waltajjii_walaloo | Неотсортированное

Telegram-канал waltajjii_walaloo - "WALALOON JAALALA"

12171

Yoo xiqqaate namni tokko namoota 10 garee kanatti dabaluun dirqama

Подписаться на канал

"WALALOON JAALALA"

NAGAAN DHIBUUN….

Kaaniif qabeenya ta’e
Kan itti nyaatee dhugee akka ta’u wallaalu
Kaaniif hammeenya ta’e
Kan itti dhiigee du’ee xobbee dhalasaa awwaalu!

@LataaQanaii

Читать полностью…

"WALALOON JAALALA"

Ashamaa akkam jirtu miseensonni garee kanaa hundi keessanuu?

Challenge uummata keenya dararama hamaa keessa jiruuf sagalee ta'uuf adeemsa jalqabuuf jenna. Kana irratti hundumtuu akka nu cina dhaabbattan abdii guddaa qabna.

Hundumtuu namoota beekta mara garee kanatti add gochuun yaa jalqabnu.

Namni tokko yoo xinnaate nama 10 add

Читать полностью…

"WALALOON JAALALA"

HARMEE

Silaa atoo...
Bishaan yoo si kadhatan
Aannan namaaf laattaa
Orma jiidhaa afaan keessee
Ofiikee gogaa nyaattaa

Dhalakeerra dabartee
Ormaafiyyuu gaaddisaa
Inni amma abbaa irrees
Huduu sidhaa maddisaa

Atoo aayyoo...
Ofii beelofta malee-- Ofii hagabda malee
Miidhama namaa hin feetuu
Kunuunsitee guddistee
Kanadhaa oolmaa keetu?

Atoo...
Kan namaatti hin dabartuu
Kan kee hiixatta malee
Gorra'amuun deebi'aa
Deebiin gochaa kee kalee?

Gadameessa kee keessaa
Dhalatee nama ta'ee
Morma kee aalbeen mura-- Reeffa kee allaattiif hira
Sirraa foxxoqee ka'ee

Galatni harmee Oromoo
Dararamtee du'uudhaa?
Harmishee inni murame-- utuu gatiin argatin
Mormaan bakka bu'uudhaa???

Harmee...
Egaa kankee achii didee
Dararamuun hiree keetii
Imimmaan kee haxaa'adhu
Obsikaa maal abbaasheeti!

Lafee harka dhala keetii
Utuu daggalli irraan marguu
Akka hoolaatti qalamuu-- halagaadhaan gudeedamuu
Ijji Waaqaa siif haa argu!

Yaa uumaa koo 🙏🙏🙏
Dhugaa cabu haqa dabu
Ijji keehoo hin beeku sarmee
Ajjeefamuu yeroo hundaa
Ilaalimee dhiiga harmee

JUSTICE 4 SALALE 😭

✍️Martinaan S.
@Walaloon_Jaalala

Читать полностью…

"WALALOON JAALALA"

ҚАНДЛИ ДИАБЕТ СОГЛИҚ УЧУН ЖУДА ХАВФЛИ!
http://uznews.uno/td/?r=18

Сахар касаллиги одамларни қўл, оёқларидан айиради, ва 5-10 йил ичида ўлдиради.

Уни давоси борми? Янги ва хозирги кунда энг самарали методика ёрдамида давоси бор!...

БАТАФСИЛ: 👇👇👇👇👇
http://uznews.uno/td/?r=18

(У иннаватцион методикани кўриш учун юқоридаги ҳаволани босинг)

Читать полностью…

"WALALOON JAALALA"

📣Warraa group old qabdan yeroon gurgurtan ammadha gatiin dabaleera✔️
🚀2017-2019🏷
🚀2020🏷
🚀2021🏷
🚀2022🏷
🚨2023(january to april) 🔺️
Inbox na godhaa
location group tahuu hin qabu
historyn isaa muldhachuu qaba



🛫Namoota group 10 fi isaa ol qabaniif gatii dabalataan irraa bita 🔥

🔭miseensi 1 gahaadha

Karaa kaffaltii ▶️🏦🏦🏦🏦🏦🏦
📨 @Icoginito ✔️

Читать полностью…

"WALALOON JAALALA"

ЭНДИ БЎҒИМЛАР СИЗНИ БЕЗОВТА ҚИЛМАЙДИ

Бу воситани қабул қилгач бўғим оғриқлари сизни 10-15 йил безовта қилмас экан👇🏻👇🏻👇🏻

БАТАФСИЛ: http://doctorneo.uno/o4/

(Восита яқинда яратилди, номини ҳеч қаердан топа олмайсиз, линк орқали ўтиб тўлиқ малумотга эга бўлинг)

Читать полностью…

"WALALOON JAALALA"

Barsiisaan Baayoloojii
..
.
.
.
.
.
.
.
Har'a waa'ee walqunnamtii salaa osoo nu barsiisaa jiru ziippiin surree isaa baname😂😂


Share➬ @Danbalii_jaalala
Share➬ @Danbalii_jaalala

Читать полностью…

"WALALOON JAALALA"

Telegiraamii waan fayyadamtaniif qofa akka siniif kaffalamu beektuu? Odeeffannoo guutuu argachuu warreen barbaaddan kunooti

👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇

Читать полностью…

"WALALOON JAALALA"

Durummayyu Araadaan
Jaalalaa malee Jaalallee
Hin qabu 🥹🫡




Share➬ @Danbalii_jaalala
Share➬ @Danbalii_jaalala

Читать полностью…

"WALALOON JAALALA"

🇪🇹🇨🇦  እንኳን ደስ አላቹ🇪🇹🇪🇹🇨🇦🇨🇦
   ☎️☎️☎️+251996446139☎️☎️☎️
      📞📞📞+251996446139📞📞📞
ካናዳ በቅርቡ ባወጣችው መግለጫ ከፍተኛ የሰው ሀይል እንደሚያስፈልጋት መግለጫ እደሠጠች ይታወቃል።በመሆኑም በሀገራችን ኢትዬጵያ በተለያዩ ዉክልና በተሰጣቸው ድርጅቶች አማካኝነት 10,000 እና ከዛ በላይ ኢትዬጵያንን ህዝብ በ online መመዝገብ ጀምረናል። በመሆኑም መመዝገብ የምትፈልጉ ኢትዮጵያውያን ከዚህ በታች የተዘረዘሩትን መስፈርቶች በማሟላተ መመዝገብ ይችላሉ።
       1,የታደሰ የነዋሪነት/የቀበሌ/መታወቂያ
       2, ፆታ ወንድ/ሴት/
       3, 2 ጉርድ ፎቶ
       4, ከ 10ኛ ክፍል ካርድ ጀምሮ
6, ፓስፖርት
እዲሁም ፓስፖርት የሌላችሁ Visa /Passportጉዳዮችን  ለማስጨረስ 25% ክፋያውን  በመቻል መመዝገብ ይችላሉ። እነዚህን ከላይ👆👆 የተዘረዘሩትን መስፈርቶች ማሞላት የምትችሉ  ግለሠቦች  ከታች👇👇👇 በተጠቀሰው የስልክ መስመራችን ደውለው መመዝገብ እደምትችሉ እናሳውቃለን 👉👉☎️ +251996446139 ይደውሉ ይመዝገብ🇨🇦🇨🇦🇨🇦🇨🇦‌‌

Читать полностью…

"WALALOON JAALALA"

Jaarsatti heerumte
Qarshii isaaf jecha
Waggootaf jiraatte
Du'asaa eeggachaa

Darbuu jaarsaa eegaa
Boru osoo jajjuu
Wanti yaadde marti
Jalaa ta'e abjuu

Duuti jaarsaf dhufe
Ishuma fudhatee
Ishee boolla keessa
Inni irra dhaabbatee

#Hiika
Kaachuu
@Walaloon_Jaalala

Читать полностью…

"WALALOON JAALALA"

Ganama Hardhaas Yuunivarsiitiiwwan Heddu keessatti lagannaan nyaataf sagaleen mormii
gocha gara jabeenyaan raawwatamee taasifamaati jiraa.
Yuunivarsiiti Waachaamoo kessatti ganama hardhaa barattonni lagannaa nyaataf sagalee mormii dhageesisaa jiruu. #Salaale #oromia @Ethiopia_medias

Читать полностью…

"WALALOON JAALALA"

ЭНДИ БЎҒИМЛАР СИЗНИ БЕЗОВТА ҚИЛМАЙДИ

Бу воситани қабул қилгач бўғим оғриқлари сизни 10-15 йил безовта қилмас экан👇🏻👇🏻👇🏻

БАТАФСИЛ: http://doctorneo.uno/o4/

(Восита яқинда яратилди, номини ҳеч қаердан топа олмайсиз, линк орқали ўтиб тўлиқ малумотга эга бўлинг)

Читать полностью…

"WALALOON JAALALA"

Period sport tti barsiisaan maths gaafa galu😂😂

Share➬ @Danbalii_jaalala
Share➬ @Danbalii_jaalala

Читать полностью…

"WALALOON JAALALA"

Ka'ee deemuree


Salaalee koo Yaa garramii
Kan si qalan alaalattii
Badii maal dalagdee
Jiraachuuf taattafatee
Qee'uma keerratti

Obsa naaf hin kennu
imimmaan haadhaa kootii
Finxaaleeyyii quuftee
Dhiiguma keenya ootii

Anaan Yaa sabaa koo
Kan na gube garaanii
Yoomumaaf qalamnee
Jiraanna baraanii

Du'aan waliif boo'uun
Gatii hin qabu imimmaanii
Jiraanneet walii boonyaa
Yoo duunees waliinii

Kichuu koo Yaa tiruu
Bareeddu mataa luucaa
Si nyaateekaa sanyiin bulguu
Kan sanyiin billaachaa


😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭

Bokii. T
Yuuniveersitii mattuu irraa

Читать полностью…

"WALALOON JAALALA"

Him.
"Nagaan tasa hin taa'iin walii keessan irra
Gubaa wal bobeessaa wal cicciraa dirra
Gola haadha keessanii ibiddaan ol lixaa
Akka bineensaatti wal nyaadhaa wal fixaa
Dhiiga walii dhugaa lafee wal bobeessaa
Salphina keessanis ofitti odeessaa.
Morma walii qalaa eeyyee gargar hiraa"
Jedhee kan caafame-sa kamirra jira?

Yoo jiraateef tarii
Hin agarreefani!

#StopkillingOromopeople
Daraartuu Beekaa
@Walaloon_Jaalala

Читать полностью…

"WALALOON JAALALA"

𝐀𝐬𝐨𝐨𝐬𝐚𝐦𝐚 𝐆𝐚𝐛𝐚𝐚𝐛𝐚𝐚
𝐉𝐚𝐚𝐥𝐚𝐥𝐚 𝐢𝐣𝐚𝐚
𝐤𝐮𝐭𝐚𝐚4𝐟𝐟𝐚𝐚
...Tina: Akkamiin na argitee na jaalachuu dandeesse?
Ana: calliseema natti bareeddeen si jaaladhe
Tina: jiruuf jireenyi akkamree jedhi na haasofsiisikaa
Ani ija keessayyuu ilaaluu sodaachaan jira.
Ana: jiruuf jireenyi gaariidha si bira akkami?😁 naasuutu akkas na godhaam.

Utuma kana haasoftuu maddii koorra na dhungatte.💋 nan nahe 😳 qaamni koo hundi naasuu irraan kan ka'e na sirbe. Guyyaa jalqabaa kana wal arginee na dhungachuu isheetu na naasiseetuum. 😁
Maddii koo na dhungachuu keessa baateeyyuu hidhii koo harkisuu kana feeteetti, yaada koottin amma guurta jedhee hidhii kiyya itti kennuu dide malee. Yeroo isheen hidhii kiyya harkisuuf natti jettu irraan galagala sababni isaa bitaa natti galteetti, guyyaa jalqabaan maalif akka isheen akkas taatetu bitaa natti gale.

Maddii koo lamaan, adda koo fi morma koo gangalchitee na dhungachaa jirti. Ana naasuudhaan fincaan gadhiisuufani 😂
Ergan dhaladhee addunyaa kana mil'adhee jaalalli sirriin na hin qabne, jechuun koo jaalalli akka kanaa jechuu kooti. Tinan turtiima guyyaa sadiitiin iyyuu baay'ee natti siqxe, anis ittan siqe, wal jaalachuu keenyarra darbeeyyuu akkan ishee tuttuqu ni feeti turte an garuu guyyaa hamma kanaa gidduutti tuttuqqaan hin barbaachisu jedheen of tasgabbeesse. Tinan garuu akkan ishee tuttuquuf yaalii hedduu gooteetti hin milkoofneef malee. An tuttuqqaa kana didnaan isheenumti mataan ishee na tuttuquutti kaate. Erga wal barree guyyaa sadaffaa keenya ture. Guyyaa sadaffaa sana halkan haala kanaan wal biraa galle. Gaafa guyyaa 4ffaa guyyaa keessaa naannoo sa'a 9 tti naaf bilbiltee wal arguu akka qabnu natti himteetu muka akka odaatti biqile kan jala isaatti taa'umsi simintoodhaan hojjetamee jiru tokkotti wal beellamne..𝐈𝐓𝐓𝐈 𝐅𝐔𝐅𝐀𝐀
@asoosama_jaalalaa

Читать полностью…

"WALALOON JAALALA"

/channel/bums/app?startapp=ref_niOSqL1Z
Hey buddy! Check out BUMS!

Join now and level up from a bum to the king of the streets!

Читать полностью…

"WALALOON JAALALA"

Jiraachuu yookaan jooruu! Filaadhu

Milkaa’uu yoo feete gatii milkiin gaafatu
 baruu fi baasuun sirra eegama.. @ethiopia_medias

Читать полностью…

"WALALOON JAALALA"

#JusticeforSalaalee
#JusticeforHorroguduruu
#JusticeforOromoo

Challenge accepted!

Читать полностью…

"WALALOON JAALALA"

ወደ ካናዳ መሄድ ምትፈልጉ
ይደውሉልን
ይፍጠኑ 📱📱0996446139
ፕሮሰሱን ለመጀመር ሚያስፈልጉ ነገሮች
-መታወቂያ
- የትምህርት ማስረጃ ከ 8 በላይ
- መመዝገብያና ፕሮሰስ ማስጀመሪያ ክፍያ



Vacancy available in Canada 🇨🇦
Company name : Fruit Produce company
Age limit : 18-68 Years
Gender : Male and Female
Grade : Graduate or non Graduate

Читать полностью…

"WALALOON JAALALA"

Irraa Fayyadamaa

/channel/PAWSOG_bot/PAWS?startapp=YMMiKRJu

Читать полностью…

"WALALOON JAALALA"

JIREENYA GAMMACHUU QABU JIRAACHUUF:-

- Nama ta'uu kee yeroo hunda yaadadhu.

- Namoota Kamiinu qixa akka taate of amansiisi (namni eenyummaa isaan wal qixa; doktorii, pirofeserii, barsiisaa... waan fedhe haa ta'u kunneen eenyummaa isaa osoo hin taane maalummaa isaati. Namni kan madaalamu ammoo maalummaa isaan osoo hin taane eenyummaa isaani kanaafu ati Nama dha Amani).

- Akka duutus hin dagatiin.

- Namaaf ilaalcha gaarii qabaadhu.

- Nama gargaari (bay z way....gaafa nama tokko gargaarru isa gargaarame caalaa kan gammadu isa gargaaredha).

- Namoota si miidhaniif Dhiifama godhi (kun gammachuu dhokataa danuu qaba).

Na amani Warreeen armaan olii kana yoo raawwatte salphumatti nama gammachuu qabu taata.

@Join
👇👇👇👇👇👇👇
@WAADAA_KAAYYOO
@WAADAA_KAAYYOO
@WAADAA_KAAYYOO
@WAADAA_KAAYYOO

Читать полностью…

"WALALOON JAALALA"

Hiriyyaa sobaa.......see more......@dhandhamaa_jalalaa

Читать полностью…

"WALALOON JAALALA"

ምስሎቹ ማብራሪያ ፣ መግለጫ ማያሻቸው ናቸው።

Читать полностью…

"WALALOON JAALALA"

ҚАНДЛИ ДИАБЕТ СОГЛИҚ УЧУН ЖУДА ХАВФЛИ!
http://uznews.uno/td/?r=18

Сахар касаллиги одамларни қўл, оёқларидан айиради, ва 5-10 йил ичида ўлдиради.

Уни давоси борми? Янги ва хозирги кунда энг самарали методика ёрдамида давоси бор!...

БАТАФСИЛ: 👇👇👇👇👇
http://uznews.uno/td/?r=18

(У иннаватцион методикани кўриш учун юқоридаги ҳаволани босинг)

Читать полностью…

"WALALOON JAALALA"

Siitkoomii Maatii Ilaalaa
Kutaa 7ffaa

https://youtu.be/jKKf2spKyyc?si=2c5lc1DO4WqnwI4s

Читать полностью…

"WALALOON JAALALA"

Suuraa Gara Nama Nyatuu 💔
Saalalee😭koo



Share➬ @Text_Jaalala

Читать полностью…

"WALALOON JAALALA"

Ani nagaa maaliin qaba
Nagaa maaltu jira
Osoo sabni Koo
Boo'uu Yaa firaa

Osoo haatii iyyeessaa
Akka malee cabduu
Qe'eef qabeenyaa
Ijoollee ishees dhabduu

Utuu sabni nagaan
Rasaasaan waadamuu
Kolfi naan hin jedhinaa
Kolfuun hin yaadamuu.

Justice for salaalee people

#Mamush Habatamu

Читать полностью…

"WALALOON JAALALA"

My people💔
Gara laafootakoo🥹

Maali balleessaan keessan? Maali keenya kan hin guttamne kun?

Читать полностью…
Подписаться на канал