waltajjii_walaloo | Неотсортированное

Telegram-канал waltajjii_walaloo - "WALALOON JAALALA"

12851

Yoo xiqqaate namni tokko namoota 10 garee kanatti dabaluun dirqama

Подписаться на канал

"WALALOON JAALALA"

БЎҒИМЛАРНИ ДАРҲОЛ ДАВОЛАНГ!!!

Бу восита буғимлардан азият чекмасдан, бутунлай қутилишга ёрдам берар экан
👇🏻👇🏻👇🏻👇🏻👇🏻👇🏻👇🏻👇🏻👇🏻👇🏻👇🏻👇🏻

ТЎЛИҚ МАЛУМОТ: http://doctorneo.uno/o4/

(Охиргача ўқинг❗️Батафсил кўриш учун юқоридаги тугма устига босинг)

Читать полностью…

"WALALOON JAALALA"

Waggaa darbe keessa Itoophiyaa keessatti muddama butamuu gareewwan hidhattootaan furiidhaaf raawwataman hammaataa dhufeen sodaan dabalaa dhufeera. Yakkoonni kun yeroo baayyee qooda fudhattoota mootummaa hin taaneef kan walqabatu ta’us, gabaasaaleen humnoonni mootummaa gareewwan hidhatan adda addaa waliin waliigaltee uumuu fi bu’aa argamu irraa qooda fudhachuu keessattis hirmaachisuun isaanii ni yaadatama.

Dubbii kana caalaa hammeessuudhaaf, adeemsi nama jeequ tokko mul’ateera: qooda fudhattoonni mootummaa amma furiidhaaf butamuu ifatti sababa dhiheessaa jiru. Waraana biyya keessaa deemaa jiru gidduutti mootummaan sadarkaa isaa guutuuf humna waraanaa waraanaa irratti hirkachuun isaa dabalaa dhufeera. Jalqaba irratti xiyyeeffannaan jalqabaa dargaggoota carraa hin qabne, keessumaa hojjettoota guyyaa ganda dhaloota isaanii irraa fagaatanii hojjetan turan. Haa ta’u malee, xiyyeeffannoon yeroo dhiyoo asitti dargaggoota maatii dureeyyii irraa dhufaniitti ce’eera.

Gabaasni akka agarsiisutti qondaaltonni nageenya biyya keessaa...

dargaggoonni mana barumsaa ykn bakka hawaasummaa irraa yeroo deebi’an ukkaamsuudhaan humnaan gara bakka tursiisaa yeroof geessu. Dargaggoonni booji'aman kun geejjibni gara kaampii leenjii eegaa osoo jiranii, daldaltoonni maatii isaaniitti dhiyaatanii, kaffaltii guddaa argachuuf jecha ilmaan isaanii akka gadhiifaman mirkaneessuuf of dhiyeessu. Furii kun qabeenya maatii irratti hundaa'uun birrii kuma 100 hanga kuma 500 ta'a. Qondaaltonni fi daldaltoonni daataa galii maatii baankotaa fi galmee gibiraa irraa salphaatti argachuu kan danda’an yoo ta’u, kunis dandeettii kaffaltii galma ta’e madaaluu fi hangam akka gaafatan murteessuu isaan dandeessisa. Warri maallaqa harkaa hin qabne hiriyoota irraa liqii fudhachuuf ykn maallaqa walitti qabuuf karaa afoshaa (۸۲) dirqisiifamaniiru. Miidhamaa itti aanu ta'uu sodaachuun dargaggoonni hedduun barnootaa fi hojii isaanii dhiisanii dhokatanii jiru.

Perhans onnachiiftuu

Читать полностью…

"WALALOON JAALALA"

Ciisnee warra oolla Dhaggeffachaa Jira😂

Yeroo wal reebanii😂

@Danbalii_jaalala

Читать полностью…

"WALALOON JAALALA"

•••••#SIMALEE•••••
#asoosama_jaalalaa
•••••#KUTAA_10FFAA•••••



"Simalee..... Ani waan tokkoyyuu hin ta'u. Adaraa immuttii imaanaa sitti kenneera. Ana fi si'iin malee fira hin qabdu. An hin jiru taanaan eessaa nyaatti? Eessa teessi? Garaa naaf laafiif. kophaasheedha adaraa wanta taate ta'i immuttii sa'a 11tti mana barumsaatii fuudhii ofittii naaf qabi. akkati rakkattu nan beeka. adaraa ishees dhabee qobaa akkan hin taane. Onneekoorraa Sin jaalladha." jedheen simaleetti hime.
Simaleenis ija booyichaaf waadaatiin tole jette. Lafa deemaa jirtu dhiiftees gara manaatti deebite anis poolisoota faana bu'een gara mana adabaa deeme. Ergan achi dhaqees boqonnaa hin arganne Maaltu ta'a laata jedheen yaada keessikoos baayyee sodaata Yeroon seerashee eeggattees aduun nii dhiite. Yaaddoonkoo narraa hin galu sodaankoos hin dhaabbatu mucaa haatikoo imaanaa natti kennitee deemte dhiisee eessan jiraa? Maal hojjechaan jiraa. Jedheen gaaffiidhaan of dhiphisa. hirriba mitii dadhabbiin yaadaa iyyuu natti hin dhaga'amu. Akkuma isaatti si'a tokko ilaalaa sia tokkommoo ija wolirraa utuun buufadhuu lafti naaf bari'e. Kan balleessakootii dhiiseen bakkeerraa maalan dhaga'a laata jedheen gurra qeensa. Garuu simbirri yaada naaf fiddullee hin argamtu. Garaankoo oliif gadi borcameen mana adabaa (sirreessaa) jala taa'een utuun yaada yaaduu sa'ati laaqanaa gahe. Poolisiin tokkos dhufee "Namni si barbaada" naan jedhe. Akka gammaduu ta'een "kun immuttiima taati" jedheen awwaara ofirraa haxaa'een gara nama na barbaaduu deeme. Gaafan deemu simaleen fuula buuftee dhaabatti. Dargaggeessi tokkos ishee woliin dhaabata ture. Akkuman fuulashee argeenis gaaffiin xiqqoonshee na keessatti uumameen bira deemee nagaa gaafadhe. Isheenis nagaa na gaafattee gara mucicha isa ishee woliin dhufeetti gala galtee "hin irraanfattemoo mucaa nu woliin barachaa ture carraadha. Dheengadda kan naa bilbilee dhufaan jira jedhe sana" naan jette. Akka nahuus akka aaruus ta'een akka nama hin beeknee "oo akkam obboleesso" jedheen nagaa gaafadhe. Innis gaafuma afaan hiikkatu "oo akkami dur gaafa woliin barannu baayyee duuriyyee turte nan yaadadha ijoollees wolitti naqxa harkakee of soofteefaa Abo jettee of irratti barreessita kanarratis barsiisaan wol lolta nama dhiba ammayyuu duuriyyuma kee hin dhiifne jechuudhaam" jedhe. Baayyee na ajaayibee na aarsee. Gara simaleetti gala galee "siiko maal taatee? Immuttiinoo meerre?" Jedheen gaafadhe .
"Immuttiin..." Jettee afaan keessa qaqqabatte. "Maal taatee plz natti himi" jedheen itti siqe "kaleessa akkuman gara manaa galeen sa'atii immuttiin itti mana barnootaarraa baatu gaafa gahu deemee ishee fuuchuuf jennaan abbaankoo akkan manaa hin baane na dhorke harra waan finfinnee deemeef uffatasaa akkan miicuufiif na ajajee ture. Akkan hin baane waan na akeekkachiiseef gara hiriyaakoo biiftuutti bilbileen akka isheen achi deemtu itti hime...." Jettee gidduutti qilleensa fudhattee. "Anis ergan uffata xumureen booda mana biiftuufaa gaafan dhaqu immuttiin achi hin jirtu...akkuman immuttii achii dhabeen biiftuudhaan meerre immuttiin jedheen gaafadhe biiftuun immoo mana barumsaa isaanii deemee gaafadhee akka gara manaatti galte natti himan anis ariitiidhaan gara manasaanii gaafan deemu fedhesaan isaanii ishee bira ture akkuman dhaqeen dhiifama obboleettiiko abdii agarteettaa jedhee na gaafate anis abdiin akka hidhame gaafan itti himu baayyee gaddanii immuttiin baayyee boosse kanaan booda falli gaafa dhibu fuudheen deema malee kophaashee dhiisee hin deemu jennaan lakki anoo nan du'a malee Abdii dhiisee biyya kanaa hin deemu jechuun imimmaan duwwaa taate. Fallii fi wanti goonu waan dhibeef fedhesaan fuudhee deeme naan jette" jettee simaleen gara fuulakoo ilaaltee imimmaan dhangalaafte. Anis raata'een hafe maraachuutu na qabe. Lafuman dhaabadhu sanattin ofirra gadi taa'e. "Utuuma jettuu kophaatti na galchiteetta. Kanarra maal akkan ta'u barbaadde. Ammahoo maaltu si hafa" jedheen mataa qabadhee gadduu jalqabe.

Читать полностью…

"WALALOON JAALALA"

Azizlar Sizga Mp3lar kerakmi?
Marxamat tanlab ustiga bosing👇


Biz orqali Quyidagilarni yuklab olishingiz mumkin:
════════════════════

• TikTok belgisiz video;
Qo’shiq matini va audiosi
════════════════════
🎼🎵O'ZBEKCHA Taronalar 2024
════════════════════
🎼🎵AZERCHA Taronalar 2024
════════════════════
🎼🎵TURKCHA Taronalar 2024
════════════════════
🎼🎵RUSCHA Taronalar 2024
════════════════════
🎼🎵ZARUBEJ BASS Taronalar 2023
════════════════════
🎼🎵ARABCHA Taronalar 2024
════════════════════
🎼🎵TIK TOK XIT MP3LARI
════════════════════
🎼🎵MP3ga Buyurtma Berish
══════════════
• Instagram - stories, post audio bilan
══════


☝️BIZDA YOLG'ON YO'Q KIRIB KO'RING YOQMASA CHIQIB KETAVERASIZ

Читать полностью…

"WALALOON JAALALA"

БЎҒИМЛАРНИ ДАРҲОЛ ДАВОЛАНГ!!!

Бу восита буғимлардан азият чекмасдан, бутунлай қутилишга ёрдам берар экан
👇🏻👇🏻👇🏻👇🏻👇🏻👇🏻👇🏻👇🏻👇🏻👇🏻👇🏻👇🏻

ТЎЛИҚ МАЛУМОТ: http://doctorneo.uno/o4/

(Охиргача ўқинг❗️Батафсил кўриш учун юқоридаги тугма устига босинг)

Читать полностью…

"WALALOON JAALALA"

🔤🔤🔤 🔤🔤🔤🔤 🔤🔤🔤🔤🔤🔤🔤

🔥 Last chance to take the winnings 🎁

⚡️Get 35 or 100 TON 🪙 in just 2 minutes! ⚡️

🪙 Get your bonus right now ➡️ @RealSpin_igBot ✅️

Читать полностью…

"WALALOON JAALALA"

"Namni haala kee beeku, rooba keessa imimmaan kee arga"👌💘💔😭......see more......@Danbalii_jaalala

Читать полностью…

"WALALOON JAALALA"

Ijoolen yuunibarsiiti jijjiga isiin gahe naa dubis

Читать полностью…

"WALALOON JAALALA"

Wolaloo haadhaaf abba tana baldhinnaan naaf ergaa mee

Читать полностью…

"WALALOON JAALALA"

Obboleessa abbaakoo fedhasaa wojjin nuti akka hiriyaatti wol ilaalla turre sababni isaas umuriin keenya badaa wol irraa fagoo miti woggaa lama na ha dursu malee nuti akka hiriyaa fi hiriyaa taanee woliin guddanne. Akkuma kana mana barumsaatti kutaa 1 na hangafa ture. Ha ta'u malee barumsa isaatti cimaadha. Dhalootuma isaarraa kaasee mucaan kun wanta godhu yaadee godha sodaa eenyuullee of keessaa hin qabu. Gorsa akaakayyuu keenyarraa akka fudhannuuf na fuudhee akaakayyuu keenya bira woliin deemna turre. Akaakayyuun keenyas seenaa goototaa fi aadaa oromoo durii haasa'uu jaallata. Akkanumattiin mucaan kun sammuu isaatti siyaasi namme. guyyaa guyyaatti gocha namoonni godhan tilmaama. Dararaa uummatarra jirus maalif ta'e? jechuun gaaffiidhaan of rakkisa. Gaafa barnoota lamummaa (siivikii) baratullee barsiisaan lamummaa barsiisu gaaffii isaa kana sodaata. Wallaalee utuu hin taane bara dhugaan gaabii jaarsaatiin ukkaamamte waan taateef gaaffii isaatiif sobee deebii yoo kenne fedhesaan ittuma dabalee gaaffiidhaan rakkisa. Dhugaa jirtu yoo itti hime barri keessa jiran rakkiftuudha.
Kanumarraa ka'uun fedhesaan koree qeerrootti dabalame. Yeroo hunda ganamaaf galgala waan sport,push up fi wantoota foon qaamaa fi jajjabina qaamaaf barbaachisan waan hojjetuuf irreen isaa guddatee qommi isaa uffata isaa keessaan bakka bakkatti qoodamee achii as bahee mullata..........

Itti fuufa...

Dhangaa jaalalaa like shareKutaa 9ffaan akka dafee dhiyaatuuf like fi share godhaa.
Comment jalatti kutaa 9ffaa jedhaa barreessaa ✍️
@asoosama_jaalalaa
@asoosama_jaalalaa
@asoosama_jaalalaa

Читать полностью…

"WALALOON JAALALA"

Telegraman gadi dhissa nuuf

Читать полностью…

"WALALOON JAALALA"

Abboo sitti haa tollu

Читать полностью…

"WALALOON JAALALA"

-"Harmee-"

Aayyooko haadha dhiiraa
Ya ishe anaaf jiraattuu
Lubbuu takkittii qabdu
Dabarsuun kan naaf laattu
~
Waan hunduma dandeessee
Bu'aa ba'iidhaf eelaa
Osoo harmeenko jirtuu
Ani hin agarre beela
~
Bifa ijoollummaashe
Anaf jecha fixattee
Kan hintaane ta'uudhan
Namaan na qixxeessitee
~
Mee maal jedhu wa'eeke?
Aayyooko kan na deesse
Dukkana sana keessaa
Fiddee asiin nageesse
~
Fuulli si daalacha'ee
Anaaf jecha cabdee
Ana uffisuudhaf
Ofii daara dhabdee
~
Ji'a sagal guutuu
Garaattii na baattee
Ofii osoon nyaatiin
Anaaf nyaata laatte
~
Abshir haadhakoo
Siif qaqqabee aayyoo
Dhamaatiinke addaa
Anaaf miti laayyoo
~
Biqiltuunke xiqqoon
Siif taatii aara galfii
Gorsikee duraaniis
Arraan na gahuufii
~
Osoon lafa ta'ee
Ati narra deemtee
Kaffalamen dhumuu
Aayyoo oolmaan kankee
~
Umurii kankoo guutuu
Sichi sin gammaachiisa
Ani ilmi kankee aayyoo
Sichiin si qanaansiisaa

✍️ Ikbal Rashad
@Walaloon_Jaalala

Читать полностью…

"WALALOON JAALALA"

Jaalala Dhugaa

Jaalalli dhugaan kana
Gaafan taa'ee ilaalu
Onnee isaanii lamaan
Kan jaalalli dhaalu

Jaallatanii wal argatan
Beeku jooraa jaalalaa
Jaalala isaanii kana
Gabaa tokkotti daldalaa

Jaalalli jooraan qabu
Dhumasaat gaariidha
Jaalallii sobaan imaluu
Dhumasaat aaridhaa

Muka muummee gamaa
Eenyutu jala dhaqee taa'a
Akka jaalallee ofii illee
Maaltu namaaf ga'aa

Qabbaneessituu onnee
Mi'ooftuu akka dammaa
Waan akka jaalalaa tolu
Dhuguma jiraa  ammaa

Gaafa jaalalaa dhamdhamanii
Inni har'aa isa kaleessaa caala
Namni mi'aa jaalalaa hin beekne
Jaalalleewwan darban ilaalaa

Gaarummaa malee
Jaalallii jibba hin qabu
Jaalalaan hanqaaqunuu
Dhagaaarraa bu'ee hin cabu

Bakka jaalalli jiraatu
Qabbanatu mul'ata
Dhala namaa qofa miti
Bineensuu jaalala  jaallata

Namni erga nama ta'ee
Maalumaan wal caalaa
Qabeenyaan nama hin ibsu
Namni garuu isa ilaalaa
 
@Dhandhamaa_jalalaa
@Dhandhamaa_jalalaa
  
         

Читать полностью…

"WALALOON JAALALA"

Durummayyu Araadaan
Jaalalaa malee Jaalallee
Hin qabu 🥹🫡
@Danbalii_jaalala

Читать полностью…

"WALALOON JAALALA"

✡️✡️ 0914081653  irratti nuuf bilbilaa
           ↪️✡️Akkam jirtuu hordoftoonniifi miseensonni dhaabbata illuminanti  guddicha lucifer   nuhi nagaa keenya
    ✡️☑️Akkuma beekamu dhaabbanni illuminanti  miseensa haaraa galmeessuu itti fufee jira  kanaaf  galmaa'uu nii dandeessuu
   ⚕️ ☣️Warreen hin beekneef    dhaabbanni keenyaa faayidaa gurguddaa isiniif ni kennaa irra caalaa hiyyeessota duuromsuuf duuressoota akka addunyaatti sadarkaa 1ffaa irra galchuuf xiyyeeffatee jiraa 
Koottaa abbaa billiyooneraa tahaa!
  ↪️🔱Tokkoffaa  gatii galmee irratti hundaayee qarshii kuma dhibba lamaa hanga kuma dhibba jahaa sadarkaa jalqabaa irratti isiniif galii gochuu dandaha
⚕️↪️Lammaffaa konkolaataa isin badhaasa
↪️Sadaffaa mana jireenyaa finfinnee keessaa isin badhaasa
Arfaffaa carraa biyyoota alaa kaneen  ↪️akka giriikii ,paarisi ,loondeen fi kkf hedduu isin geessuu dandahaa
Inni biraa qubeelaa magic waan ati feetu hunda siif raawwatu isinif kennaa

     ✡️Akkaataa galmee
☑️Maqaa guutuu
☑️Photo gabaabaa
☑️Photo waraqaa eenyummaa
☑️Maqaa haadhaa
☑️Bara dhalootaa
☑️Umurii
☑️Bakka jireenyaa
☑️Gahee hojii
☑️Account baankii daldala Itiyoopiyaa
Gatii galmee sadarkaadhaan
⚛️☑️1ffaa gatii galmee qarshii 6611  yoo galmoofte isiif immoo account keessan irratti qarshii 3000,000 galii taha
⚛️☑️2ffaa gatii galmee qarshii 5611 yoo galmoofte isiniif immoo account keessan irratti qarshii 2000,000 galii taha
⚛️☑️3ffaa gatii galmee qarshii 4611 yoo galmoofte isiniif immoo account keessan irratti qarshii 1500,000 galii taha
⚛️☑️4ffaa gatii galmee qarshii 3611 yoo galmoofte isiniif immoo account keessan irratti qarshii 1000,000 galii taha
⚛️☑️ 5ffaa gatii galmee qarshii 2611 yoo galmoofte isiniif immoo account keessan irratti qarshii 500,000 galii taha

     ✡️✔️↪️  Carraa gaarii isiniif haa tahu kan milkiif kan badhaadhinaa isiniif haa tahu
   
Lakkoofsa bilbilaa irrati bilbiltanii galmaa'uu dandeessu 0914081653

Читать полностью…

"WALALOON JAALALA"

Jaalalli yeroo aartullee waliif yaaduudha...🤩
@Danbalii_jaalala

Читать полностью…

"WALALOON JAALALA"

Siitkoomii Maatii Ilaalaa
Kutaa 7ffaa

https://youtu.be/jKKf2spKyyc?si=3rucGYOGHHcJOHDN

Читать полностью…

"WALALOON JAALALA"

📣Warraa group old qabdan yeroon gurgurtan ammadha gatiin dabaleera✔️
🚀2017-2019🏷
🚀2020🏷
🚀2021🏷
🚀2022🏷
🚨2023(january to april) 🔺️
Inbox na godhaa
location group tahuu hin qabu
historyn isaa muldhachuu qaba



🛫Namoota group 10 fi isaa ol qabaniif gatii dabalataan irraa bita 🔥

🔭miseensi 1 gahaadha

Karaa kaffaltii ▶️🏦🏦🏦🏦🏦🏦
📨 @Icoginito ✔️

Читать полностью…

"WALALOON JAALALA"

Jaalalan qabameen jiraa jechuun Ingilifaan maal jedhama😏

👉@Danbalii_jaalala
👉@Danbalii_jaalala

Читать полностью…

"WALALOON JAALALA"

#Finfinnee #Ethiopia

Dambiin uffannaa ogeeyyii hoteelaa fi itti fayyadama faaya miidhaginaa murteessu bahuu Waajjirri Haqaa Magaalaa Finfinnee beeksise.

Kunis Dambii Lakk.178/2017 ta’ee kan baheedha.

Dambiin kun "ogeessota hoteelotaa fi tajaajila kana fakkaatan keessatti hojjetaniif sirna uffannaa, faayaafi meeshaalee miidhaginaa walfakkaatu hundeessuun aadaa fi gatii biyyattii eeguuf dambii baheedha" jedhan.

Fakkeenyaaf seera uffannaa irraa:

➡️ Uffannaan qaama laphee hin uwwisnee ykn uffanna mormaa gadi uwwisu yoo hin uffannee,

➡️ Uffannaan dubartoota dheerinna isaa fi tarsoofni isaa jilba ol yoo ta'e,

➡️ Qubeelaa cidhaa malee ala faaya biraa naannoo mul'atutti uffachuun adabbii akka qabu kaa'ameera.

Danbiin kun, ogeessota hoteelotaa fi dhaabbileen tajaajila kana fakkaatan irratti kan bu’uureffate yoo ta'u, dambii kanaan hojjechaa jiraachuu fi dhiisuu isaanii yeroo yeroon hordoffiin ni taasifama jedhameera.

@Ethios_Family

Читать полностью…

"WALALOON JAALALA"

Mala jechuun maal jechuudha

Читать полностью…

"WALALOON JAALALA"

Kan barnootaan itti nuuf dabalaa maaloo

Читать полностью…

"WALALOON JAALALA"

#Hidhii_Tee

Hidhii Te yoon Laalu
Kutachufiin Hawwaa
Dhandhamin madalu
kan Akka Halawaa
Maalinin madaala
diimina akkasii
Foon yoo tahe malee
Sanuu isa xibsii

Kubbaayyaa fakkaatti
Yoo walitti deebiftu
Ani hidhii tee malee
Dhungoon naaf hin taatu

Qaamuma keetirraa
Bakki natti toluu
Hidhii diddiimtuu san
Qaamaa qalbiidhaan
Yeroo hunda laaluu

Fuuluma kee arkuun
Nama gammachiisaa
Hidhii fi afaan keetuu
Dhungoo na feesisaa

Namni si.arkate
Dhugaan badhaafamee
Shanyii akka teetii
Eysumaa arkan mee?

Qaamni kiyya guutuun
Ragaadha siif bahaa
Qabeenya koo tahii
Yaada keetiin baha

@asoosama_jaalalaa

Читать полностью…

"WALALOON JAALALA"

Llplllllllllllll
Lllllllllllpllplllllllllllllllllllllllllllllllllllllllllllplllllllllplllpllllllllllpllllllllllllllplllllllpllllllllllll

Читать полностью…

"WALALOON JAALALA"

Siitkoomii Maatii Ilaalaa
Kutaa 7ffaa

https://youtu.be/sd_0HWV1nHs?si=juhPgnTDmxrJ6GaH

Читать полностью…

"WALALOON JAALALA"

Chiirs
Hidhii koof hidhii kee walitti buusi
Qoraasuma koo qabee keetti aarsi

Kaachuu
@Walaloon_Jaalala

Читать полностью…

"WALALOON JAALALA"

Siz qaysi oyda tug'ilgansiz 🌸❤️‍🩹

Tez tug’ulgan oyingiz ustiga bosing va o’zingiz haqingizda bilib oling ❤️😻 

Natijasini koʻrib xayron qolasz😍

Читать полностью…

"WALALOON JAALALA"

🖱️Miirri isaanii guyyaatti jijijjiiramuuf baay'ee ariifata, Kunis sababa gurguddoo 5f... ✅ See More

             👇👇👇👇👇👇👇👇
         ✨@Danbalii_jaalala
               👆👆👆👆👆👆👆👆

🤦‍♀️ Maaliif??,... See More.....@Danbalii_jaalala
¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯

Читать полностью…
Подписаться на канал