'aa
Taabba meeqa baanaa
Biyyerraa uumamnee
Ganaa biyyee taanaa
Zalaalam dachiirra
Waan jiraannu seenee
Maaf badii dalagna
Daangaa rabbii ceenee
Jireenya gabaabduuf
Wal jibbinee argaa
Maqaa walibbaafnee
Wal ilaalla dalgaa
Maalif wal jibbina
Maalif wal hamannaa
Keeyrii gurgurannee
Maaf sharrii shamannaa
Bareeddee uffattee
Gaaf manaa gad ceetuu
Bareennis si malee
Waan uumame hin seetuu
Osoo boonaa kaattuu
Morma kee dabsitee
Daangaa rabbiin kaaye
Harka keen cabsitee
Isa kaan arrabsaa
Isa kaan tuffataa
Kabajaa mulqattee
Salphina uffataa
Kan rabbiin si uumef
Kaayyoo kee dagattee
Daandii nabsiyaan tee
Siin jette qabattee
Qaamaaf qalbii keetin
Haraama dalagaa
Saahiba godhattee
Sheyxaana alagaa
Guyyaan tokko dhufaa..
Guyyaa qabeenyi kee
Wabii siif hin taanee
Guyyaa jabeenyi kees
Wabii siif hin taanee
Guyyaa maatin kan kees
Wabii siif hin taanee
Hangam si jaalatus
Hangam sitti aanee
Guyyaan sun siif jiraa
Hin dagatin lakkii
Dhugaa lafa jiruu
Homaa hin qabu shakkii
Aanaaf aalin keenya
Akkoof akaakiyyeen
Eenyu dheessee bahe
Osoo hinyaatin biyyeen
Biyyeerraa uumamnee
Biyyee ta'uuf jirraa
Akkanaan hin hafnuu
Duunee ka'uuf jirraa
Gaaf guyyaa qiyaamaa
Guyyaa dhaabbiin jabduu
Haatis ilmoo ofii
Gaafas quba hin qabduu
- Wal arguun hin jiruu
Qullaa dhaabatanii
Nabsee nabsee jedha
Hunduu gaafa sanii
Waan har'a dalagneen
Miizaanni dhaabataa
Yoo Kan ofii malee
Eenyu wal yaadataa
Rabbii kee sodaadhu
Kan tolchee si uumee
Isa bareechisee
Dachiirra si shuumee
Gaariif gadhee maraa
Waa meeqa raawwattee
Nabsii kee gaafadhu
Waan boruuf kaawwattee
Kan afaanin jetteef
Kan ijaan ilaaltee
Kan dalagdes ta'ee
Kan dalaguuf yaaltee
Waakkachuu hin jiruu
Hin dandeessu haaltee
Dalagaan kee hundi
Gaafas mazzanamtee
Karra lamaan keessaa
Tokko siif banamtee
Milkoofnan jaannataa
Kasaarran ibiddaa
Fudhachuun dirqamaa
Akkam gootee diddaa
Jaalalli osoo jiruu
Jibba waliif qoodaa
Argaa wal jibbinee
Fayyaa waliin oodaa
Mee of haa gaafannuu
Wanta dabarsinee
Obboleessa meeqa
kan qalbii cabsinee
Isa kaan hamachaa
Kaanis arrabsinee
Yaadachuun dirqamaa
Waan bira dabarree
Kan gurraan dhageenyef
Kan ijaan agarree
Dhufuuf jira guyyaan
Dabaree eeggataa
Gaafas eenyu kolfa
Eenyutu seeqqataa
Wanti balleessine.....
Ifattis yoo ta'e
Kan dukkana keessaa
Gaafas akkamitti
Dhokfachuu dandeessaa
Nama maaltu galche
Jennee wal tuffannee
Yoo dalagnu badii
Dukkana uffannee
Dukkanaa'ee hin hafuu
Gaaf tokko ifaa ta'aa
Hojiin keenya hunduu
Nutti ifa ba'aa......
Kophaas gaafa jirtu
Gaaf nama wajjiinii
Eessas yoo jiraatte
Si arga rabbiinii
Ifattis haa ta'uu
Dukkana keessattis
Jalaa miliqtellee
Hin baatu eessattis
Rabbii samii uumee
Kan dachii diriirsee
Kan halkaniif guyyaa
Wal faana hiriirsee
Fedhii lubbuu keenyaa
Too'achuu dadhabnee
Daandii qajeelarraa
Gara moggaa dabnee
Waa ka dhiisu hin taanee
Ibliis hojii isaa
Takkaa siin wal barraan
Of si wallaalchisaa
Jaannanni osoo jiruu
Jahaannam si dhaalchisaa
Dhara waliqqabee
Dhugaa siffakeessaa
Qabee gad si hin dhiisu
Darbaa sifageessaa
Oduu sobaa fuudhee
Dalgaan sitti hasaasaa
Hamilee siif kennee
Duubaa si kakaasaa
Harkaa baatee hin toltu
Mallisaa gabaabaa
Gaaf tokkotuu oofee
Bag taraa si dhaabaa
●●●●●●●●●●●●●●●●●●●●
Gara Channel Telegram Keenyaa Makamuu Yoo Feetan, JOIN Godhaa, Ykn As XUQAA, Gara Channel keenyaa Dabalamaa.
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
👉 @asoosama_jaalalaa 👈
👆👆👆👆👆👆👆👆👆👆👆👆👆👆
🅰️ 🅰️🅰️🅰️🅰️🅰️🅰️ 🥇 🅰️🅰️🅰️🅰️🅰️🅰️🅰️
🆕🆕🆕🆕🥇THE BIGGEST X EMPIRE AIRDROP🥇
☄️ Claim - @XEMPIRESMXBOT 🌐
🌐 X EMPIRE - First 1000 can receive an AIRDROP 🅰️🅰️🅰️ voucher or coins $X 🥇 worth 400💲
🚀And this is just the beginning! Join Elon Musk's team and earn valuable rewards and 🅰️🅰️🅰️ vouchers or coins $X🪙
Don't miss your chance!
🪙Claim - @XEMPIRESMXBOT🪙
🅰️ 🅰️🅰️🅰️🅰️🅰️🅰️ 🥇 🅰️🅰️🅰️🅰️🅰️🅰️🅰️
🆕🆕🆕🆕🥇THE BIGGEST X EMPIRE AIRDROP🥇
☄️ Claim - @XEMPIRESMXBOT 🌐
🌐 X EMPIRE - First 1000 can receive an AIRDROP 🅰️🅰️🅰️ voucher or coins $X 🥇 worth 400💲
🚀And this is just the beginning! Join Elon Musk's team and earn valuable rewards and 🅰️🅰️🅰️ vouchers or coins $X🪙
Don't miss your chance!
🪙Claim - @XEMPIRESMXBOT🪙
Anan Aayyoo
Ibidda itti kaa'e
Mana ati ijaarrattee
Godaannisa ida'ee
Dhala kee sirraa nyaate
Sirnichi nama lagu
Boqonnaa qe'ee ofitti
Mirga jiraachuu sarbuun
Qomoo koo si doorsifti
Dhiiga isaan boochisaa
Haadholii fi daa'immanii
Nu qaluun nu doorsisaa
Hidhanii nu gaadi'anii
Sabatti jabaattekaa
Waggootni kurnoon
kan rasasaa miti....
Albeen nu waadekaa
Akka hoolaa tuntunoo,
Akka daabboo furnoo
Jabaan dhidhimfamee
Qilileedha Watwaata
Dhugaan liqimfame
Erga balfamee qaata
Immimman dur boonye
Har'a dhiiga gatiinsa
Biqilaan bishaan dhiisee
Dhiigaan eegale latiinsa
Ji'i Daandidha ibsa
Bakkalchi Bari'u labsa
Arrabni dhugaa dabsa
Jedhee qamni nagaa
Morma koo narraa cite
Taasise oduu aaga
Taye T
@Walaloon_Jaalala
Ka'ee deemuree
Salaalee koo Yaa garramii
Kan si qalan alaalattii
Badii maal dalagdee
Jiraachuuf taattafatee
Qee'uma keerratti
Obsa naaf hin kennu
imimmaan haadhaa kootii
Finxaaleeyyii quuftee
Dhiiguma keenya ootii
Anaan Yaa sabaa koo
Kan na gube garaanii
Yoomumaaf qalamnee
Jiraanna baraanii
Du'aan waliif boo'uun
Gatii hin qabu imimmaanii
Jiraanneet walii boonyaa
Yoo duunees waliinii
Kichuu koo Yaa tiruu
Bareeddu mataa luucaa
Si nyaateekaa sanyiin bulguu
Kan sanyiin billaachaa
😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
Bokii. T
Yuuniveersitii mattuu irraa
ҚАНДЛИ ДИАБЕТ СОГЛИҚ УЧУН ЖУДА ХАВФЛИ!
http://uznews.uno/td/?r=18
Сахар касаллиги одамларни қўл, оёқларидан айиради, ва 5-10 йил ичида ўлдиради.
Уни давоси борми? Янги ва хозирги кунда энг самарали методика ёрдамида давоси бор!...
БАТАФСИЛ: 👇👇👇👇👇
http://uznews.uno/td/?r=18
(У иннаватцион методикани кўриш учун юқоридаги ҳаволани босинг)
Boossuu
Haadha ulfa baatii saddeetii
Abiddaan guban qe'ee keetti
Viidiyoo dhaan waraabanii
Fuula kee dura dhaabanii
Guyyaa sadiif boossee dhiiste
Madicha dagattee of gattee ciistee
Akka hoolaa masqalaaf kormaa
Obboleessa kee kutanii mormaa
Goorroo kee balfaan yaabanii
Sitti fidan viidiyoodhaan waraabanii
Dhiiga kee dhuganii foon kee nyaachaa
Morman obboleessa kee godhatanii faacha
Ammas guyyaa 2'f boo'ichaan iyyitee
Suubiisaa'mmoo kaatee kokkolfaa sirbite
Kunoo inni bare dhiiga kan kee xuuxuu
Ammas mukatti hidhee albertiin ciccire qaama Oromoo guutuu
Atis akkuma barte gootee
Imimmaan kee lolaasaa akka leccuu miidiyaarra lootee
Inni beeku dadhabina kee
Ammas basumaam jedhee maqaa Waaqaa kadhatee
Gaallaadhaan si waamee
kichuu kee morma qalatee
Atis kunoo eegalte
coccobsuu imimmaan naachaa
Boossuu qofa taatee
gootummaa kee hormaaf laachaa
Hamma yoomiitt boossa
imimmaanni kennaa keetii?
Beeki imimmaanni aayyoo
dirmannaa ilmashee feetii
Yoo ammas gamtoomuu baatte
Ofiin du'atti of laatte
Boo'ichi homaan jijjiiru
yoo horma gammachiise malee
Waan dandeessu hojiin mul'isi
dhumni dubbii yoo siif gale
© Kenbon Abraham
Waloo keenya qaalii siwaliin kan arge kan waan ta'aa jiru arge qofa
Читать полностью…ЭНДИ БЎҒИМЛАР СИЗНИ БЕЗОВТА ҚИЛМАЙДИ
Бу воситани қабул қилгач бўғим оғриқлари сизни 10-15 йил безовта қилмас экан👇🏻👇🏻👇🏻
БАТАФСИЛ: http://doctorneo.uno/o4/
(Восита яқинда яратилди, номини ҳеч қаердан топа олмайсиз, линк орқали ўтиб тўлиқ малумотга эга бўлинг)
Utuu lammiin kiyya
Nagaa dhabee aaduu
Rakkoon lakkuu taatee
Jireenya isaa waaduu
Utuu haati hiyyeessaa
Akka malee cabduu
Qe'eedhaaf qabeenyaa
Ijoolleeshees dhabduu
~
Utuu Sabni nagaan
Rasaasaan waadamuu
Kolfi naan hin jedhiin
Kolfuun hin yaadamuu!
SALAALEE KOO 😭😭
"Furmaata Singiggoo/gubaatii laphee fi qara laphee(Gastroesophagial reflux disorder/GERD)
Rakkoon kun kan dhufu rakkoo laafachuu huutuu garaachaarraan kan ka'e Asiidiin garaachaa haayidirookiloorik asiidii jedhamu gara ujummoo nyaataa laphee keenya keessa jirutti(Esophagus)ol darbuurraan kan ka'e rakkoo dhufudha. Kanaaf namoonni baay'een miira gubaatii qara laphee jalaa fi laphee gara bitaaf saaxilamu. Mallattoo kan biraan kanneen akka nama haqqisiisuuf lollociisiisuu danda'a. Namoonni baay’een rakkoo kana Onnee nu dhukkuba jedhanii himatu.
Mee namoonni rakkoo kana qabdan maal gochuu qabdu/hin qabdan?
1.Yeroo raftan boraatii fayyadamaa
2.nyaata hedduminaan hin nyaatinaa
3.yeroo hirribaa sahaa 2-3 dursaa irbaata nyaadhaa
4.yeroo raftan kallattii bitaan rafaa
5.shunkurtaa diimaa dheedhii soorachuu dhiisaa
6.alkoolii dhuguu dhiisaa/hiri'isaa
7.Buna baay'inaan dhuguu dhiisaa
8.sigaaraa aarsuu dhiisaa
9.nyaata zayitii itti baay'ate/qimamii/urgeessituun itti baay'ate soorachuu dhiisuu
10.ulfaatina qaamaa hir'isuu
11.cuunfaa birtukaanaa fi loomii baay'inaan fayyadamuu dhiisuu
12.chokkolaataa baay'inaan soorachuu dhiisuu
13.dhiphina/aarii hir'isuu
14.nyaata xixxiqqeessa nyaadhaa
Akkasumas qorichi madda asiidii kanaa hir'isu waan jiruuf fayyadamuunis gaariidha.
Namoonni qaamaan dhuftanii yaalamuuf nu marisiisuu barbaaddan
Teessoon : Finfinnee , Hayat , Derartu adebabay
Lakk. 0909102009
Fayyaa hin dhabinaa
👇👇👇👇👇👇
@Dr_Nafyad_Getu
@Dr_Nafyad_Getu
@Dr_Nafyad_Getu
👆👆 join and share please 👆👆
maaloo uummata shawaa kaabaa keessa jiraatan faannoon akka horiitti kuffiftee qalaa jirti sagalee waliif haataanu oromoo wal malee hinqabnu akka ilmoo bofaa wal hinbaqatiin riqicha waliif ta'ii gamatti wal ceesisi tarreessaa fidaa
Читать полностью…jirra jirtu lammiikoo nuuf jiraadha waggaa kuma nu mo'a miseensa ta'uun barrbaada miseensa keessan na godhadha.
Читать полностью…Uuuuf kennaa kun nama hinafsiisa jaba kiyyaa nu jiradhu si jalannaa
Читать полностью…Dhugaalen salaleef mee sagalee hatanuu namnii basuma'am jedhetuu namaa qalaa jiraa dur horituu qalama amaamo namatuu qalamaa mee kanaa maala jetaan umaata oromoo
Читать полностью…🅰️ 🅰️🅰️🅰️🅰️🅰️🅰️ 🥇 🅰️🅰️🅰️🅰️🅰️🅰️🅰️
🆕🆕🆕🆕🥇THE BIGGEST X EMPIRE AIRDROP🥇
☄️ Claim - @XEMPIRESMXBOT 🌐
🌐 X EMPIRE - First 1000 can receive an AIRDROP 🅰️🅰️🅰️ voucher or coins $X 🥇 worth 400💲
🚀And this is just the beginning! Join Elon Musk's team and earn valuable rewards and 🅰️🅰️🅰️ vouchers or coins $X🪙
Don't miss your chance!
🪙Claim - @XEMPIRESMXBOT🪙
🅰️ 🅰️🅰️🅰️🅰️🅰️🅰️ 🥇 🅰️🅰️🅰️🅰️🅰️🅰️🅰️
🆕🆕🆕🆕🥇THE BIGGEST X EMPIRE AIRDROP🥇
☄️ Claim - @XEMPIRESMXBOT 🌐
🌐 X EMPIRE - First 1000 can receive an AIRDROP 🅰️🅰️🅰️ voucher or coins $X 🥇 worth 400💲
🚀And this is just the beginning! Join Elon Musk's team and earn valuable rewards and 🅰️🅰️🅰️ vouchers or coins $X🪙
Don't miss your chance!
🪙Claim - @XEMPIRESMXBOT🪙
🅰️ 🅰️🅰️🅰️🅰️🅰️🅰️ 🥇 🅰️🅰️🅰️🅰️🅰️🅰️🅰️
🆕🆕🆕🆕🥇THE BIGGEST X EMPIRE AIRDROP🥇
☄️ Claim - @XEMPIRESMXBOT 🌐
🌐 X EMPIRE - First 1000 can receive an AIRDROP 🅰️🅰️🅰️ voucher or coins $X 🥇 worth 400💲
🚀And this is just the beginning! Join Elon Musk's team and earn valuable rewards and 🅰️🅰️🅰️ vouchers or coins $X🪙
Don't miss your chance!
🪙Claim - @XEMPIRESMXBOT🪙