Yoo xiqqaate namni tokko namoota 10 garee kanatti dabaluun dirqama
Waan kun kaffalaa jira jamaa booddee akka hin gaabbine dafaatii hojjadhaa.
/channel/TronKeeperBot/app?startapp=356935815
🎁 Join TronKeeper for a secure Tron wallet experience and start earning rewards! 💰
📣Warraa group old qabdan yeroon gurgurtan ammadha gatiin dabaleera✔️
🚀2017-2019🏷
🚀2020🏷
🚀2021🏷
🚀2022🏷
🚨2023(january to april) 🔺️
✅Inbox na godhaa
❌ location group tahuu hin qabu
❌historyn isaa muldhachuu qaba
🛫Namoota group 10 fi isaa ol qabaniif gatii dabalataan irraa bita 🔥
🔭miseensi 1 gahaadha
Hub:- Hi nama jedhuuf hin deebisnu... Dhimma keessan qofa kallattiin nuuf barreessaa.
Dabalataanis chaanaala bituus ta'ee gurguruu yoo barbaaddan nu qunnamaa.
Karaa kaffaltii ▶️🏦🏦🏦🏦🏦🏦
📨 @Egaadhaqi
Tokko tokko:
otuma arguu ija qabata
Fedhii mataasaaf,
waan dhugaa lagata🤔
Falaxaa bakkatti dhiisa
Hanxaxii sitti agarsiisa!
* * *
Kanaa'ol Badhaadhaa
@Walaloon_Jaalala
የማሰሻው ትንግርት
***
ትዝ ይለኛል አንድ የዱሮ እምነት
የቤት አንስሳ በተለይም የጋማ ከብት
ርቆ እንዳይሄድ አንዳይጠፋ የሚጎትት
መተት ቢጤ፣ ወይም ትብታብ - ወ- ድግምት
በተለምዶ የታማነ አንዱ ብልሃት
ነበር አሉ በቅሎይቱን ማሰሻ ማብላት
ወድያውኑ ተገዝታ ቄዬ የመጣች እለት
እንዳትጠፋ፣ ርቃ እንዳትሄድ፣ እንዳታምጽ የሚገራት
ፍቱን ነበር አሉ ማሰሻ ማጉረስ፤ ማሰሻ ማብላት።
እንዴት ቢባል፣ ልክ እንደ ማሰሻው ዙርያውን አስሳ፣ አስሳ
ዞራ ዞራ እዚያው ናት አሉ ተመልሳ
ያግዳታል አሉ ጌታዋ ላይ እንዳትነሳ።
እና ያቺ በቅሎ ከቁጥጥር ውጭ ሳትወጣ
ወደ ጌታዋ አንድትመለስ ተቆጥባ ከፍርጠጣ
ዞሮ-ዞሮ-እዚያው፣ እንደ ማሰሻ፣ ልክ እንደ ምጣዱ ፎጣ
ዞራ፣ ዞራ፣ ዬትም ግጣ፣ ውኋም ተግታ፣ ሣሩዋን ግጣ።
ከዚያማ ታቡላ ራዛዋን በትብታብ ተተብትባ
አካላትዋን ባለንጋ ተጠብጥባ
አፍዋን ተሸብባ፣ በልጉዋምም ተለጉማ
አንዳንዴም በጌጣ ጌጥ በመረሸት ተሸልማ
ዕድሜ ልኳን ትሰግራለች ጌታዋን ተሸክማ
መሸከም ነው፣ ተሸክማ መስገር ነው፣ ለአመጽ፣ ሳትነሳ
እንዴት ትነሳ ቀደም ብላ ማሰሻ ጎርሳ።
እና ያቺ በቁሎ፣ ያቺ ያህያ አንጡራ ልጅ
ርቃ አትሄድም ከጌታዋ ደጅ፤
አትናከስ፣ አትራገጥ
አትደነብር፣ አትበረግግ፣ ጸጥ ለጥ
ታማኝ ሆና የጫንዋትን ትሽከማለች
እርጉም፣ አረመኔ፣ ከይሲ፣ መጋዣ፣ እየተባለች
ተዋርዳ፣ ራሷንም አባቷንም ጠልታ እየናቀች
“አባትሽ ማነው?” ስትባል “አጎቴ ፈረስ ነው!” እያለች።
****
ዘለዓለም አበራ ተስፋ
16.09.2021
ሔልሲንኪ / ፊንላንድ
@Walaloon_Jaalala
Nama 7 qofa affeeruun USDT hojjadhaa.
/channel/FinchAirdropBot?start=161367
Farm what you know, Claim what you trust.
Abshir biyyakoo
Biyya Qadiidaa Wannabee fi
Goobanaa Daaccee dhalchitee
Har'a Idaa seenaatti
kan dhaloota galchitee.
Ushuruuruu biyya koo..
biyya Daraaraa Kafanii
Kan fuuncaa fakkeessaatiin
har'a afaan kee qabanii.
Kan Ardiif nagaa kennee
har'a ofiif nagaa deegee
Jannatni Jamaaykaa
bakki dhaloota Reegee
Sirna eenyuutu akka ta'e
addunyaadhaaf caayaa
Eenyuun akka dhalate
qaroomniifi haroon Maayaa.
Ooriyoon irraa Urjii Basaa
dhoksaan lakkoofsa ji'aa
Edaa hibboon seenaa
biyyakoo siin deebi'aa!
- -
Ushuruuruu biyya koo
kan Mucee Ahimad deessee
Kobbee Makkoo Biliitiin
kan sararamtee teessee.
Utuu Bokkuu baachuu qabnuu
har'a dhagaa baraa baannaa
Utuu garbuu nyaachuu qabnuu ijoolleen kee Ruuzii nyaanna.
Akka bishaan kookaa koollaa,
Tuqamuu keef danfaa oolla!!
Abjuu galma hin geenyeef
siidaa abdii ijaaraa
Darbuu hin barbaadnu harmee,
sitti taanee kisaaraa.!
..
Abooma Margaatin
@Walaloon_Jaalala
Mucaa Gatameen Jiruu Diigame - Siitkoomii Afaan Oromoo Haaraa 2024
Hundumtuu daawwadhaa. Like, share fi comment gochuu akkasumas maatii keenya ta'uu hin dagatinaa
https://youtu.be/vaA8-VXQ3lg?si=gA65yP7caPzP0v-D
In argin hormooti
Silaa na keessaa si haqanii
Malkaa keenyatti maqanii
Booressuuf gurmuutiin yaa'u
Jila keenya keessa riphanii taa'u
Silaa...
Balfa ulfoo keenyatti haganii
Anas malkaa kee laganii
Moora koo ciranii gatu
Tarii anatti hormoomta atuu...
Kanaafan haqaan golgadhee
hunda jalaa si dhokfachuu yaalee
Malee akkuma kaleessaa
situ keessa kiyya dhaalee
Hawwiin Kiyya si argadhee
seedaa keetiin maraachuudha
Guyyaa uumaan na badhaasu
deebi'ee suma argachuudha
Malee...
Suphee biraa kutachuuf
laga hin dhaqu,
Oobdii kee'rraa jalladhee
karra biraattin maqu
Ee...
Areera hormaa caalaa
Iji koo gorora kee ilaala
Hammannaa keetu na yaala
Ammaaf garuu jimmaa jimmiitee
Jennaan aduunis dhiitee
Dukkanni kun silaa bariitee...
Bari'us dhiisus sin eega
Sin argadha lammee nan beeka
Iji namaa sin argin
Oobdiin kee hormaaf hin margin
© Kenbon Abraham ✍️
Na amanaatii hojjadhaa waan kana yeroo bilisaa keessanitti. Addunyaan gara crypto seenaa jirti. Dollar muraasa argachuun salphaa miti.
/channel/PAWSOG_bot/PAWS?startapp=77xLZECw
LFG!
PAWS is the new top dog! 🐾
Barruu laphee koorraa
Akka naaf dubbisuuf,
Asaasa onneekoo,
Sagaleesaa baasee
Akka naaf guddisuuf,
Kan uumame afaanni,
Qooqa dhangi'amee
Jechootaan hudhamee,
Erga gaadi'amee...
Egaa kana booda,
Soora godhadheera
Tasgabbiidhaaf usuu,
Yoo dhaga'ameechi..
Iyyis bu'aa hinbuusu...
Yoo dandeessa ta'eef,
Gaaffiikoo caqasuu
Caqastees deebisuu,
Gurra qalbii keetii,
Lapheekootti hirkisii
Onneerraa caqasi,
Bubbee qara onneekoo,
Gidduudhaa bubbisu...
Kanaachi...dhibeekoo...
Ofumakoo caafee,
Ofumaa hindubbisu!
Gammachuu
@Walaloon_Jaalala
Maaltu beeka?
Kirkiruun kee shakkii
Nan shakka
Dhiisi Lakkii
Kaachuu
@Walaloon_Jaalala
Namoonni garee baroota 2018 - 2022 banaman qabdan sinirraa ni bitna. Hubadhaa. Baayyinni miseensa isaa nama tokkoyyuu ta'u rakkoo hin qabu. Bara itti baname qofa barbaadna.
@Walaloo_bot
Waan guyyaan uddeelee,
Gatiittiitti baatu,
Waan yeroon lakkaa'ee,
Barri baatee kaatu,
Waan akkaan uulfaatu!
Ni-cima!
...
Chaanaala sin fayyadu
/channel/BayissaaTech
/channel/TronKeeperBot/app?startapp=1755294190
🎁 Join TronKeeper for a secure Tron wallet experience and start earning rewards! 💰
Account keessan Premium godhachuu warreen barbaaddan akkasumas namoonni star bitachuu barbaaddan. @Egaadhaqi irratti nu qunnamaa.
1 year = 4500
6 month = 2800
3 month = 2100
@Egaadhaqi
📣Warraa group old qabdan yeroon gurgurtan ammadha gatiin dabaleera✔️
🚀2017-2019🏷
🚀2020🏷
🚀2021🏷
🚀2022🏷
🚨2023(january to april) 🔺️
✅Inbox na godhaa
❌ location group tahuu hin qabu
❌historyn isaa muldhachuu qaba
🛫Namoota group 10 fi isaa ol qabaniif gatii dabalataan irraa bita 🔥
🔭miseensi 1 gahaadha
Hub:- Hi nama jedhuuf hin deebisnu... Dhimma keessan qofa kallattiin nuuf barreessaa.
Karaa kaffaltii ▶️🏦🏦🏦🏦🏦🏦
📨 @Egaadhaqi
Hooda Rirriittu eele
****
Yoomu nan yaadadha amantee bar-duree
Waayee rirriittu fi, gaangoo ilmoo harree
Fagaatee akka hin deemne qalbiin habararee
Qeyetti kan madaqsu waan akka ”matatii”
Kan qalbii laahsessu ”tibtaabii – diggimtii”
Qorichi amanamaan rirriittu eeleeti.
Kanaafuu… gaangee haaran bitamtee yeroo qeyee geessu
Utuu ooltee hin bulin rirriittu nyaachisu
Madaqoo, garraamii akka ishee taasisu.
Rirriittu afaan keenyaan hin baddu jedhama
Akkuma rirrittu naannoftee naannofte, deebitee achuma
Dhorkituu fincilaa ta’uusaatu amanama
Ija dura maree, qalbiitu takaalama.
Gooftaa’rratti hin kaatu, bar tasa hin finciltu
Naannoftee, naannoftee, achumatti deebiti, akkuma rirriittuu.
Kunoo akkasittin ”tabulaa raazaan”’ shee ”diggimtiin” xaxamaa
Qaamni ’shee alangaan
Gurri shee kaballaan
Reebamee, kabalamee;
Konkonni ’shee fuuloon,
Afaan ’shee lugamaan
Shabbabamee, loggomam,
Takka takkas jaanoo fi baladiin faayamee;
Jiraanya ’shee guutu saggarti gooftaa ’shee dugadatti baattee
Baachuu dhaa, baatanii saggaaruu dhaa malee, finciluu eessa yaadattee
Akkaiin haa finciltu, silawoo rirriittu eelee nyaatte.
Kunoo… akkanaan gaangoo, intalli wadala harree
Qeyee gooftaa ‘shee ‘rraa hin fagaattu, qalbiin ‘shee habarare
Hin finciltu, hin ciniintu, hin utaaltu
Hin wareertu hin dammaqxuu,
Kotte ’sheenis gooftaa hin dhiittu
Kan itti fe’an baatti amanamaa
Abaaramtitti, ilbisitti, magaajitti jedhamaa.
Salphattee, ofiii’shees, abbaa’shees tuffachaa
Bara baraan jiraatti ba’aa baachaa
“Abbaan’kee eenyuu” yeroo gaafatamtu
“Eessumi’koo fardaam, maal akkam wallaaltuu”? jechaa.
Zelealem Aberra Tesfa
@Walaloon_Jaalala
Carraa nama 5 qofaaf
/channel/bums/app?startapp=ref_niOSqL1Z
Hey buddy! Check out BUMS!
Join now and level up from a bum to the king of the streets!
USDT namoonni gurgurachuu barbaaddan @Kaachuu_YW irratti screenshot isaa erguun nu qunnamuu dandeessu.
Читать полностью…Galanni kee
***
Eennaa ol baatu faa
Yaada koon shan rarraa'aa
Mana gahu kee dhageenyan
Takkaammoo tasggaabaa'aa
***
hir'ina koo dhiiseen
Kan kee siif guuta
Hammeenya keetiif silaa
Nyaaran walitti butaa
***
akkam siif ta'uu dhugaa
Falan murteessun wallaale
Jaalala keef of mookseen
Gochaa keetu caale
***
dhiphadheen jecha dhabe
Eenyuutu naf hima
Dogoggooreen si miidhee?
Maafan kopha gungumaa
**
Miidhama kan kee
Ani siif dhukkubsadhee
Yaada jiruu kan kees
Garaatti siif baadhee
***
maaf akkana ta'ee
Galannii kee yaraa
Gaarrummaa keetillee
Of keessa hin qabu dharaa
***
Abdii hin kutne anoo
Siifaanan wixxifadha
Ammaan lubbuun jiruttii
Ba'aa keen baadha
***
Halkan eegumsatu jira
Waardiyyaa yaada kee
Guyyaa lolatu jira
Anaf eenyutu beeke
***
hundafuu ulfaadhu
Galatoomi yaa uumaa
Borii koof adaraa
Inni har'aa in dhumaa
✍️..Alalaasaa
@Walaloon_Jaalala
Abjuu
Abjuunan si arge
rafeetoo galgala
Teenyee yoo haasofnu
da’oo Odaa jala
Sinsinniin yoo wal-laalan
agartuun keenya lachuu
Gadda fageessanii
yoo oomishan gammachuu
Wanta garaa keenyaa
hundumaa haasofnee
Danqaa nu gidduudhaa
haasawaan furannee
Imaluu eegalle
walitti sissiquu
Keessaa u…utaalaa
gammachuun burraaquu
Gaafan xuuxuuf jedhu
hidhiikee bareedduu
Hirriibaan dammaqe
adda cite hunduu
Kaachuu
@Walaloon_Jaalala
Hey buddy! Check out @Bums!
Join now and level up from a bum to the king of the streets!
/channel/y_nation_bot/start?startapp=EVIBDO
A friend has invited you to join Y nation
Major
X
Dogs
Notcoin
Hamster
Ton
USDT
Gatii madaalawaan ni bitna. @Egaadhaqi
(Nan-shakka!)
Walitti haasofti,
Waliin marii'atti,
Duutiif lubbuun,
Hiriyaa dhiyooti,
Duuti ogeettiidha,
Lubbuu kunuunsiti,
Jaalala qabsiifti,
Kaadhimaa godhatti,
Ofitti fudhatti!
...
Gadaa
Maal Jedhu...?
Osoo jechi falaa ,
dhugaa waaqaa lafaa..
Manaaf mannee dhabee,
eenyutu ala rafaa..?
Garuu kan cabe dhidhiibuuf,
jecha ofii cabne..
Cabaan haa fayyuuttis
Cabnee fayya dhabne...
Nama kabajuudhaaf,
kabajama dhabne..
Harra quba hin qabnu,
kan durii ni beekna...
Nagaa wal dhoksinee,
waaqa nagaa jeeqna..!!
Ofii galaa nyaannee,
dhalootarraa eegna...!
Waliif beekuun hafe,
yoo wal beekuu malee..
Waliif yaaduun hafe,
yoo wal gaaduu malee..
Jabaadhaa jabookoo,
kan alaa hanga arbaa..
Jabaadhu lafee koo,
kan manaa akka garbaa...
Nutti hin darbin malee,
Nuti hin darbin malee hundinuu ni darbaa..!!!
Buzex Boharsa,
@Walaloon_Jaalala
Namoonni garee baroota 2018-2022 banaman qabdan sinirraa ni bitna. Hubadhaa. Baayyinni miseensa isaa nama tokkoyyuu ta'u rakkoo hin qabu. Bara itti baname qofa barbaadna.
@Walaloo_bot
External Vacancy Announcement
1. Senior Electro Mechanical Engineer
2. Senior Construction Project Management Officer I
3. Senior Engineer I
4. Senior Engineer I
5. Associate Construction Project Management Officer II
6. Senior Foreign Banking officer -II
7. Manager, IT Audit
8. Senior System Engineer II
9. Capital Market Trader (Re-Advertised)
10. Investment Strategist (Re-Advertised)
11. Capital Market Advisor (Re- Advertised)
12. Siingee IHSAN Corporate Appraisal Officer 1
12. Driver 1
#Siinqee_Bank #Baankii_Siinqee #ሲንቄ_ባንክ
#EMPOWERED_TOGETHER
@Hojiiwwan