Yoo xiqqaate namni tokko namoota 10 garee kanatti dabaluun dirqama
🔊ИНОВАЦИОН ЯНГИЛИК
ҚАНДЛИ ДИАБЕТГА ҚАРШИ САМАРАЛИ ДАВО ТОПИЛДИ❗️
Бу воситани уйқувдан олдин қабул қилсангиз, диабет батамом ёқ бўлиб кетар экан👇🏻👇🏻👇🏻
ҲАВОЛА: 👉🏻👉🏻
http://uznews.uno/td/?r=18
(Сиз учун восита номини ва тўлиқ маълумотни тепадаги ҲАВОЛАда ёзиб қолдирдик)
💬#𝙏𝙀𝙓𝙏_𝙅𝘼𝘼𝙇𝘼𝙇𝘼™❣️
♡ ㅤ ❍ㅤ ⎙ㅤ ⌲
ˡᶦᵏᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ
𝖧𝗂𝗋𝗂𝗒𝖺𝖺 𝖪𝖾𝖾𝗌𝗌𝖺𝗇 𝗁𝗎𝗇𝖽𝖺𝖺𝖿 𝗦𝗛𝗔𝗥𝗘 𝗀𝗈𝖽𝗁𝖺𝖺 𝗝𝗢𝗜𝗡 𝐆𝐨𝐝𝐡𝐮𝐧 𝗡𝘂 𝗝𝗮𝗷𝗷𝗮𝗯𝗲𝗲𝘀𝘀𝗮𝗮❤️🩹🔋
Show us your love by react.🔺
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➡ @textjaalala
✍️ Maaliif namoonni hedduun guyyaa fi daqiiqaadhaan osoo gara fuulduraatti deemanuu…namoonni gariin hanga ammaa duubumatti harkifatan laata.!?
✍️ Warroonni tarkaanfiin isaanii fuulduraa sunniin:
1) Yeroo hundaa keessi isaanii gaarii waan yaaduuf,
2) Waan barbaadan irratti qofa xiyyeeffannaan isaanii,
3) Amantii fi abdii guddaa Rabbii isaanii irraa qaban,
4) Waan beekan kamuu hujitti waan hiikaniif,
5) Ufitti amanamummaa bareeda qabu,
6) Carraan hedduun akka jiru waan amananiif..carraa takkaan qofa uf hin dhiphisan…!
7) Kaayyoo fi galmi isaanii ifa galaadha…!
8) Bu’aa arguudhaaf Baay’ee hin jarjaran,
9) Warroota yaada negative isaaniif kennan hin dhageeffataa,
10) Guyyaa guyyarraa xiqqaatus waa fooyyessaa; milkeessaa oolan…!
Irraa fayyadamaa..Читать полностью…
ቤዛዊት
100 ሰው add ስላደረጉ በላኩልን Account 10,000 ብር ገቢ አድርገናል add ስላደረጉ እናመሰግናለን።
Godinicha Aanaalee garaagaraatti Hiriirri waamicha nageenyaa gaggeeffame
Finfinnee, Sadaasa 6, 2017 (FBC) –Godina wallagga Bahaa aanaalee garaagaraa keessatti hiriirri waamicha nageenyaa gaggeeffameera. Jiraattoonni godinichaa aanaalee garaagaraa rakkoo nageenyaa mudataa turee fi jiruun miidhaa qaqqabaa jiru balaaleeffachuun dheebuu nageenyaa qaban ibsataniiru. Galaanaa Tasfaatu gabaase. #Oromia #Ethiopia
@Ethiopia_Medias
Jecha bara kana dhaloota kuffiisaa jiru
1. Lubbuukoo
2. Dammakoo
3. Buchookoo
Share➬ @Danbalii_jaalala
Share➬ @Danbalii_jaalala
Let's create a new poll. First, send me the question.
Читать полностью…Sin jaalladha jedhee
Erguman sitti himee
Na jibbuukee garuu
Amanuun nat cimee
Maaluman balleeessee
Cubbuukon wallaalee
Onneekoo garraamii
Jibbaan situ awwaalee
Kunoo taheen gaddaa
Suuraakee ilaalee
Ammas boris garuu
Akkan si jaalladhuu
Yeroon si argu mara
Sitti himuun dagadhuu
Adaraa jaalalaa
Nahii naaf rifadhuu
Boolla jibbaa keessa
Kottuu na baafadhuu
Barbadaa dhokataa
Garaako walakkaa
Taate hin hafin maaloo
Booontu intala Amboo
Haal dureen hin gaafatu
Hin barbaadu ulaagaa
Jaalalli akkasumaani
Waa hin qabu herreega
Lama tokko godhee
Waaliif baachisa ba'aa
Tasa nuffii hin qabu
Jaalalli in danda'a
Gaarummaas agarsiisa
In Jibba hoo hammina
Salphinaaf hin ijaajjuu
Namaaf ta'a jabina
Jaalalli hin lafafu
Hin baasu icciitii
Inni kan gammaddu
Waanta hamaan miti
Of tuuluu hin beeku
Hin qabu of bokoksa
Balleessaa hin lakkaawu
Jaalalli in obsa
Ofittummaa jibbee
Dursa gaarii-waloo
Jaalalli hin dallanuu
Hin kuufatu haaloo
@Walaloon_Jaalala
Na Dammaqsi! ⏰⏰
Abbaa manaa fi haadha manaatu turan. Yeroo baay'ee waliif hin galan ture. Akka itti fuudhaa ta'ee abbaan manaa ganama hirribaa ka'uu hin danda'u. Yeroo inni dhimma barii isa kaasisu qabaatu isheetu dammaqsa ture.
Guyyaa tokko akkuma amala isaanii wal lolan. Walitti hin dubbatan. Wal cufan. Abbaan manaa garuu bor ganama sa'atii 11:30 tti beellama baay'ee barbaachisaa qaba ture. Akka itti isheetti himatus dhabe. Battalumatti yaadni tokko isaaf dhufe.
Beeksisa barreessee karaa isheen raftu keenyan manaatti maxxansuu. "Bor ganama sa'atii 11:30 tti na dammaqsi!" Yeroo sa'atiin isaa ga'u isheenis waan gootu wallaalte. Akka hin dammaqsineef wal cufaniiru. Isheefis akkuma isaa yaadni tokko dhufeef. Waraqaa fi qalama fudhattee barreessuutti kaate. "Amma sa'atii 11:30 ta'eeraa dammaqi!"⏰⏰ jettee barreessitee karaa inni rafee jiruun maxxansiteef.
Eenyutu eenyuun gadi waan jedhan hin fakkaatuu?
Bohaaraa barachuuf 👇👇
@asoosama_jaalalaa
@asoosama_jaalalaa
@asoosama_jaalalaa
@asoosama_jaalalaa
መርጌታ ብርሀኑ🍀🍀🍀🍀🍀🍀
በሀገር ውስጥና በውጭ ለሚኖሩም መምጣት ሳያስፈልግ ባሉበት እንሰራለን
የምንሰጣቸው የጥበብ አገልግሎቶች ከዚህ በታች ተዘርዝረዋል
#☎️☎️ #0912399819
1⃣ 🌿 #ለመፍትሄ_ሀብት
2⃣ 🌿 #ለህማም
3⃣ 🌿 #ለመስተፋቅር
4⃣ 🌿 #ቡዳ ለበላው
5⃣ 🌿 #ለገበያ(ለማንኛውም የንግድ ስራ )
6⃣ 🌿 #የዛር ውሳጅ ለተዋረሰው
7⃣ 🌿 #ሚስጥር የሚነግር
8⃣ 🌿 #ራዕይ (በህልም የሚያሳይ)
9⃣ 🌿 #ለዓቃቤ_ርዕስ(ጥላት እንዳይጎዳን የሚጠብቅ)
1⃣0⃣🌿 #ለመክስት
1⃣1⃣🌿 #ለቀለም(ለትምህርት የሚያጎብዝ)
1⃣2⃣🌿 #ሰላቢ የማያስጠጋ
1⃣3⃣🌿 #ለመፍትሔ_ስራይ(የጥላት ድግምት መሻሪያ)
1⃣4⃣🌿 #ጋኔን_ለያዘው ሰው
1⃣5⃣🌿 #ለሁሉ _ሠናይ(ያሰብነው ሁሉ እንዲሳካልን)
1⃣6⃣🌿 #ለቁራኛ
1⃣7⃣🌿 #ለአምፅኦ (የትዳር አጋር ላጣ )
1⃣8⃣🌿 ጠላት እንዳይጎዳ የሚያደርግ
1⃣9⃣🌿 #ለግርማ_ሞገስ(ሁሉም ሰው እንዲፈራን እንዲያከብረን)
2⃣0⃣🌿 #መርበቡተ _ሰለሞን
2⃣1⃣🌿 #ለዓይነ_ጥላ
2⃣2⃣🌿 #ምስሐበ_ንዋይ _ወምስሐበ ሰብእ(ገንዘብ ማግኛ)
2⃣3⃣🌿 #ለሁሉ_መስተፋቅር
2⃣4⃣🌿 #ጸሎተ_ዕለታት
2⃣5⃣🌿 #ለታሰረ_ሰው (እነዲፈታ የሚያደርግ)
2⃣6⃣🌿 #ለእጅ_ስራ (እንዲቀናህ)
2⃣7⃣🌿 #ለትዳር የሚሆን የኮከብ ቆጠራ
2⃣8⃣🌿 #ለልሳነ (ጥሩ የሆነ ድምፅ እንዲኖረን)
2⃣9⃣🌿 #ለብልት (ለቁመት ለውፍረት ቶሎየመጨረስችግር)
3⃣0⃣🌿 #ለጥይት (ጥይት የማያስመታ)
3⃣1⃣🌿 #መስተ_ሐስር(የትዳር አጋራችን ወደ ሌላ እንዳይማግጥ)
3⃣2⃣🌿 #ራሰ_በርሀ (የፀጉር መብቀል ችግር)
3⃣3⃣🌿 #ለመካንነት (መውለድ ላስቸገራቸው)
3⃣4⃣🌿 #ለአይነ_ስውር (በሰው ሰራሽ ምክንያት ማየት የተሳናቸው)
3⃣5⃣🌿 #መስማት ለተሳናቸው
3⃣6⃣🌿 #ትዳር _አልሳካ_ ላላቸው(አግብተው ተሎ ለሚፈቱ)
3⃣7⃣🌿 #ከማንኛው አይነት ሱስ ለመላቀቅ
3⃣8⃣🌿 #መናገር_ማውራት ለማይችሉ
3⃣9⃣🌿 #ለስራ (የስራ እጦት የገጠማቸው)
ከሀገር ውጪ ለሚኖሩ ⬇⬇️⬇️⬇️⬇️
1⃣🌿 #የመኖሪያ ፍቃድ ላላገኙ መፍትሄ
2⃣🌿 #ከሀገር ውጪ ስራ እድል ላጡ
3⃣🌿 #ንግድ ጀምረው አልሳካ ላላቸው
4⃣🌿 #ገንዘብ ለሚያባክኑ
5⃣🌿 #ሰውፊት መቆም መናገር ለሚፈሩ
6⃣🌿 #ለሀብት ለንብረት ሚሆንም አለን
7⃣🌿 #ለስንፈተ ወሲብ መፍትሄ ለውጪ ሀገር ለሚኖሩትም እየሰራን ነው
8⃣🌿 #ፍቅረኛ አልያዝ ላላቸውም አለን
9⃣🌿 #ትምህርት አልገባ ላለው
🔟🌿 #መስተፋቅር ፣የህዝብ መስተፋቅር
1⃣1⃣🌿 #ከሀገር መውጣት እየፈለጉ ላልተሳካላቸው ። ከሀገር ውጪ ላላችውም መፍትሄ በልዩ ሁኔታ አለን ይምጡ ይደውሉ ያማክሩን
እንዲሁም⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️
በአጭር ጊዜ የሚለወጡበት
#የብር_መሳቢያ እንሰራለን
እንዲሁም ያለወትን ገንዘብ የማበርከት ስራ እንሰራለን
እናበረክታለን ይደውሉልን
#0912399819 ✅whatsapp
✅Telegram
✅imo
ማናገር ይችላሉ
🔊ИНОВАЦИОН ЯНГИЛИК
ҚАНДЛИ ДИАБЕТГА ҚАРШИ САМАРАЛИ ДАВО ТОПИЛДИ❗️
Бу воситани уйқувдан олдин қабул қилсангиз, диабет батамом ёқ бўлиб кетар экан👇🏻👇🏻👇🏻
ҲАВОЛА: 👉🏻👉🏻
http://uznews.uno/td/?r=18
(Сиз учун восита номини ва тўлиқ маълумотни тепадаги ҲАВОЛАда ёзиб қолдирдик)
ЭНДИ БЎҒИМЛАР СИЗНИ БЕЗОВТА ҚИЛМАЙДИ
Бу воситани қабул қилгач бўғим оғриқлари сизни 10-15 йил безовта қилмас экан👇🏻👇🏻👇🏻
БАТАФСИЛ: http://doctorneo.uno/o4/
(Восита яқинда яратилди, номини ҳеч қаердан топа олмайсиз, линк орқали ўтиб тўлиқ малумотга эга бўлинг)
Badhaafamaa
https://vm.tiktok.com/ZMhtFJ7uW/
ЭНДИ БЎҒИМЛАР СИЗНИ БЕЗОВТА ҚИЛМАЙДИ
Бу воситани қабул қилгач бўғим оғриқлари сизни 10-15 йил безовта қилмас экан👇🏻👇🏻👇🏻
БАТАФСИЛ: http://doctorneo.uno/o4/
(Восита яқинда яратилди, номини ҳеч қаердан топа олмайсиз, линк орқали ўтиб тўлиқ малумотга эга бўлинг)
💬#𝙏𝙀𝙓𝙏_𝙅𝘼𝘼𝙇𝘼𝙇𝘼™❣️
♡ ㅤ ❍ㅤ ⎙ㅤ ⌲
ˡᶦᵏᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ
𝖧𝗂𝗋𝗂𝗒𝖺𝖺 𝖪𝖾𝖾𝗌𝗌𝖺𝗇 𝗁𝗎𝗇𝖽𝖺𝖺𝖿 𝗦𝗛𝗔𝗥𝗘 𝗀𝗈𝖽𝗁𝖺𝖺 𝗝𝗢𝗜𝗡 𝐆𝐨𝐝𝐡𝐮𝐧 𝗡𝘂 𝗝𝗮𝗷𝗷𝗮𝗯𝗲𝗲𝘀𝘀𝗮𝗮❤️🩹🔋
Show us your love by react.🔺
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➡ @textjaalala
#Jaalala_dhugaa
qulqulluu ganama
kan shakkii hin qabne
yoomu amanamaa
Wal irraa fagaannee
biyyaa biyyaas teenu
jaalala malee
nu wal jibbaa beeynu
Akkanatti hin hafnuu
obsii mee wal garaa
abdiin na eeggadhu
hin muraatiin garaa
Jette jettee namaa
gurra kee hin laatin
guyyaa tokko wal garraa
naa jalaa hin yaadiin😍😍😍
Fageenyi jibbaaf malee
jaalala dangeessuu
Rabbii uumaa malee
Eenyuu adda nuu baasu
Obsii gaara diiga
obsaa naaf horadhu
yeroo sii yaadadhu
imimmaan coccoobsa
Jaalalli qulqulluun
maaliin madaalamtii
rakkoo har'aa dhiiftee
boriif kaayyeefaattii
jaalala dhugaa qabaadhu
Obboleessa,Obboleettii
Addunyaa qofa mii
Akiraaf sii taati🌹🌹
Jaalallii soba sobuma
Eessaan tabba baati
Osoo harkiisanuu
Kufuuf shololaatti🙅🙅
Irraanfadhee mitii
Fagaadheeti malee
Ani anuma,atiisi isimaa
Taa'eetin si eega hin sooradhu yoomillee
Boontuu too jaalallee
Itiyoophiyaan Daandii Xiyyaaraa Filatamaa Afrikaa injifatte
#Ethiopia
Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa damee imaltoota bizinasiin badhaasa "Daandii Xiyyaaraa Filatamaa Afrikaa” 2024 injifateera.
Badhaasichaas walitti fufiinsaan yeroo 5ffaaf kan injifate yoo ta'u, deeggarsa imaltoonni taasisaniif galateeffachuu ragaan daandicharraa argame ni mul’isa.
@Ethiopia_medias
DANDEHI!
Wantiin amma si bira dhufeef akka durii keenyaatti sitti maramuuf, akka durii keenyaatti akkaan si yaade sitti himuuf miti, gurra keetti siqee "siin jaaladha" siin jachuuf miti. Ofitti si qabee foolii kee suufuuf miti.
Sirraahiin adda bahuu dhufe. Akka adda baanuun barbaade. Humaatiis nan gaafatin.
Takka mana keessaa deemi, bakkaan an duratti dhaabbadhee sitti seequ laali, bakkaan ani taa'ee si wajjiin haasawu hunda laali, bakka naafi ati itti wal lolluus laali. Na yaadadhu booyi mankaraari. Aarii, if jibbi, na abaari. Guyyaa itti na wajji wal barte san abaari.
Deem kutaa keenya kan ciisichaa seeni. Hiccitiiwwan gola san keessa turan takka takkaan yaadadhu. Addatti gaafa osoo ija keessa wal ilaalluu lafti nuu bariitu sana yaadadhu. Addatti guyyaa osoo nuti hin beekin lafti bariite, "maaf halkan kun hin dheeratu" jannee guyyaa rabbitti aarre yaadadhu. Booyi ammallee.
Beenu kutaa dubbisaa keenya seeni. Bakka ati teessee dhimma kitaabaarratti na mormitu, yaroon an sitti aaru, isa yaroo mana keessaa na dhabde suuta jattee hulaa natti ol bantee na agartu, akkaan an itti taa'ee kitaaba dubbisu, akkaan itti kitaabarraa ol je'ee si laalu, sitti seequ. Hunda if dura qaqqabi. Gubadhu
Deem ammaas bakka uffanni keenya jiru seeni. Uffata kiyya gad guuri. Fuunfadhu. Urgeeyfadhu. Maaliif akkaan si dhiisee deem uffata san gaafadhu. Yoo sitti tole gad guurii gubi.
Deem ammaas kushiinaa seeni. Bakka yaroon an nyaata hojjadhu teeysee na jeeqxu, bakkaa itti dhuftee na duuba dhaabbattee, harka kee harka kiyya jalaan baaftee qooshaa na wajjiin lawwaatu, bakkaan yaroo hunda dhaabbadhee meeshaa dhiqu. Yaadadhu ammaas
Garuu hadaraa mana qulqullinaa seentee nan yaadatin. Yaroo qaama kee qulqulleeffattu mara na yaadachuurraa if dhoorki. Yoo achi keessatti na yaadatte, anaa qaama sirraa dhiiyxu yoo yaadatte, tarii bishaanuma santu funyaan si seenee si ajjeesuus danda'a. Bishaan keessatti nan yaadatin. Lubbuun akka ati turtu niin barbaada.
Eegas booda na jibbi, na abaari, maqaa kiyya dagadhu. Akka nama takkaa intala gurraatti san wajji wal baree hin tehin. Jireenya kee haarayoomsi. Jireenya bareedaa jiraachuuf ofirratti hojjadhu. If jabeeysi. Kana hunda ba'achuu, kana hunda keessaa bahuu dandehi!
Siin jaaladha ammoo!
Aniis maal akkaan godhu boodaan sitti hima. 🥹🥹
Ahmednur
@asoosama_jaalalaa
Yoon chaanaala kana hiriyyoota khiyyaaf 'share' godhuu baadhe, rabbiin balaa natti haa buusu!
.
.
.
😊
.
.
.
😁
.
.
.
😂
.
.
.
.
😃
.
.
.
🤣
Share godhikaa ree abbaa khiyya maal eeyda? Kakattee jirtaa bar 😁
Si amanuu dadhabuukoof
si hordofuu jalqabuukoof
na hin komatin waareefi waarii
ana miti, waaqatti aari!☝️
Guyyaa keessaa, guyyaa tokko, of dagadhee
utuun ka'ee, si amanee, siif kakadhee,
ni fudhattaa onnee guutuu?
achi ilaaltee kolfa hin duutuu?*🥴
"Bakka feetus waanta feetus hundaa godhi!"
utuun jedhee, hiiqxee deemuuf qabdaa fedhii?
mee "Waaq" jedhi!🥴
Hin fakkaatu!
Maaliif akkan si'n amanne
akka dhabdee na hin komanne
atis ni beekta rakkicha
sababnikoo waa tokkicha!
👇
Komannaakee kan fudhatu 'Waaqa' jedhee
shakkiikootti akkan cichu kan na godhe,
gabaabaadha, deebiin gaaffiif hibbookeetii
sababnikoo miidhagaafi simbookeeti!🤗
sin amanu dhimmakeeti! 🙄
Aga Guda
Amman Si Jaaladhu
Anaaf Rabbit Beeka
Callisee Hundumtuu
Maalumaaf Nu Jeeqa
Orma Hin Dhaga'in
Anuma Siif wayya
Illillee Jannataa
Yaa Bareedduu kiyya
♡
Jaalalli badii miti 🥰
:¨·.·¨:
`·. @Danbalii_jaalala
No active polls in this group. Use /newpoll to create a poll first.
Читать полностью…➕ FREE WAVE ➕
Namoonni wave dabalamuu barbaaddan folder haaraa banee waanan jiruuf dafaa na quunnamaa namoota muraasatu hafe.
#only ten(10) channel
🕳️🕳️🕳️🕳️🕳️🕳️🕳️🕳️🕳️🕳️🕳️🕳️
➺ Above ➣ 3k+ subscribers
➺ Above ➣ 4k+ subscribers
➺ Above ➣ 5k+ subscribers
➺ Above ➣ 10k+ subscribers
➺ Above ➣ 30k+ subscribers
➺ Above ➣ 50k+ subscribers
#Free_promotion
Nu qunama. @orowaver
Free wave @orowaver
Hye bye bro jechuu dhiisaa link admin
Yaa biyya lafaa
Yesuus mi'aa baatee siif dhufnaan
atimmoo hadhooftuun simattee,
laa fakkeessakee
Eenyummaa kee dhugaa dhofkachaa
waan gaariif tottolaa himattee.
Yaa biyya lafaa
Yesuus nagaa baatee siif dhufnaan
atimmoo waraansaan simattee,
laa fakkeessakee
Eenyummaa kee dhugaa dhofkachaa
waan gaariif tottolaa himattee.
Hin dhaga'u ilaa ani utuu kee,
Beeka xobbee karaatti
kutuukee.
silaa atuu naaf diinawoo naaf. loltaare,
Yesuusiifuu hin tollee naaf. toltaaree.
Nan sossobiin gubaatti dirmiidhaa,
Har'as boris anaaf ati hirmiidha.
Hin dhaga'u ilaa ani utuu kee,
Beeka xobbee karaatti kutuukee.
Silaa atuu naaf diinawoo naaf loltaare,
Yesuuskoofuu hin tollee naaf toltaaree
Nan sossobiin gubaatti dirmiidhaa,
Har'as boris anaaf ati hirmiidha.
01
Daandii bal'aa kankeerra hin imaluu
Ibiddatti ol galcha balballikee,
Tisiisarraa maalan damma eegaa
Si'ooliin badhaasawoo galgallikee.
Irrikee kuulamaa keessaan summii
Walii hin galu hojii keen an sin morma,
Firummmaa walii hin qabnu hin qabaanus
Amman sirraa sokkutti an siif Orma.
Na miti kan si garboomu
Miidhaginakee darbuufii,
sirraan godaanaa gaaf tokko
Biyya koo dhaqee arguufi.
Na miti kan mookfamu
bareedinakee darbuufii,
sirraan godaana gaaf tokko
Yerusaalemiin arguufi.
Mandara qulqullittii waaqayyo bira
bantii waaqaa keessaa,
Eeyyee biyyi koo
Achi biyyi koo
Yerusalemi.
lakki hin dogoggorre karaan amma qaphes
Achitti na geessaa.
Eeyyee biyyi koo
Achi biyyi koo
Yerusalemi.
Magaalaa kuulamtuu harki gooftaa Ijaaree
Waan maraan qajeeltuu,
Eeyyee biyyi koo
Achi biyyi koo
Yerusalemi.
Biyyicha Yaadacha Jaaraa jumburiikee
Garaan nan kaajeeltuu.
Eeyyee biyyi koo
Achi biyyi koo
Yerusalemi.
02
Kuti abdiikee narraa nan dandeessu
karaa isan qapherraa siif hin maqu,
isan hojjechaafii jiruun beekaa
Ani yoomuu ergaakee siif hin dhaqu.
Jajumsakee har'aan siin mookfamuu
Malli kuffisakees xarabaadha,
sirran tura malee asi hin jiraadhuu
yaa dachee ati naaf darabaadha.
Naaf tolteef hin jiraannee
daba waraansakeen al meeqa aadeenii,
hubaa fi sossobbaa kee
dhaga'u kanan dideef biyya koo yaadeenii.
Ka'eera hin hafne achiini
Inni ati ajjeefte suni gaggaraftee dirra,
dhufee na fudhatawoo
nan dhiisu sirratti egaa gargar galuuf jirra.
Eeeeeeeeeeeeeeeeeeeee
Eeyyee biyyi koo
Achi biyyi koo
Yerusalemi.
Eeyyee biyyi koo
Achi biyyi koo
Yerusalemi.
Eeyyee biyyi koo
Achi biyyi koo
Yerusalemi.
Eeyyee
Achi
Yerusalemi.
Eeyyee
Achi
Yerusalemi.
💥 💥 FREE WAVE 💥 💥 💥 💥
Namooti channel keessan 1k subscribe ol tahe wave ykn folder 📂 bareeda keessa galfachu barbaaddan qofti asiin na dubbisaa👉 📥 @orowaver
Ykn namoonni subscribe channel KEESSANII 50 hanga 200 gidduu jiruus gatii madaalawaan isiniif galchina
@orowaver
1k....
3k...
4k...
4k...
10k.....
25k......
50k.......
WAVE LINK
HUBACHIISA
CHANNEL VIEW HIN QABNE NATTI HIN FIDIINAA.
HY BYE BRO JECHUU DHIISAATII LINK FI ADMIN KENNAA.
📣Warraa group old qabdan yeroon gurgurtan ammadha gatiin dabaleera✔️
🚀2017-2019🏷
🚀2020🏷
🚀2021🏷
🚀2022🏷
🚨2023(january to april) 🔺️
✅Inbox na godhaa
❌ location group tahuu hin qabu
❌historyn isaa muldhachuu qaba
🛫Namoota group 10 fi isaa ol qabaniif gatii dabalataan irraa bita 🔥
🔭miseensi 1 gahaadha
Karaa kaffaltii ▶️🏦🏦🏦🏦🏦🏦
📨 @Icoginito ✔️
⚪ 💓 Onnee qulqulluun jaalalaaf hunduma dursee in bitama. Sababni Guddaan Eebba kanaa (5) as tuquudhaan dubbisaa...↪️ See More
👆👇👇💘
➡️ See More
See More......@Danbalii_jaalala
💡 Jaalalli onnee namaa seenuuf Sababni Guddaan 3,... See More.....@Danbalii_jaalala