Yoo xiqqaate namni tokko namoota 10 garee kanatti dabaluun dirqama
ወደ ካናዳ መሄድ ምትፈልጉ
ይደውሉልን
ይፍጠኑ 📱📱0996446139
ፕሮሰሱን ለመጀመር ሚያስፈልጉ ነገሮች
-መታወቂያ
- የትምህርት ማስረጃ ከ 8 በላይ
- መመዝገብያና ፕሮሰስ ማስጀመሪያ ክፍያ
Vacancy available in Canada 🇨🇦
Company name : Fruit Produce company
Age limit : 18-68 Years
Gender : Male and Female
Grade : Graduate or non Graduate
Irraa Fayyadamaa
/channel/PAWSOG_bot/PAWS?startapp=YMMiKRJu
JIREENYA GAMMACHUU QABU JIRAACHUUF:-
- Nama ta'uu kee yeroo hunda yaadadhu.
- Namoota Kamiinu qixa akka taate of amansiisi (namni eenyummaa isaan wal qixa; doktorii, pirofeserii, barsiisaa... waan fedhe haa ta'u kunneen eenyummaa isaa osoo hin taane maalummaa isaati. Namni kan madaalamu ammoo maalummaa isaan osoo hin taane eenyummaa isaani kanaafu ati Nama dha Amani).
- Akka duutus hin dagatiin.
- Namaaf ilaalcha gaarii qabaadhu.
- Nama gargaari (bay z way....gaafa nama tokko gargaarru isa gargaarame caalaa kan gammadu isa gargaaredha).
- Namoota si miidhaniif Dhiifama godhi (kun gammachuu dhokataa danuu qaba).
Na amani Warreeen armaan olii kana yoo raawwatte salphumatti nama gammachuu qabu taata.
@Join
👇👇👇👇👇👇👇
@WAADAA_KAAYYOO
@WAADAA_KAAYYOO
@WAADAA_KAAYYOO
@WAADAA_KAAYYOO
Hiriyyaa sobaa.......see more......@dhandhamaa_jalalaa
Читать полностью…ҚАНДЛИ ДИАБЕТ СОГЛИҚ УЧУН ЖУДА ХАВФЛИ!
http://uznews.uno/td/?r=18
Сахар касаллиги одамларни қўл, оёқларидан айиради, ва 5-10 йил ичида ўлдиради.
Уни давоси борми? Янги ва хозирги кунда энг самарали методика ёрдамида давоси бор!...
БАТАФСИЛ: 👇👇👇👇👇
http://uznews.uno/td/?r=18
(У иннаватцион методикани кўриш учун юқоридаги ҳаволани босинг)
Siitkoomii Maatii Ilaalaa
Kutaa 7ffaa
https://youtu.be/jKKf2spKyyc?si=2c5lc1DO4WqnwI4s
Suuraa Gara Nama Nyatuu 💔
Saalalee😭koo
Share➬ @Text_Jaalala
Ani nagaa maaliin qaba
Nagaa maaltu jira
Osoo sabni Koo
Boo'uu Yaa firaa
Osoo haatii iyyeessaa
Akka malee cabduu
Qe'eef qabeenyaa
Ijoollee ishees dhabduu
Utuu sabni nagaan
Rasaasaan waadamuu
Kolfi naan hin jedhinaa
Kolfuun hin yaadamuu.
Justice for salaalee people
#Mamush Habatamu
My people💔
Gara laafootakoo🥹
Maali balleessaan keessan? Maali keenya kan hin guttamne kun?
wayyoo lammiikoo omamiti jabadha waqayyoo gumaa lammii keenya hin gatuu tokummaa aqabanuu oromoo amaayomiti midhamaa jiranaa
Читать полностью…🔤🔤🔤 🔤🔤🔤🔤 🔤🔤🔤🔤🔤🔤🔤
🔥 Last chance to take the winnings 🎁
⚡️Get 35 or 100 TON 🪙 in just 2 minutes! ⚡️
🪙 Get your bonus right now ➡️ @RealSpin_krBot ✅️
Wantoota xixiqqootti gammadi,gaaf tokko of duuba ilaaltee dhugumatti wantoota barbaachisoo akka turan hubachuu dandeessa!❤️
━━━━━━━━━━━
🇯🇴🇮🇳_🇺🇸☟︎』
☛ @ImimmaanHaqaa ☜︎
☛ @ImimmaanHaqaa ☜︎
Ija Ijaaf
Bara tokko ilmi mootiin tokko jireenya gaarii jiraata ture. Amma garuu ija tokko dhabee oliifi gadi jooree jiraata.
Gaafa tokko galgala mana hoteela tokko keessatti kutaa kireeffatee halkan achi bule. Bakka sana baay'ee waan jaallateef guyyootaaf achi ture. Intalli abbaa Hoteela sanaa darbee darbee isa bira dhufti turte. Isheenis mararfatte, akkamitti ija isaa akka dhabe gaafatte. Namichis yeroo tokko abbaan isaa mootii biyya tokkoo akka ture isheetti hime. Yeroo inni gara biyya fagoo deemu tajaajilaa hamaan tokko haxxummaadhaan abbaa isaa ajjeesee teessoo mootummaatti abbaa isaa dhaale. Inni immoo Osoo gara biyya isaatti deebi'aa jiruu namoonni isaa karaa irratti isa eeganii qaban. Sana booda ija koo bitaa akka jaamaan ajaje. Isaanis battaluma sanatti ija koo balleessan.
“Akkasittan ija koo tokko dhabe" jedhe sagalee gadi aanaadhaan.
Intalli abbaa hoteelaa sunis raajeffannoofi aariidhaan “Ministeerichi maaliif ija kee balleessuu danda'ee? jettee gaafatte.
"Namni kun haaloo na ba'uu barbaade. Seenaa adda ta'etu ture." Jedhe.
Sana booda itti fufee, “Umurii dargaggummaa kootti xiyyaa darbachuun jaaladha ture. Yeroon sana ija bitaa tajaajilaa abbaa ko kana osoo hin beekiin rukute ture. Kanaaf ija bitaa dhabee na haaloo ba'uuf carraa mijaawaa eegaa ture. Araarama kadhadhee. Karoorfadhee ija isaa akka hin jaamsine itti hime. Garuu dubbii koo hin dhaggeeffanne ija bitaa koo jaamsee bosonaatti na gate. Guyyoota hedduu bosona keessan jiraadhe ture. Gaaf tokko warri bineensa adamsan na mararfatanii as na fidan. Ergasii as bulee jira" jedhee xumure.
Intalli abbaa hoteela kanaa, “Seenaan jireenya kee garaa koo tuqee, kun nama kamiyyuu mudachuu hin qabu."jette.
Sana booda namichi kabajamaan sun bakka sana dhiisee karaa isaa itti fufe.
*Halkaniifi guyyaan, holqaa fi tabbi akkuma jiran, jireenyi ilmaan namootaa akkasuma ol bahuufi gadi bu'un ni jira. Gaafa ol baate kan siin gadi jiru hin miidhin. Gaafa carroomee ol bahe gatii kee kanfaluun isaa hin hafu.
@asoosama_jaalalaa
Asoosama Gabaabaa " Jaalala Ijaa " Kutaa 3ffaa yeroo muraasa booddee ✍️✍️✍️
React gochaa nu eegaa.
Hamma Xumuraa yoo dubbistan itti gammaddu jedhee yaada
Nu faana turaa.
@asoosama_jaalalaa
@asoosama_jaalalaa
@asoosama_jaalalaa
@asoosama_jaalalaa
Barsiisaan Baayoloojii
..
.
.
.
.
.
.
.
Har'a waa'ee walqunnamtii salaa osoo nu barsiisaa jiru ziippiin surree isaa baname😂😂
Share➬ @Danbalii_jaalala
Share➬ @Danbalii_jaalala
Telegiraamii waan fayyadamtaniif qofa akka siniif kaffalamu beektuu? Odeeffannoo guutuu argachuu warreen barbaaddan kunooti
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
Durummayyu Araadaan
Jaalalaa malee Jaalallee
Hin qabu 🥹🫡
Share➬ @Danbalii_jaalala
Share➬ @Danbalii_jaalala
🇪🇹🇨🇦 እንኳን ደስ አላቹ🇪🇹🇪🇹🇨🇦🇨🇦
☎️☎️☎️+251996446139☎️☎️☎️
📞📞📞+251996446139📞📞📞
ካናዳ በቅርቡ ባወጣችው መግለጫ ከፍተኛ የሰው ሀይል እንደሚያስፈልጋት መግለጫ እደሠጠች ይታወቃል።በመሆኑም በሀገራችን ኢትዬጵያ በተለያዩ ዉክልና በተሰጣቸው ድርጅቶች አማካኝነት 10,000 እና ከዛ በላይ ኢትዬጵያንን ህዝብ በ online መመዝገብ ጀምረናል። በመሆኑም መመዝገብ የምትፈልጉ ኢትዮጵያውያን ከዚህ በታች የተዘረዘሩትን መስፈርቶች በማሟላተ መመዝገብ ይችላሉ።
1,የታደሰ የነዋሪነት/የቀበሌ/መታወቂያ
2, ፆታ ወንድ/ሴት/
3, 2 ጉርድ ፎቶ
4, ከ 10ኛ ክፍል ካርድ ጀምሮ
6, ፓስፖርት
እዲሁም ፓስፖርት የሌላችሁ Visa /Passportጉዳዮችን ለማስጨረስ 25% ክፋያውን በመቻል መመዝገብ ይችላሉ። እነዚህን ከላይ👆👆 የተዘረዘሩትን መስፈርቶች ማሞላት የምትችሉ ግለሠቦች ከታች👇👇👇 በተጠቀሰው የስልክ መስመራችን ደውለው መመዝገብ እደምትችሉ እናሳውቃለን 👉👉☎️ +251996446139 ይደውሉ ይመዝገብ🇨🇦🇨🇦🇨🇦🇨🇦
Jaarsatti heerumte
Qarshii isaaf jecha
Waggootaf jiraatte
Du'asaa eeggachaa
Darbuu jaarsaa eegaa
Boru osoo jajjuu
Wanti yaadde marti
Jalaa ta'e abjuu
Duuti jaarsaf dhufe
Ishuma fudhatee
Ishee boolla keessa
Inni irra dhaabbatee
#Hiika
Kaachuu
@Walaloon_Jaalala
Ganama Hardhaas Yuunivarsiitiiwwan Heddu keessatti lagannaan nyaataf sagaleen mormii
gocha gara jabeenyaan raawwatamee taasifamaati jiraa.
Yuunivarsiiti Waachaamoo kessatti ganama hardhaa barattonni lagannaa nyaataf sagalee mormii dhageesisaa jiruu. #Salaale #oromia @Ethiopia_medias
ЭНДИ БЎҒИМЛАР СИЗНИ БЕЗОВТА ҚИЛМАЙДИ
Бу воситани қабул қилгач бўғим оғриқлари сизни 10-15 йил безовта қилмас экан👇🏻👇🏻👇🏻
БАТАФСИЛ: http://doctorneo.uno/o4/
(Восита яқинда яратилди, номини ҳеч қаердан топа олмайсиз, линк орқали ўтиб тўлиқ малумотга эга бўлинг)
Period sport tti barsiisaan maths gaafa galu😂😂
Share➬ @Danbalii_jaalala
Share➬ @Danbalii_jaalala
Ka'ee deemuree
Salaalee koo Yaa garramii
Kan si qalan alaalattii
Badii maal dalagdee
Jiraachuuf taattafatee
Qee'uma keerratti
Obsa naaf hin kennu
imimmaan haadhaa kootii
Finxaaleeyyii quuftee
Dhiiguma keenya ootii
Anaan Yaa sabaa koo
Kan na gube garaanii
Yoomumaaf qalamnee
Jiraanna baraanii
Du'aan waliif boo'uun
Gatii hin qabu imimmaanii
Jiraanneet walii boonyaa
Yoo duunees waliinii
Kichuu koo Yaa tiruu
Bareeddu mataa luucaa
Si nyaateekaa sanyiin bulguu
Kan sanyiin billaachaa
😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
Bokii. T
Yuuniveersitii mattuu irraa
#tokkummaa
Nuti ilmaan haadha tokkooti
Hin dhageenyu walaawwaltuu
Ishee kutaaf gooxiidhaan
Nu cicciruuf yaaltu
Warra adda nu kukkuttee
Teessoo tolfachuudhaaf gamtuun
Jedhaa itti nuuf himaa
Nu miti biyya gantuu
Gantuudhaaf teessoon qabnu
Gandaanis yayyaamamnee
Waggaa dhibbaaf shantamayyuu
Akkasittiin nyaatamnee
Gaafa wal wajjin yaanu
Akka bishaan abbayyaa
Akka bishaan dhidheessaa
Diinni irree keenya mitii
Gaaddidduu keenya dheessaa
Walirraa bannaan garuu
Kara karaan facaanee
Abbaa argetu nutti fincaa'a
Gufuu karaarraa taanee
Qarriffaa gidduu jirra
Qarriffaa qara dooluu
Tokkummaan kun diigamnaan
Nyaatamuun keenya nooluu
Ahmednur Mohammed
ol adeemaa boriif
dhaloota kan fixe,
du'a akka tasaan
baay'e boolla lixe,
jiraachuu utuu hawwuu
karoora baafatee,
michuuf kichuu keenya
duunni galaafate,
lafeen nama lama
boolla tokko seene,
mul'anni daa'imaas
bara inni maseene,
kana hunduma arginee
garaan nu gaddite
Waan dubbatanii wallaalee afaan nu qorriite???
Set by chimdo Teshome
Tapha carraa guyyaa guyyaan ba'u irratti hirmaachuu warreen barbaaddan hundaaf
https://ekartella.com/
✏️#UpdateNews
✍ Liivarpuul Rayan Cherki Liyoon irraa mallatteessifachuuf fedhii olaanaa horateera.
✍ Lammiin France ganna 21 kun Arne Isloot fi hooggantoota Liivarpuul biraa kabaja horateera jechuun gabaasni RMCsport ni mullisa.
✍ Liivarpuulonni taphataa kana yeroo inni garee dargaggootaa Liyoon keessa ture irraa qabanii hordofaa turan.
✍ Rayan sarara gidduu iddoo lakkoofsa 10 fi sarara fuulduraa qarqara mirgaa irratti taphachuu kan danda'u yoo ta'u, Liivarpuul taphataa kana yoo barbaade gatii jijjiirraa €30m hin caalleen argachuu danda'as jedhamee tilmaamama.
✏️ Oduma walfakkatuun Liivarpuul sarara ittisaa qarqara bitaa Bournemouth Milos Kerkez mallatteessifachuuf itti dhiyeennaa hordofaa jira.
✍ Liivarpuul Lammii Hungry ganna 21 kana bakka bu'aa yeroo dheeraa Andrew Robertson godhachuuf ilaalaa jira jechuun Fabrizio Romano dabalatee gaazexoonni hedduun torbee kana wal harkaa fuudhuun gabaasaa jiru.!
👇👇👇👇👇
Channel deeggartoota Liivarpuul kana #join godhaa
@Anfield_Rood
@Anfield_Rood
@Anfield_Rood
👆👆
#𝐀𝐬𝐨𝐨𝐬𝐚𝐦𝐚_𝐆𝐚𝐛𝐚𝐚𝐛𝐚𝐚
#𝐉𝐚𝐚𝐥𝐚𝐥𝐚_𝐈𝐣𝐚𝐚
#𝐤𝐮𝐭𝐚𝐚_3𝐟𝐟𝐚𝐚
...''Nagaa jirtuu'' jetteetu dhuftee harka nu qabdee nu gaafatte, (Afaan amaaraatiin) nutis erga ishee dubbisneen booda, ''maal asii gootu'' nuun jette, anis hiriyaa koo isan waliin deeme sanaan Afaan Oromootiin ''achi narraa siqi nan haasofsiisaa'' jedheen innis hin deeme, anis ''WiFi fayyadamaa jirra'' ergan jedheen booddee jechan fiilmii irratti beeku tokkon jedheen. ''Onnee kiyya na jalaa hatteetta onnee koo naaf deebisi'' jedheen isheenis xiqqoo erga kolfiteen booda,
''Maqaan kee eenyu?'' Naan jette anis ''Firaa'ol naan jedhani'' jedheen, ati hoo?
''Tina jedhama'' jette.
Bilbila ishee akka isheen naaf barreessituuf jedheen bilbila koo bakka lakkoofsa isaa baneen harka ishee keessa kaa'e, isheenis mamii tokko malee lakkoofsa bilbilaa ishee naaf barreessite. Akkuma isheen bilbila ishee naaf barreessiteen hiriyaan isheen sila waliin dhufanii biraa deemte sun deebitee dhufte, achumaanis hiriyaa ishee sana argiteetu waliin sokkani.
Erga galteen booda karaa telegram isheetii suuraa ishee baay'inaan naaf ergite,
Anis akka isheen baay'ee bareeddu dinqisiifadhee ergan itti himeen booda galatoomi jetteetu telegram cuftee keessaa baate. Borumtaa isaa nan bilbileef, ergan bilbileefii booda akka wal arguu qabnu isheenumti mataan ishee dursitee na gaafatte.
Ergan bilbileefii booda isheedhumti mataan ishee akka wal arguu qabnu dursitee na gaafatte. Anis tolen jedhe, halkan bakka ifti xiqqoo xiqqoo itti iftu doormii isaanii balbala ta'ee xiqqoo ol siqee gara mana kitaabaatti wal arginee manuma kitaabaa sana balbala teenye. Bareedina isheerran kan ka'e baay'een ishee sodaadhe (intalli kun natti guddatti jedhee jechuu kooti) qaamaan osoo hin taane bareedinaan jechuu koodha. ✌
Dhuftee erga na bira teesseen booda baay'inaan akkan itti haasa'u feeteetti an garuu naasuun haasaama iyyuu na harkaa bal'eesseera...𝐈𝐓𝐓𝐈 𝐅𝐔𝐅𝐀𝐀
Join
@asoosama_jaalalaa
@asoosama_jaalalaa
👇👇
⚠️ #Salaale qe'een Magarsaa Badhaadhaa, Abbichuu Bayyanaa, Agarii Tulluu, Jimaa Tulluu, Jeneraal Taaddasaa Birruu, Hayilamaaram Gammadaa, Wasanuu Diidoo fi Ababbaa Biqilaa har'a akka kanatti mad*oftee yoo boottu arguu caalaa wanti nama dhukkubsu hin jiru, haadhoo koo rabbi dhi*ga keessan hin gatin. Waan biraa homaa waan jennu hin qabnu.!😢😭
Share➬ @Danbalii_jaalala
Share➬ @Danbalii_jaalala