Yoo xiqqaate namni tokko namoota 10 garee kanatti dabaluun dirqama
✍Dhalli namaa wantoota fedhasaa duuba raawwatu keessa aariin isa tokkodha.
✍Aariin miira dafee yoo to'atamuu baate balaaf nama saaxiludha.
✍Aariin dhukkuboota adda addaaf nama saaxila mee har'ammoo aariirraa akkamiin of tasgabbeessuu dandeenya kan jedhu haa ilaallu.
Guutuusaa dubbisaa
👇👇👇👇👇
https://odaa.ethiojob.info/blog/2022/10/21/aarii-irraa-haala-kamiin-of-tasgabbeessuu-dandeenya/