waltajjii_walaloo | Неотсортированное

Telegram-канал waltajjii_walaloo - "WALALOON JAALALA"

12851

Yoo xiqqaate namni tokko namoota 10 garee kanatti dabaluun dirqama

Подписаться на канал

"WALALOON JAALALA"

What's more upsetting than when you borrow money from tele to funeral a chick and she shuts down online and sleeps🥹🥹
#join
@taste_of_love

Читать полностью…

"WALALOON JAALALA"

Hubadhu Biiftuu Koo
~
Amman si jaaladhu
beekta silaa tiruu
Muufattee hin turin
mi'eessituu jiruu
~
Balleessaa koo ilaaltee
garaa hin jabaatin
Keessa kee qulqullutti
ulfa jibbaan baatin
~
Dhiifaman si gaaffa
morma kiyya cabsee
Si muufachiiseeratii
waadaa kiyya cabsee
~
Ta'us gaabben jiraa
keessi koo ibiddaa
Osoo kan beektuu
maaf na duraa baddaa?
~
Ilmi namaa silas
inuma balleessaa
Gaafa sana baru
qalbiisaa deebisaa
~
Hubadhu biiftuu koo
Kan caalu gaabbidhaa
Dhiifama naaf godhi
Hedduun si jaaladhaa
✅️✅️✅️✅️✅️✅️✅️✅️💟💟💟
✅️@dhandhamaa_jalalaa ✅️✅️✅️✅️✅️✅️✅️✅️✅️✅️✅️✅️

Читать полностью…

"WALALOON JAALALA"

/vote@TopSupergroupsBot

Читать полностью…

"WALALOON JAALALA"

Beektaa ...
Qu**aa keen si arge
Halkan qixxee keessa
Manaa gadi baatee
Galbii jala teessa

Ani akka hattuu an akka ayyaanaa
Osoon sirra marsuu qoreen na waraana!
"Maal taate sareeko maaliif qullaa teessa"
Gateettiikee duubaan kana sitti Odeessaa,
Quboota harka koo diriiran deebisee
Dubbii arrabarraan kokkeetti achi hirkise!

"Sareen kun maal ta'a kosiirra ishee kaa'ee
Diida dhaabataafi galbii jala taa'ee"
Naan jedhe ayyaannikoo!
Afuura koo qabee yaadakoos duuchadhee
Ofirran deebi'e abjuunis mufadhee.

Biiflee show.
@seenaajalaala

Читать полностью…

"WALALOON JAALALA"

Beektaa ...
Qu**aa keen si arge
Halkan qixxee keessa
Manaa gadi baatee
Galbii jala teessa

Ani akka hattuu an akka ayyaanaa
Osoon sirra marsuu qoreen na waraana!
"Maal taate sareeko maaliif qullaa teessa"
Gateettiikee duubaan kana sitti Odeessaa,
Quboota harka koo diriiran deebisee
Dubbii arrabarraan kokkeetti achi hirkise!

"Sareen kun maal ta'a kosiirra ishee kaa'ee
Diida dhaabataafi galbii jala taa'ee"
Naan jedhe ayyaannikoo!
Afuura koo qabee yaadakoos duuchadhee
Ofirran deebi'e abjuunis mufadhee.

DaaBee.
@Walaloon_Jaalala

Читать полностью…

"WALALOON JAALALA"

Link kanaan dhugaa dinqisiisoo addunyaa keenyaa daawwadhaa

Читать полностью…

"WALALOON JAALALA"

•••••SIMALEE•••••
•••••KUTAA 12FFAA•••••
ISA XUMURAA



Utuun karaa deemuu gidduutti harki tokko dullaadhaan dudduubaan saggookoo dhayee na kuffise. Lafan kufee xiqqoo ol jedhee gaafan ilaalu dargaggoota sadii dhaabatanii achii gadi lafatti na ilaalantu natti mullate. Isaan keessaa inni tokko isa dullaa baatu sanaan "maaltu si ariifachiise? Maalif ariifattaa? Rukuti yooman siin jedhe?" Jennaaniin inni na rukute sunimmoo "erga diinakee ta'ee, maddiisaa akkan dhungadhu barbaaddeeree?" Jedheen. Anis yaada kootti namoota diina naan jechaa jiran kana lafan itti isaan beeku yaaduun jalqabe. Garuu fuulli isaanii naaf haaraadha. Mucaa inni maalif dhoofte jedheen sun mormakoo qabee lafaa ol na kaasee harka tokkoon uffata kootiin na hudhaa harka tokkoonimmoo quba isaa natti raasaa "iftuu jechuun naman lubbuu kootiin olitti jaalladhudha. Ishee irratti si'iin mitii ministeerri itiyoophiyaa yoo dhufeyyuu ofan wareega malee dabarsee namaaf hin kennu. Sababnisaas baayyeen jaalladha." Naan jedhee gad na dhiisee sokkan. Anis "yaa rabbi galatakee" jedheen utuu galagalee isaan hin ilaalin fiigichaan karaakoorra bu'een hoteelatti deebi'e. Akkuman jedhes abbaa iftuuf eegumsa barbaachisu gochisiiseefiin rafe. Ganama ka'ees fuulakoo dhiqadheen gadi bahaa utuun jiruu iftuun dhuftee "Abdii akkam bulte?" Naan jette. "Nagaa maal ganamaan dhufteewoo?"n jedheen "Abbaankoo hin kaanemoo?" naan jette. "Hin kaane taa'ii eegi ammasitti" jennaan teessee anis deemeen bira taa'ee haasaa jalqabne. Gaafuman haasaa jalqabu.
"Hiriyaa jaallattu qabdamoo?"
"Qaban ture. Maalif jette?"
"Ofumaati maalif adda baatanree mee seenicha na taphachiisi"
"Eebbaa jedhama. Baayyee wol jaallanna turre. Dur gaafan dhugus woliin dhugnee woliin caffarra turre. Garuu ergan jireenya kana dhiisee waaninni akkas na godhaa ture waan natti fakkaateef isas nan dhiise. Inni garuu sababakootiif dhugaatiis dhiisee kunoo dhiiseera akka ati feete nan ta'a naan jennaan calliseema dhiise."
"Mucichi dheeraa magaala irreefi qoma guddatu tokkoo?"
"Eeyyee nii beektamoo?"
"Eda galgala......."
"Ooo sorry. Turi gaafan argu likkiisaan itti himaa."
"Homaa miti" jennaaniin abbaanshee bahe. "Jedhigaan Abdii galgala asuman fidaa" naan jettee sokkite. Akkuma jettes galgalas wol agarree woliin haasa'aa turre. Utuuman jedhuu iftuu woliin baayyee wolitti siqaa dhufne. Wolii gadduus jalqabne. Utuuma jennuu gaafa wol hin argin oollu wol yaaduu jalqabne. Miirri nuti woliif qabnus woliinsaa hin beekamu.
Guyyaa tokko woliin oolla jennee beellama qabannees ganamaan dhuftee na waamtee woliin deemne. Iddoolee garaagaraa woliin daawwannee woliin nyaannee. Woliin taphachaa isa ganama baane sa'atii 12:00 geenye. Iftuunis "keessummaan qaba dafee galuun qaba " naan jette.
"Keessummaa akkamii?"
"Akkan jedhee sittimu hin beeku firadha baruu yoo barbaadde bor wolin isin barsiisa"
"Tole ha ta'u bor wol agarra jechuudhakaa"
"Eeyyee" jettee mana isaanii biraan gaheen haammadhee nagaa itti dhaamee sokke.
Keessikoo baayyees hin gammada baayyees na sossodaachisa. Ijikoo nii sirba. Maal akkan ta'aa jiru hin beeku. Sodaachaan jira ta'ee gammadaan jira ta'ee kamtu gaaffiidha kamtu deebiidha. Ganamaan ka'ee hojiilee garaagaraa hojjedheen sa'a 6 gaafa ta'u mucaan tokko na waamee kitaaba tokko fudhachuu deemeen achi jira. Gidduu kanatti iftuun bilbiltee.
"Hello... Akkam oolte"
"Nagaa...at akkam?"
"nagaa..eessa jirtaa?"
"Mucaa tokko biraan kitaaba fudhachuu deeme nagumaafii?"
"Dafii kottu hoteelan jiraa beellama qabnaam"
"Tole dhufe iftuuko" jedheen kitaaba koo fudhee gara hoteelaatti sokkee hoteela seeneen iftuu argee gara iftuutti adeemaa jira. ijikoo garuu mucaa iftuu bira teessu tokko eye glass gurraachaa fi dress adii uffattee mataashee gurguddaa kana ofirra ciibsitee Teessurra bu'e. Mucattiin bareedinashee an ajaayibsiifachaa jiru kun diingata gaafa na ilaaltu miira naasuutiin ijasheerraa eyeglass fuute. Gaafan ilaalu simaleedha. Ittuma siqee gaafan ilaalu simaleedhuma Uuuuuuuuu jedheen iyyee dhiisuu dide. "Abdiiii" naan jette.Gidduutti iftuun "wol beektumoo?" Jette...guutuuf 👉👉@asoosama_jaalalaa

Читать полностью…

"WALALOON JAALALA"

ДИАБЕТ 10 ЙИЛ БЕЗОВТА ҚИЛМAС ЭКAН
http://uznews.uno/td/?r=18

AПТЕКAДAН AТИГИ 24 000 ТУРAДИГAН ДОРИ ОЛИБ БУТУНЛAЙ ҚУТИЛСA БЎЛAР ЭКAН


БАТАФСИЛ БИЛИБ ОЛИШ УЧУН
👇👇👇👇👇
http://uznews.uno/td/?r=18

(бепул пайтида кириб кўриб олинг)

Читать полностью…

"WALALOON JAALALA"

Attii Ofiittii Amanii jiraadhuu malee Namoonii akkaa sii Amananiif hin Dhiphatiin!!

Читать полностью…

"WALALOON JAALALA"

💬#𝙏𝙀𝙓𝙏_𝙅𝘼𝘼𝙇𝘼𝙇𝘼™❣️

♡ ㅤ     ❍ㅤ        ⎙ㅤ     ⌲            
ˡᶦᵏᵉ    ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ
𝖧𝗂𝗋𝗂𝗒𝖺𝖺 𝖪𝖾𝖾𝗌𝗌𝖺𝗇 𝗁𝗎𝗇𝖽𝖺𝖺𝖿 𝗦𝗛𝗔𝗥𝗘 𝗀𝗈𝖽𝗁𝖺𝖺 𝗝𝗢𝗜𝗡 𝐆𝐨𝐝𝐡𝐮𝐧 𝗡𝘂 𝗝𝗮𝗷𝗷𝗮𝗯𝗲𝗲𝘀𝘀𝗮𝗮❤️‍🩹🔋
Show us your love by react.🔺
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➡ @textjaalala

Читать полностью…

"WALALOON JAALALA"

#MOTIVATIONAL_RObSAN_ALI 👑®
➪𝐦𝐚𝐚𝐭𝐢𝐰𝐰𝐚𝐧 🫶 ☞︎︎︎𝐣𝐨𝐢𝐧 & 𝐒𝐡𝐚𝐫𝐞 𝐆𝐨𝐝𝐡𝐮𝐧 𝗡𝘂 𝗝𝗮𝗷𝗷𝗮𝗯𝗲𝗲𝘀𝘀𝗮𝗮❤️‍🩹🔋
🔔𝗖𝗛𝗔𝗡𝗡𝗘𝗟📢 𝗦𝗛𝗔𝗥𝗘_𝗟𝗜𝗡𝗞&𝗝𝗢𝗜𝗡📢📢
@RobsanAli
@RobsanAli
#𝐷𝐴𝐼𝐿𝑌_𝑄𝑈𝑂𝑇𝐸𝑆🍁   
#𝗜𝘀𝗶𝗻_😘🫶
𝗡𝙖𝙖𝙛_𝙂𝙖𝙡𝙖𝙩𝙤𝙤𝙢𝙖𝙖🙏

Читать полностью…

"WALALOON JAALALA"

#MOTIVATIONAL_RObSAN_ALI 👑®
➪𝐦𝐚𝐚𝐭𝐢𝐰𝐰𝐚𝐧 🫶 ☞︎︎︎𝐣𝐨𝐢𝐧 & 𝐒𝐡𝐚𝐫𝐞 𝐆𝐨𝐝𝐡𝐮𝐧 𝗡𝘂 𝗝𝗮𝗷𝗷𝗮𝗯𝗲𝗲𝘀𝘀𝗮𝗮❤️‍🩹🔋
🔔𝗖𝗛𝗔𝗡𝗡𝗘𝗟📢 𝗦𝗛𝗔𝗥𝗘_𝗟𝗜𝗡𝗞&𝗝𝗢𝗜𝗡📢📢
@RobsanAli
@RobsanAli
#𝐷𝐴𝐼𝐿𝑌_𝑄𝑈𝑂𝑇𝐸𝑆🍁   
#𝗜𝘀𝗶𝗻_😘🫶
𝗡𝙖𝙖𝙛_𝙂𝙖𝙡𝙖𝙩𝙤𝙤𝙢𝙖𝙖🙏

Читать полностью…

"WALALOON JAALALA"

#MOTIVATIONAL_RObSAN_ALI 👑®
➪𝐦𝐚𝐚𝐭𝐢𝐰𝐰𝐚𝐧 🫶 ☞︎︎︎𝐣𝐨𝐢𝐧 & 𝐒𝐡𝐚𝐫𝐞 𝐆𝐨𝐝𝐡𝐮𝐧 𝗡𝘂 𝗝𝗮𝗷𝗷𝗮𝗯𝗲𝗲𝘀𝘀𝗮𝗮❤️‍🩹🔋
🔔𝗖𝗛𝗔𝗡𝗡𝗘𝗟📢 𝗦𝗛𝗔𝗥𝗘_𝗟𝗜𝗡𝗞&𝗝𝗢𝗜𝗡📢📢
@RobsanAli
@RobsanAli
#𝐷𝐴𝐼𝐿𝑌_𝑄𝑈𝑂𝑇𝐸𝑆🍁   
#𝗜𝘀𝗶𝗻_😘🫶
𝗡𝙖𝙖𝙛_𝙂𝙖𝙡𝙖𝙩𝙤𝙤𝙢𝙖𝙖🙏

Читать полностью…

"WALALOON JAALALA"

#MOTIVATIONAL_RObSAN_ALI 👑®
➪𝐦𝐚𝐚𝐭𝐢𝐰𝐰𝐚𝐧 🫶 ☞︎︎︎𝐣𝐨𝐢𝐧 & 𝐒𝐡𝐚𝐫𝐞 𝐆𝐨𝐝𝐡𝐮𝐧 𝗡𝘂 𝗝𝗮𝗷𝗷𝗮𝗯𝗲𝗲𝘀𝘀𝗮𝗮❤️‍🩹🔋
🔔𝗖𝗛𝗔𝗡𝗡𝗘𝗟📢 𝗦𝗛𝗔𝗥𝗘_𝗟𝗜𝗡𝗞&𝗝𝗢𝗜𝗡📢📢
@RobsanAli
@RobsanAli
#𝐷𝐴𝐼𝐿𝑌_𝑄𝑈𝑂𝑇𝐸𝑆🍁   
#𝗜𝘀𝗶𝗻_😘🫶
𝗡𝙖𝙖𝙛_𝙂𝙖𝙡𝙖𝙩𝙤𝙤𝙢𝙖𝙖🙏

Читать полностью…

"WALALOON JAALALA"

Safaraa kenyaa durbaa bareedu argura mila bakar ware badee argu salphata😁
@Danbalii_jaalala

Читать полностью…

"WALALOON JAALALA"

🔤🔤🔤 🔤🔤🔤🔤 🔤🔤🔤🔤🔤🔤🔤

🔥 Last chance to take the winnings 🎁

⚡️Get 35 or 100 TON 🪙 in just 2 minutes! ⚡️

🪙 Get your bonus right now ➡️ @RealSpin_rmBot ✅️

Читать полностью…

"WALALOON JAALALA"

Nama akkanaa kanaaf jecha yeroo tee hin fixin!
💬#MOTIVATIONAL_ORO_ℚ𝕌𝕆𝔼𝕋𝕆𝕊💫🤴➪ᴍᴀᴀᴛɪᴡᴡᴀɴ 🫶 ☞︎︎︎JOIN & SHARE Gᴏᴅʜᴜᴜɴ 𝗡𝘂 𝗝𝗮𝗷𝗷𝗮𝗯𝗲𝗲𝘀𝘀𝗮𝗮❤️‍🩹🔋
𝗝𝗢𝗜𝗡 🔔𝗖𝗛𝗔𝗡𝗡𝗘𝗟 📢 & 𝗦𝗛𝗔𝗥𝗘 𝗟𝗜𝗡𝗞 ⚡︎
           @Yuuddoo_Tube
@Yuuddoo_Tube
@Yuuddoo_Tube
#𝗜𝘀𝗶𝗻𝗶𝗻_🫶_𝗡𝙖𝙖𝙛_𝙂𝙖𝙡𝙖𝙩𝙤𝙤𝙢𝙖𝙖

Читать полностью…

"WALALOON JAALALA"

*Waa fuula keerraa ifaam
Akkuma biiftuu birraa
*Dirqamaan na booji'e
Bareedinni kee sirraa

*Eenyummaa kee hin qoranne
Siif bitamuu koon beekaa
*Eenyurra qoradharee
Anoo siif bitameetan
Ba'aaf gala kee eegaa

*Jalalli kee alanaa kun
Dhugumaan waanta jabduu
*Rakkoo kee isa na miiccus
Atoo quba naa qabduu
*Yaaduma kan kee qofaan
Qaatan ta'e an gaaddidduu

*Yeroon ijaan si arguu
Raata'een si ilaala
Dubbachuun naa mijatuu
*Wayiin dahadhee dhaaphee
Qaroon koollee hin libsatuu

*Kana biraa danda'ee
Eessaanin sitti haasa'aa
*Gubaa dirmannaa hin qabneenan
An waxalamaa ta'aa
*Karoorsees hin hojjedhu
Ofittis ta'ee ba'aa

*Namas biratti hin argu
Yeroo hunda kophaa deemtii
*Abeet miidhagina ishee
Dhiira jaalala hin beeknes
Laphee cabsitee seentii

*Gubbaa kaasee hanga goodaa
Rabbi uumaa kee bareechee
*Jaalala keen raatessee
Anas fayyaa na eelchee

💖♥️💚💯
@asoosama_jaalalaa

Читать полностью…

"WALALOON JAALALA"

Qaala'iinsa jireenyaa kanaan jaalalli inni dur nyaata nama dhorkus hin dhibeem 😭


Inni ammaa nyaadhu nyaadhu nama godha😂@Danbalii_jaalala

Читать полностью…

"WALALOON JAALALA"

#Seenaa_Hantuuta_Lamaani
Hiriyyoota Hantuutaa lamatu turen. Hiriyyoonni kunniin bakka Adda addaa magaalaafi baadiyyaa jiraatu. Yaaddoon itti heddummaatee jennaanu,hantuunni inni magaalaa jiraatu hiriyaa isa baadiyyaa jiraatu gaafachuuf gara baadiyyaatti sokke.
Hantuunni inni baadiyyaas hiriyaa isaa magaalaadhaa isa gaafachuu dhufee gammachuun simatee haala hiriyyaasaa gammachiisuu danda 'uun keessuummeessuuf yaale.
Cireerratti galabaa qamadii,laaqaanaafi Irbaatarratti ija mukaafi sanyii midhaan gara garaa oyiruu qotee bulaa keessaa funaannate laatefii bulche.
Hiriyyaan isaa kan nyaata kanaan hin gammanne, baadiyyaa dhiisee gara magaalaa akka isa faana godaanuuf hiriyyaa isaa kana gaafate.
Hantuunni baadiyyaa kunis hantuuta magaalaa kana amanee jireenya fooyyee qabu jiraachuuf, qabeenya qabu guurratee gara magaalatti qajeele. Yeroo magaala seenan irraa qabee haga mana gahanitti hantuunni baadiyyaa kun waan daandirratti arge dinqifachaa, waan haaraa itti ta'emmoo hiriyyaasaa gaafachaa waliin galan.
Hantuunni magaala hiriyyasaa kanaaf nyaata baayyee mi'aawaan ta'an kan akka buskuutaa, keekii fi kan biroo dhiyeesseefi nyaachisaa otoo jiruu adalli Adurree Amma leencaa gahu tokko foddaarraan itti bahe. Amma dheessaan dheessanii kan lubbuun mormatti ijjatte jalaa bahan.
Hantuunni baadiyyaa kunis gara hiriyaa isaatti garagaree akkas ittiin jedhe.
Obboleessa koo, nyaanni ati naaf dhiyeessite baayyee natti toleera,garuu diinaan cunqurfamaa cooma mana keetii nyaachurra, bilisummaadhaan firii mukaa nyaachuu naaf wayyaati Na gaggeessi jedheenii gara dhufetti ofirra deebihe.


Hiryaa keessaniif invite godha 👇                                    @asoosama_jaalalaa                       @asoosama_jaalalaa                          @asoosama_jaalalaa                               

Читать полностью…

"WALALOON JAALALA"

#ADDUNYAA_KANA_MAAL_TAHA_OSOON_ARGE!

Seenaa dubartii iji ishee jaamaa of jibbaa jiraattu tokkoo...
Dubartii ijji ishee jaamaa of jibbaa jiraattu tokkotu turte. Isheen guyyuma dhalattuu kaastee ijji ishee ishee h8n argu ture. Addunyaan kun maal akka fakkaatu argitee hin beektu. Kan isheen of jibbitus, yeroo hundumaa iji ishee waan hin argiiniif ture. Jaalallee ishee dhiiraa malee, namoota hundumaa ni jibbiti. Innis yeroo hunduma ishee irra adda bahee ooleen beeku.
Dubartittiinis guyyaa tokko osoo wal faana taphatanii, " #Addunyaa_kana maal_taha_osoon_arge!" Jatte. Isheen yeroo hundumaa yoon arge, wal fuuna; bakka tokkos jiraanna jetti ture. Gaaf tokko namni ta'e tokko, ija isaa lamaanuu arjoomeefii, akka isheen Addunyaa argitu godhe; isheenis waan hundumaa argite.

Hiriyyaan ishee dhiiraa sunis gaaffii tokko ishee gaafate, "Amma Addunyaa arguu dandeesseetta natti heerumtaa?"jedhe gaafate. Dubartittiinis, Afaan ishee qabattee hafte. Hirriyyaa ishii dhiiraa sana yeroo argitu innis ijji isaa arguu hin danda'u. Jaamaadha. Isheenis "lakki an kana gochuu hin danda'u." Jetteen. Hiryaan ishee dhiiraa sunis imimmaan isaa gad-lolaasaa karaa isaarra bu'ee deeme. Argitanii? Addunyaa kana akka argitu kan gargare isa ture. Jaalaala isheef qabuun kan ka’e ija isaa lameen baasee isheef arjoome. Garuu isheen waada galteefi turte gaafa addunyaa kana argitu isa gante.
#Maal_baratte?
===================================

Sammuun dhala namaa uumamaan jijjiiramaadha. Yeroo waantonni jijjiiraman dhalli namaas wajjin jijjiirama;waan dura isa waliin dabarsite irranfatte.
Sammuu kee waantotaan hin jijjiiriin!
Addunyaa kana ilaaltee waadaa kee hin jijjiiriin!
Addunyaa kana ilaaltee,namoota ishii keessa jiran hin miidhiin!
#Addunyaa_kana_ilaaltee_namoota_ishee_keessa_jiran_hin_miidhin.
፨፨፨፨፨፨፨፨፨፨፨፨፨፨፨፨፨፨፨፨፨፨፧፨፨፨፨፨፨፨፨፨

Join & Share 🙏 👇👇👇

@asoosama_jaalalaa

Читать полностью…

"WALALOON JAALALA"

Ati bayyeen dhiira miti jetteeti?

Читать полностью…

"WALALOON JAALALA"

📣Warraa group old qabdan yeroon gurgurtan ammadha gatiin dabaleera✔️
🚀2017-2019🏷
🚀2020🏷
🚀2021🏷
🚀2022🏷
🚨2023(january to april) 🔺️
Inbox na godhaa
location group tahuu hin qabu
historyn isaa muldhachuu qaba



🛫Namoota group 10 fi isaa ol qabaniif gatii dabalataan irraa bita 🔥

🔭miseensi 1 gahaadha

Karaa kaffaltii ▶️🏦🏦🏦🏦🏦🏦
📨 @Icoginito ✔️

Читать полностью…

"WALALOON JAALALA"

БЎҒИМЛАРНИ ДАРҲОЛ ДАВОЛАНГ!!!

Бу восита буғимлардан азият чекмасдан, бутунлай қутилишга ёрдам берар экан
👇🏻👇🏻👇🏻👇🏻👇🏻👇🏻👇🏻👇🏻👇🏻👇🏻👇🏻👇🏻

ТЎЛИҚ МАЛУМОТ: http://doctorneo.uno/o4/

(Охиргача ўқинг❗️Батафсил кўриш учун юқоридаги тугма устига босинг)

Читать полностью…

"WALALOON JAALALA"

Addunyaa tanarratti eenyumaanuu of hin madaalin, yoo of madaalte of arrabsaa jirtaa beeki. 💪

Читать полностью…

"WALALOON JAALALA"

💬#𝙏𝙀𝙓𝙏_𝙅𝘼𝘼𝙇𝘼𝙇𝘼™❣️

♡ ㅤ     ❍ㅤ        ⎙ㅤ     ⌲            
ˡᶦᵏᵉ    ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ
𝖧𝗂𝗋𝗂𝗒𝖺𝖺 𝖪𝖾𝖾𝗌𝗌𝖺𝗇 𝗁𝗎𝗇𝖽𝖺𝖺𝖿 𝗦𝗛𝗔𝗥𝗘 𝗀𝗈𝖽𝗁𝖺𝖺 𝗝𝗢𝗜𝗡 𝐆𝐨𝐝𝐡𝐮𝐧 𝗡𝘂 𝗝𝗮𝗷𝗷𝗮𝗯𝗲𝗲𝘀𝘀𝗮𝗮❤️‍🩹🔋
Show us your love by react.🔺
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➡ @textjaalala

Читать полностью…

"WALALOON JAALALA"

💬#𝙏𝙀𝙓𝙏_𝙅𝘼𝘼𝙇𝘼𝙇𝘼™❣️

♡ ㅤ     ❍ㅤ        ⎙ㅤ     ⌲            
ˡᶦᵏᵉ    ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ
𝖧𝗂𝗋𝗂𝗒𝖺𝖺 𝖪𝖾𝖾𝗌𝗌𝖺𝗇 𝗁𝗎𝗇𝖽𝖺𝖺𝖿 𝗦𝗛𝗔𝗥𝗘 𝗀𝗈𝖽𝗁𝖺𝖺 𝗝𝗢𝗜𝗡 𝐆𝐨𝐝𝐡𝐮𝐧 𝗡𝘂 𝗝𝗮𝗷𝗷𝗮𝗯𝗲𝗲𝘀𝘀𝗮𝗮❤️‍🩹🔋
Show us your love by react.🔺
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➡ @textjaalala

Читать полностью…

"WALALOON JAALALA"

💬#𝙏𝙀𝙓𝙏_𝙅𝘼𝘼𝙇𝘼𝙇𝘼™❣️

♡ ㅤ     ❍ㅤ        ⎙ㅤ     ⌲            
ˡᶦᵏᵉ    ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ
𝖧𝗂𝗋𝗂𝗒𝖺𝖺 𝖪𝖾𝖾𝗌𝗌𝖺𝗇 𝗁𝗎𝗇𝖽𝖺𝖺𝖿 𝗦𝗛𝗔𝗥𝗘 𝗀𝗈𝖽𝗁𝖺𝖺 𝗝𝗢𝗜𝗡 𝐆𝐨𝐝𝐡𝐮𝐧 𝗡𝘂 𝗝𝗮𝗷𝗷𝗮𝗯𝗲𝗲𝘀𝘀𝗮𝗮❤️‍🩹🔋
Show us your love by react.🔺
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➡ @textjaalala

Читать полностью…

"WALALOON JAALALA"

💬#𝙏𝙀𝙓𝙏_𝙅𝘼𝘼𝙇𝘼𝙇𝘼™❣️

♡ ㅤ     ❍ㅤ        ⎙ㅤ     ⌲            
ˡᶦᵏᵉ    ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ
𝖧𝗂𝗋𝗂𝗒𝖺𝖺 𝖪𝖾𝖾𝗌𝗌𝖺𝗇 𝗁𝗎𝗇𝖽𝖺𝖺𝖿 𝗦𝗛𝗔𝗥𝗘 𝗀𝗈𝖽𝗁𝖺𝖺 𝗝𝗢𝗜𝗡 𝐆𝐨𝐝𝐡𝐮𝐧 𝗡𝘂 𝗝𝗮𝗷𝗷𝗮𝗯𝗲𝗲𝘀𝘀𝗮𝗮❤️‍🩹🔋
Show us your love by react.🔺
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➡ @textjaalala

Читать полностью…

"WALALOON JAALALA"

Maali kijiibni akkatti fokkotaa
Kan qarshii jedhee nama
Sobu.

Aboo soba dhiisaa

Читать полностью…
Подписаться на канал