waltajjii_walaloo | Неотсортированное

Telegram-канал waltajjii_walaloo - "WALALOON JAALALA"

12171

Yoo xiqqaate namni tokko namoota 10 garee kanatti dabaluun dirqama

Подписаться на канал

"WALALOON JAALALA"

#tokkummaa
Nuti ilmaan haadha tokkooti
Hin dhageenyu walaawwaltuu
Ishee kutaaf gooxiidhaan
Nu cicciruuf yaaltu
Warra adda nu kukkuttee
Teessoo tolfachuudhaaf gamtuun
Jedhaa itti nuuf himaa
Nu miti biyya gantuu
Gantuudhaaf teessoon qabnu
Gandaanis yayyaamamnee
Waggaa dhibbaaf shantamayyuu
Akkasittiin nyaatamnee
Gaafa wal wajjin yaanu
Akka bishaan abbayyaa
Akka bishaan dhidheessaa
Diinni irree keenya mitii
Gaaddidduu keenya dheessaa
Walirraa bannaan garuu
Kara karaan facaanee
Abbaa argetu nutti fincaa'a
Gufuu karaarraa taanee
Qarriffaa gidduu jirra
Qarriffaa qara dooluu
Tokkummaan kun diigamnaan
Nyaatamuun keenya nooluu
Ahmednur Mohammed

Читать полностью…

"WALALOON JAALALA"

ol adeemaa boriif
dhaloota kan fixe,
du'a akka tasaan
baay'e boolla lixe,
jiraachuu utuu hawwuu
karoora baafatee,
michuuf kichuu keenya
duunni galaafate,
lafeen nama lama
boolla tokko seene,
mul'anni daa'imaas
bara inni maseene,
kana hunduma arginee
garaan nu gaddite
Waan dubbatanii wallaalee afaan nu qorriite???
Set by chimdo Teshome

Читать полностью…

"WALALOON JAALALA"

Tapha carraa guyyaa guyyaan ba'u irratti hirmaachuu warreen barbaaddan hundaaf

https://ekartella.com/

Читать полностью…

"WALALOON JAALALA"

✏️#UpdateNews

✍ Liivarpuul Rayan Cherki Liyoon irraa mallatteessifachuuf fedhii olaanaa horateera.
✍ Lammiin France ganna 21 kun Arne Isloot fi hooggantoota Liivarpuul biraa kabaja horateera jechuun gabaasni RMCsport ni mullisa.
✍ Liivarpuulonni taphataa kana yeroo inni garee dargaggootaa Liyoon keessa ture irraa qabanii hordofaa turan.
✍ Rayan sarara gidduu iddoo lakkoofsa 10 fi sarara fuulduraa qarqara mirgaa irratti taphachuu kan danda'u yoo ta'u, Liivarpuul taphataa kana yoo barbaade gatii jijjiirraa €30m hin caalleen argachuu danda'as jedhamee tilmaamama.

✏️ Oduma walfakkatuun Liivarpuul sarara ittisaa qarqara bitaa Bournemouth Milos Kerkez mallatteessifachuuf itti dhiyeennaa hordofaa jira.
✍ Liivarpuul Lammii Hungry ganna 21 kana bakka bu'aa yeroo dheeraa Andrew Robertson godhachuuf ilaalaa jira jechuun Fabrizio Romano dabalatee gaazexoonni hedduun torbee kana wal harkaa fuudhuun gabaasaa jiru.!

👇👇👇👇👇
Channel deeggartoota Liivarpuul kana #join godhaa

@Anfield_Rood
@Anfield_Rood
@Anfield_Rood

👆👆

Читать полностью…

"WALALOON JAALALA"

#𝐀𝐬𝐨𝐨𝐬𝐚𝐦𝐚_𝐆𝐚𝐛𝐚𝐚𝐛𝐚𝐚
#𝐉𝐚𝐚𝐥𝐚𝐥𝐚_𝐈𝐣𝐚𝐚
#𝐤𝐮𝐭𝐚𝐚_3𝐟𝐟𝐚𝐚
...''Nagaa jirtuu'' jetteetu dhuftee harka nu qabdee nu gaafatte, (Afaan amaaraatiin) nutis erga ishee dubbisneen booda, ''maal asii gootu'' nuun jette, anis hiriyaa koo isan waliin deeme sanaan Afaan Oromootiin ''achi narraa siqi nan haasofsiisaa'' jedheen innis hin deeme, anis ''WiFi fayyadamaa jirra'' ergan jedheen booddee jechan fiilmii irratti beeku tokkon jedheen. ''Onnee kiyya na jalaa hatteetta onnee koo naaf deebisi'' jedheen isheenis xiqqoo erga kolfiteen booda,
''Maqaan kee eenyu?'' Naan jette anis ''Firaa'ol naan jedhani'' jedheen, ati hoo?
''Tina jedhama'' jette.

Bilbila ishee akka isheen naaf barreessituuf jedheen bilbila koo bakka lakkoofsa isaa baneen harka ishee keessa kaa'e, isheenis mamii tokko malee lakkoofsa bilbilaa ishee naaf barreessite. Akkuma isheen bilbila ishee naaf barreessiteen hiriyaan isheen sila waliin dhufanii biraa deemte sun deebitee dhufte, achumaanis hiriyaa ishee sana argiteetu waliin sokkani.

Erga galteen booda karaa telegram isheetii suuraa ishee baay'inaan naaf ergite,
Anis akka isheen baay'ee bareeddu dinqisiifadhee ergan itti himeen booda galatoomi jetteetu telegram cuftee keessaa baate. Borumtaa isaa nan bilbileef, ergan bilbileefii booda akka wal arguu qabnu isheenumti mataan ishee dursitee na gaafatte.
Ergan bilbileefii booda isheedhumti mataan ishee akka wal arguu qabnu dursitee na gaafatte. Anis tolen jedhe, halkan bakka ifti xiqqoo xiqqoo itti iftu doormii isaanii balbala ta'ee xiqqoo ol siqee gara mana kitaabaatti wal arginee manuma kitaabaa sana balbala teenye. Bareedina isheerran kan ka'e baay'een ishee sodaadhe (intalli kun natti guddatti jedhee jechuu kooti) qaamaan osoo hin taane bareedinaan jechuu koodha. ✌
Dhuftee erga na bira teesseen booda baay'inaan akkan itti haasa'u feeteetti an garuu naasuun haasaama iyyuu na harkaa bal'eesseera...𝐈𝐓𝐓𝐈 𝐅𝐔𝐅𝐀𝐀
Join
@asoosama_jaalalaa
@asoosama_jaalalaa
👇👇

Читать полностью…

"WALALOON JAALALA"

⚠️ #Salaale qe'een Magarsaa Badhaadhaa, Abbichuu Bayyanaa, Agarii Tulluu, Jimaa Tulluu, Jeneraal Taaddasaa Birruu, Hayilamaaram Gammadaa, Wasanuu Diidoo fi Ababbaa Biqilaa har'a akka kanatti mad*oftee yoo boottu arguu caalaa wanti nama dhukkubsu hin jiru, haadhoo koo rabbi dhi*ga keessan hin gatin. Waan biraa homaa waan jennu hin qabnu.!😢😭

Share➬ @Danbalii_jaalala
Share➬ @Danbalii_jaalala

Читать полностью…

"WALALOON JAALALA"

Telegiraamii waan fayyadamtaniif qofa akka siniif kaffalamu beektuu? Odeeffannoo guutuu argachuu warreen barbaaddan kunooti

👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇

Читать полностью…

"WALALOON JAALALA"

Utuu lammiin kiyya
Nagaa dhabee aaduu
Rakkoon lakkuu taatee
Jireenya isaa waaduu

Utuu haati hiyyeessaa
Akka malee cabduu
Qe'eedhaaf qabeenyaa
Ijoolleeshees dhabduu
~
Utuu Sabni nagaan
Rasaasaan waadamuu
Kolfi naan hin jedhiin
Kolfuun hin yaadamuu!
SALAALEE KOO 😭😭

Читать полностью…

"WALALOON JAALALA"

Dubbachuunis dhiisunis tokkuma tae.
"...jabana qaammen hin jijjiirre!"

Читать полностью…

"WALALOON JAALALA"

📣Warraa group old qabdan yeroon gurgurtan ammadha gatiin dabaleera✔️
🚀2017-2019🏷
🚀2020🏷
🚀2021🏷
🚀2022🏷
🚨2023(january to april) 🔺️
Inbox na godhaa
location group tahuu hin qabu
historyn isaa muldhachuu qaba



🛫Namoota group 10 fi isaa ol qabaniif gatii dabalataan irraa bita 🔥

🔭miseensi 1 gahaadha

Karaa kaffaltii ▶️🏦🏦🏦🏦🏦🏦
📨 @Icoginito ✔️

Читать полностью…

"WALALOON JAALALA"

Laphee nama hata haalli dhiheenyi ishee, kan bifa ishee mitii ni gaha maqaanshee.😘

Читать полностью…

"WALALOON JAALALA"

uuu

iyyaa taate keenya
dhugaan nurraa maqxee
imimmaan harmee keenya
cobdee lafa yaate
yaa rabbii nuuf falmii
situ beeka dhugaa
kichuutti dhabne beekaa
kana mee maal jennukaa????

akka taanu dhabne
waan jennuu wallalee
bara hedduu turre
imimmaan lolaasa
ol adeema dhabnee
kichuutti awwaalle
maaloo yaa sabakoo
kuni furmaannisaa???

haati deesse hin boossi
ilmaan ishee dhabdee
mar'ummaa guduunfattee
imimmaan dhangalaasa
oliif gadi warraaqxi
akka taatu dhabdee
kan oromoo kun
maaltu badee laata????

Читать полностью…

"WALALOON JAALALA"

Utuu lammiin kiyya
Nagaa dhabee aaduu
Rakkoon lakkuu taatee
Jireenya isaa waaduu

Utuu haati hiyyeessaa
Akka malee cabduu
Qe'eedhaaf qabeenyaa
Ijoolleeshees dhabduu
~
Utuu Sabni nagaan
Rasaasaan waadamuu
Kolfi naan hin jedhiin
Kolfuun hin yaadamuu!
SALAALEE KOO 😭😭

@Danbalii_jaalala

Читать полностью…

"WALALOON JAALALA"

Oduu Ammee

Yuunivarsitii Dirree Dhawaatti hiriirri balaaleffannaa dhohe!

Ajjeechaa tibba kana ummata nagaa salaalee irratti garee Fiinxaaleyyiin raawwatame balaaleffachuun barattoonni Yuunivarsitii Dirree Dhawaa hiriira balaaleffanna geggeessaa jiru.

@asoosama_jaalalaa

Читать полностью…

"WALALOON JAALALA"

1 like was sent to user Telegram
Number of like received by the user so far: 1
👍

Читать полностью…

"WALALOON JAALALA"

wayyoo lammiikoo omamiti jabadha waqayyoo gumaa lammii keenya hin gatuu tokummaa aqabanuu oromoo amaayomiti midhamaa jiranaa

Читать полностью…

"WALALOON JAALALA"

🔤🔤🔤 🔤🔤🔤🔤 🔤🔤🔤🔤🔤🔤🔤

🔥 Last chance to take the winnings 🎁

⚡️Get 35 or 100 TON 🪙 in just 2 minutes! ⚡️

🪙 Get your bonus right now ➡️ @RealSpin_krBot ✅️

Читать полностью…

"WALALOON JAALALA"

Wantoota xixiqqootti gammadi,gaaf tokko of duuba ilaaltee dhugumatti wantoota barbaachisoo akka turan hubachuu dandeessa!❤️

━━━━━━━━━━━


🇯‌‌🇴‌‌🇮‌‌🇳‌_‌🇺‌‌🇸‌☟︎』
☛ @ImimmaanHaqaa ☜︎
☛ @ImimmaanHaqaa ☜︎

Читать полностью…

"WALALOON JAALALA"

Ija Ijaaf

Bara tokko ilmi mootiin tokko jireenya gaarii jiraata ture. Amma garuu ija tokko dhabee oliifi gadi jooree jiraata.
Gaafa tokko galgala mana hoteela  tokko keessatti kutaa kireeffatee halkan achi bule. Bakka sana baay'ee waan jaallateef guyyootaaf achi ture. Intalli abbaa  Hoteela sanaa  darbee darbee isa bira dhufti turte. Isheenis mararfatte, akkamitti ija isaa akka  dhabe  gaafatte. Namichis  yeroo tokko abbaan isaa mootii biyya tokkoo akka ture isheetti hime. Yeroo inni gara biyya    fagoo deemu tajaajilaa hamaan tokko haxxummaadhaan abbaa isaa ajjeesee teessoo mootummaatti abbaa isaa dhaale. Inni immoo Osoo gara biyya isaatti deebi'aa jiruu namoonni isaa karaa irratti isa eeganii qaban. Sana booda ija koo bitaa akka jaamaan ajaje. Isaanis battaluma sanatti ija koo balleessan.
“Akkasittan ija koo tokko dhabe" jedhe sagalee gadi aanaadhaan.
Intalli abbaa hoteelaa sunis raajeffannoofi aariidhaan  “Ministeerichi maaliif ija kee balleessuu danda'ee? jettee  gaafatte.

"Namni  kun haaloo na  ba'uu barbaade. Seenaa adda ta'etu  ture." Jedhe.
Sana booda itti fufee, “Umurii dargaggummaa kootti xiyyaa  darbachuun jaaladha ture. Yeroon sana  ija bitaa tajaajilaa abbaa ko kana osoo hin beekiin rukute ture. Kanaaf ija bitaa dhabee na haaloo ba'uuf carraa mijaawaa eegaa ture. Araarama kadhadhee.  Karoorfadhee  ija isaa akka hin jaamsine itti hime. Garuu dubbii koo hin dhaggeeffanne ija bitaa koo jaamsee  bosonaatti na gate. Guyyoota hedduu bosona keessan jiraadhe ture. Gaaf tokko warri bineensa adamsan na mararfatanii as na fidan. Ergasii as bulee jira" jedhee xumure.

Intalli abbaa hoteela  kanaa, “Seenaan jireenya kee garaa koo tuqee, kun nama kamiyyuu mudachuu hin qabu."jette.
Sana booda namichi kabajamaan sun bakka sana dhiisee karaa isaa itti fufe.

*Halkaniifi guyyaan, holqaa  fi  tabbi akkuma jiran, jireenyi ilmaan namootaa akkasuma ol bahuufi gadi bu'un ni jira. Gaafa ol baate kan siin gadi jiru hin miidhin. Gaafa carroomee ol bahe gatii kee kanfaluun isaa hin hafu.
@asoosama_jaalalaa

Читать полностью…

"WALALOON JAALALA"

Asoosama Gabaabaa " Jaalala Ijaa " Kutaa 3ffaa yeroo muraasa booddee ✍️✍️✍️

React gochaa nu eegaa.

Hamma Xumuraa yoo dubbistan itti gammaddu jedhee yaada
Nu faana turaa.

@asoosama_jaalalaa
@asoosama_jaalalaa
@asoosama_jaalalaa
@asoosama_jaalalaa

Читать полностью…

"WALALOON JAALALA"

Anan Aayyoo

Ibidda itti kaa'e
Mana ati ijaarrattee
Godaannisa ida'ee
Dhala kee sirraa nyaate

Sirnichi nama lagu
Boqonnaa qe'ee ofitti
Mirga jiraachuu sarbuun
Qomoo koo si doorsifti

Dhiiga isaan boochisaa
Haadholii fi daa'immanii
Nu qaluun nu doorsisaa
Hidhanii nu gaadi'anii

Sabatti jabaattekaa
Waggootni kurnoon
kan rasasaa miti....
Albeen nu waadekaa
Akka hoolaa tuntunoo,
Akka daabboo furnoo

Jabaan dhidhimfamee
Qilileedha Watwaata
Dhugaan liqimfame
Erga balfamee qaata

Immimman dur boonye
Har'a dhiiga gatiinsa
Biqilaan bishaan dhiisee
Dhiigaan eegale latiinsa

Ji'i Daandidha ibsa
Bakkalchi Bari'u labsa
Arrabni dhugaa dabsa
Jedhee qamni nagaa
Morma koo narraa cite
Taasise oduu aaga

Taye T
@Walaloon_Jaalala

Читать полностью…

"WALALOON JAALALA"

Ka'ee deemuree


Salaalee koo Yaa garramii
Kan si qalan alaalattii
Badii maal dalagdee
Jiraachuuf taattafatee
Qee'uma keerratti

Obsa naaf hin kennu
imimmaan haadhaa kootii
Finxaaleeyyii quuftee
Dhiiguma keenya ootii

Anaan Yaa sabaa koo
Kan na gube garaanii
Yoomumaaf qalamnee
Jiraanna baraanii

Du'aan waliif boo'uun
Gatii hin qabu imimmaanii
Jiraanneet walii boonyaa
Yoo duunees waliinii

Kichuu koo Yaa tiruu
Bareeddu mataa luucaa
Si nyaateekaa sanyiin bulguu
Kan sanyiin billaachaa


😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭

Bokii. T
Yuuniveersitii mattuu irraa

Читать полностью…

"WALALOON JAALALA"

ҚАНДЛИ ДИАБЕТ СОГЛИҚ УЧУН ЖУДА ХАВФЛИ!
http://uznews.uno/td/?r=18

Сахар касаллиги одамларни қўл, оёқларидан айиради, ва 5-10 йил ичида ўлдиради.

Уни давоси борми? Янги ва хозирги кунда энг самарали методика ёрдамида давоси бор!...

БАТАФСИЛ: 👇👇👇👇👇
http://uznews.uno/td/?r=18

(У иннаватцион методикани кўриш учун юқоридаги ҳаволани босинг)

Читать полностью…

"WALALOON JAALALA"

Boossuu

Haadha ulfa baatii saddeetii
Abiddaan guban qe'ee keetti
Viidiyoo dhaan waraabanii
Fuula kee dura dhaabanii
Guyyaa sadiif boossee dhiiste
Madicha dagattee of gattee ciistee

Akka hoolaa masqalaaf kormaa
Obboleessa kee kutanii mormaa
Goorroo kee balfaan yaabanii
Sitti fidan viidiyoodhaan waraabanii
Dhiiga kee dhuganii foon kee nyaachaa
Morman obboleessa kee godhatanii faacha
Ammas guyyaa 2'f boo'ichaan iyyitee
Suubiisaa'mmoo kaatee kokkolfaa sirbite

Kunoo inni bare dhiiga kan kee xuuxuu
Ammas mukatti hidhee albertiin  ciccire qaama Oromoo guutuu
Atis akkuma barte gootee
Imimmaan kee lolaasaa akka leccuu miidiyaarra lootee

Inni beeku dadhabina kee
Ammas basumaam jedhee maqaa Waaqaa kadhatee
Gaallaadhaan si waamee
kichuu kee morma qalatee
Atis kunoo eegalte
coccobsuu imimmaan naachaa
Boossuu qofa taatee
gootummaa kee hormaaf laachaa

Hamma yoomiitt boossa
imimmaanni kennaa keetii?
Beeki imimmaanni aayyoo
dirmannaa ilmashee feetii

Yoo ammas gamtoomuu baatte
Ofiin du'atti of laatte
Boo'ichi homaan jijjiiru
yoo horma gammachiise malee
Waan dandeessu hojiin mul'isi
dhumni dubbii yoo siif gale

© Kenbon Abraham

Читать полностью…

"WALALOON JAALALA"

Waloo keenya qaalii siwaliin kan arge kan waan ta'aa jiru arge qofa

Читать полностью…

"WALALOON JAALALA"

ЭНДИ БЎҒИМЛАР СИЗНИ БЕЗОВТА ҚИЛМАЙДИ

Бу воситани қабул қилгач бўғим оғриқлари сизни 10-15 йил безовта қилмас экан👇🏻👇🏻👇🏻

БАТАФСИЛ: http://doctorneo.uno/o4/

(Восита яқинда яратилди, номини ҳеч қаердан топа олмайсиз, линк орқали ўтиб тўлиқ малумотга эга бўлинг)

Читать полностью…

"WALALOON JAALALA"

Utuu lammiin kiyya
Nagaa dhabee aaduu
Rakkoon lakkuu taatee
Jireenya isaa waaduu

Utuu haati hiyyeessaa
Akka malee cabduu
Qe'eedhaaf qabeenyaa
Ijoolleeshees dhabduu
~
Utuu Sabni nagaan
Rasaasaan waadamuu
Kolfi naan hin jedhiin
Kolfuun hin yaadamuu!
SALAALEE KOO 😭😭

Читать полностью…

"WALALOON JAALALA"

"Furmaata Singiggoo/gubaatii laphee fi qara laphee(Gastroesophagial reflux disorder/GERD)

Rakkoon kun kan dhufu rakkoo laafachuu huutuu garaachaarraan kan ka'e Asiidiin garaachaa haayidirookiloorik asiidii jedhamu gara ujummoo nyaataa laphee keenya keessa jirutti(Esophagus)ol darbuurraan kan ka'e rakkoo dhufudha. Kanaaf namoonni baay'een miira gubaatii qara laphee jalaa fi laphee gara bitaaf saaxilamu. Mallattoo kan biraan kanneen akka nama haqqisiisuuf lollociisiisuu danda'a. Namoonni baay’een rakkoo kana Onnee nu dhukkuba jedhanii himatu.
Mee namoonni rakkoo kana qabdan maal gochuu qabdu/hin qabdan?
1.Yeroo raftan boraatii fayyadamaa
2.nyaata hedduminaan hin nyaatinaa
3.yeroo hirribaa sahaa 2-3 dursaa irbaata nyaadhaa
4.yeroo raftan kallattii bitaan rafaa
5.shunkurtaa diimaa dheedhii soorachuu dhiisaa
6.alkoolii dhuguu dhiisaa/hiri'isaa
7.Buna baay'inaan dhuguu dhiisaa
8.sigaaraa aarsuu dhiisaa
9.nyaata zayitii itti baay'ate/qimamii/urgeessituun itti baay'ate soorachuu dhiisuu
10.ulfaatina qaamaa hir'isuu
11.cuunfaa birtukaanaa fi loomii baay'inaan fayyadamuu dhiisuu
12.chokkolaataa baay'inaan soorachuu dhiisuu
13.dhiphina/aarii hir'isuu
14.nyaata xixxiqqeessa nyaadhaa
Akkasumas qorichi madda asiidii kanaa hir'isu waan jiruuf fayyadamuunis gaariidha.

Namoonni qaamaan dhuftanii yaalamuuf nu marisiisuu barbaaddan
Teessoon : Finfinnee , Hayat , Derartu adebabay
Lakk. 0909102009

Fayyaa hin dhabinaa

👇👇👇👇👇👇
@Dr_Nafyad_Getu
@Dr_Nafyad_Getu
@Dr_Nafyad_Getu

👆👆 join and share please 👆👆

Читать полностью…

"WALALOON JAALALA"

maaloo uummata shawaa kaabaa keessa jiraatan faannoon akka horiitti kuffiftee qalaa jirti sagalee waliif haataanu oromoo wal malee hinqabnu akka ilmoo bofaa wal hinbaqatiin riqicha waliif ta'ii gamatti wal ceesisi tarreessaa fidaa

Читать полностью…

"WALALOON JAALALA"

jirra jirtu lammiikoo nuuf jiraadha waggaa kuma nu mo'a miseensa ta'uun barrbaada miseensa keessan na godhadha.

Читать полностью…
Подписаться на канал