Yoo xiqqaate namni tokko namoota 10 garee kanatti dabaluun dirqama
Sitti agarsiisu ibsaa magaalaa
Paarkii Finfinnee
Akka waan lammiin kee qe’eetti salphatee
Mormisaa hin citnee!
Siif dhaabaa oolu ‘biliclicii’ kee
Bifa waan hallee
Akka waan diinni ‘’Besimeab” jedhee
Ilma kee hin qallee!
Tv irraa ilaalta misooma lagaa
Misooma dirree
Akka waan aayyoon kee
Dhiigaafi imimmaan coccobsaa hin jirree…
Sitti himaa oolu Itoophiyaan kee baay’ee fagaachuu
Hundayyuu caaltee #Paaris fakkaachuu…
Xinxalaa oolta mukti dhaabame tokko
Yoom akka margu
Mar’umaan cabaa - gidiraa sabaa
Iji kee hin argu!
Biqiltuu tokkoof gatiin adabaa
Kuma dhibba sadii
Kan dhala namaa - kan lubbuu garuu santiimaa gadi!
Oromiyaan kee bakka watwaannaa
Bakka boo’ichaa
Dachee lubbuun namaa santiima hin baafnetti
Maaltu mo’ichaa?
Gandaan wal qoodnee
Garaan hadoodnee
Dhugaas hoodnee…
Gidiraa keessa rafuuf ciisne kaa
Imimmaan keessa rafuuf ciisne kaa
Harmee nu deesseefuu na’uu dhiisne kaa!
Kan kana caalu salphinni jiraa
Natti himaa firaa!!!!
Rabbiin Danda'aadha....
Rabbiin danda'aadhaa
Silas maal dadhabee
Kan Aadam kalaqee
Biyyee waliqqabee
Eega rabbiin bishaan
Walitti itichee
Lubbuu nutti godhee
Uumee nu biqilchee
Hangam barattanis
Hangam yoo beektanii
Hammam guddattanis
Hammam yoo geessaanii
Yeroodhuma xiqqoof
Dachiirra teessaanii
Biyyeetti deebituu
Hundumti keessanii
Jireenya fooyyessuuf
Oliif gad dhamaanaa
Laga meeqa bu'aa
Taabba meeqa baanaa
Biyyerraa uumamnee
Ganaa biyyee taanaa
Zalaalam dachiirra
Waan jiraannu seenee
Maaf badii dalagna
Daangaa rabbii ceenee
Jireenya gabaabduuf
Wal jibbinee argaa
Maqaa walibbaafnee
Wal ilaalla dalgaa
Maalif wal jibbina
Maalif wal hamannaa
Keeyrii gurgurannee
Maaf sharrii shamannaa
Bareeddee uffattee
Gaaf manaa gad ceetuu
Bareennis si malee
Waan uumame hin seetuu
Osoo boonaa kaattuu
Morma kee dabsitee
Daangaa rabbiin kaaye
Harka keen cabsitee
Isa kaan arrabsaa
Isa kaan tuffataa
Kabajaa mulqattee
Salphina uffataa
Kan rabbiin si uumef
Kaayyoo kee dagattee
Daandii nabsiyaan tee
Siin jette qabattee
Qaamaaf qalbii keetin
Haraama dalagaa
Saahiba godhattee
Sheyxaana alagaa
Guyyaan tokko dhufaa..
Guyyaa qabeenyi kee
Wabii siif hin taanee
Guyyaa jabeenyi kees
Wabii siif hin taanee
Guyyaa maatin kan kees
Wabii siif hin taanee
Hangam si jaalatus
Hangam sitti aanee
Guyyaan sun siif jiraa
Hin dagatin lakkii
Dhugaa lafa jiruu
Homaa hin qabu shakkii
Aanaaf aalin keenya
Akkoof akaakiyyeen
Eenyu dheessee bahe
Osoo hinyaatin biyyeen
Biyyeerraa uumamnee
Biyyee ta'uuf jirraa
Akkanaan hin hafnuu
Duunee ka'uuf jirraa
Gaaf guyyaa qiyaamaa
Guyyaa dhaabbiin jabduu
Haatis ilmoo ofii
Gaafas quba hin qabduu
- Wal arguun hin jiruu
Qullaa dhaabatanii
Nabsee nabsee jedha
Hunduu gaafa sanii
Waan har'a dalagneen
Miizaanni dhaabataa
Yoo Kan ofii malee
Eenyu wal yaadataa
Rabbii kee sodaadhu
Kan tolchee si uumee
Isa bareechisee
Dachiirra si shuumee
Gaariif gadhee maraa
Waa meeqa raawwattee
Nabsii kee gaafadhu
Waan boruuf kaawwattee
Kan afaanin jetteef
Kan ijaan ilaaltee
Kan dalagdes ta'ee
Kan dalaguuf yaaltee
Waakkachuu hin jiruu
Hin dandeessu haaltee
Dalagaan kee hundi
Gaafas mazzanamtee
Karra lamaan keessaa
Tokko siif banamtee
Milkoofnan jaannataa
Kasaarran ibiddaa
Fudhachuun dirqamaa
Akkam gootee diddaa
Jaalalli osoo jiruu
Jibba waliif qoodaa
Argaa wal jibbinee
Fayyaa waliin oodaa
Mee of haa gaafannuu
Wanta dabarsinee
Obboleessa meeqa
kan qalbii cabsinee
Isa kaan hamachaa
Kaanis arrabsinee
Yaadachuun dirqamaa
Waan bira dabarree
Kan gurraan dhageenyef
Kan ijaan agarree
Dhufuuf jira guyyaan
Dabaree eeggataa
Gaafas eenyu kolfa
Eenyutu seeqqataa
Wanti balleessine.....
Ifattis yoo ta'e
Kan dukkana keessaa
Gaafas akkamitti
Dhokfachuu dandeessaa
Nama maaltu galche
Jennee wal tuffannee
Yoo dalagnu badii
Dukkana uffannee
Dukkanaa'ee hin hafuu
Gaaf tokko ifaa ta'aa
Hojiin keenya hunduu
Nutti ifa ba'aa......
Kophaas gaafa jirtu
Gaaf nama wajjiinii
Eessas yoo jiraatte
Si arga rabbiinii
Ifattis haa ta'uu
Dukkana keessattis
Jalaa miliqtellee
Hin baatu eessattis
Rabbii samii uumee
Kan dachii diriirsee
Kan halkaniif guyyaa
Wal faana hiriirsee
Fedhii lubbuu keenyaa
Too'achuu dadhabnee
Daandii qajeelarraa
Gara moggaa dabnee
Waa ka dhiisu hin taanee
Ibliis hojii isaa
Takkaa siin wal barraan
Of si wallaalchisaa
Jaannanni osoo jiruu
Jahaannam si dhaalchisaa
Dhara waliqqabee
Dhugaa siffakeessaa
Qabee gad si hin dhiisu
Darbaa sifageessaa
Oduu sobaa fuudhee
Dalgaan sitti hasaasaa
Hamilee siif kennee
Duubaa si kakaasaa
Harkaa baatee hin toltu
Mallisaa gabaabaa
Gaaf tokkotuu oofee
Bag taraa si dhaabaa
●●●●●●●●●●●●●●●●●●●●
Gara Channel Telegram Keenyaa Makamuu Yoo Feetan, JOIN Godhaa, Ykn As XUQAA, Gara Channel keenyaa Dabalamaa.
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
👉 @asoosama_jaalalaa 👈
👆👆👆👆👆👆👆👆👆👆👆👆👆👆
🅰️ 🅰️🅰️🅰️🅰️🅰️🅰️ 🥇 🅰️🅰️🅰️🅰️🅰️🅰️🅰️
🆕🆕🆕🆕🥇THE BIGGEST X EMPIRE AIRDROP🥇
☄️ Claim - @XEMPIRESMXBOT 🌐
🌐 X EMPIRE - First 1000 can receive an AIRDROP 🅰️🅰️🅰️ voucher or coins $X 🥇 worth 400💲
🚀And this is just the beginning! Join Elon Musk's team and earn valuable rewards and 🅰️🅰️🅰️ vouchers or coins $X🪙
Don't miss your chance!
🪙Claim - @XEMPIRESMXBOT🪙
🅰️ 🅰️🅰️🅰️🅰️🅰️🅰️ 🥇 🅰️🅰️🅰️🅰️🅰️🅰️🅰️
🆕🆕🆕🆕🥇THE BIGGEST X EMPIRE AIRDROP🥇
☄️ Claim - @XEMPIRESMXBOT 🌐
🌐 X EMPIRE - First 1000 can receive an AIRDROP 🅰️🅰️🅰️ voucher or coins $X 🥇 worth 400💲
🚀And this is just the beginning! Join Elon Musk's team and earn valuable rewards and 🅰️🅰️🅰️ vouchers or coins $X🪙
Don't miss your chance!
🪙Claim - @XEMPIRESMXBOT🪙
🅰️ 🅰️🅰️🅰️🅰️🅰️🅰️ 🥇 🅰️🅰️🅰️🅰️🅰️🅰️🅰️
🆕🆕🆕🆕🥇THE BIGGEST X EMPIRE AIRDROP🥇
☄️ Claim - @XEMPIRESMXBOT 🌐
🌐 X EMPIRE - First 1000 can receive an AIRDROP 🅰️🅰️🅰️ voucher or coins $X 🥇 worth 400💲
🚀And this is just the beginning! Join Elon Musk's team and earn valuable rewards and 🅰️🅰️🅰️ vouchers or coins $X🪙
Don't miss your chance!
🪙Claim - @XEMPIRESMXBOT🪙
🅰️ 🅰️🅰️🅰️🅰️🅰️🅰️ 🥇 🅰️🅰️🅰️🅰️🅰️🅰️🅰️
🆕🆕🆕🆕🥇THE BIGGEST X EMPIRE AIRDROP🥇
☄️ Claim - @XEMPIRESMXBOT 🌐
🌐 X EMPIRE - First 1000 can receive an AIRDROP 🅰️🅰️🅰️ voucher or coins $X 🥇 worth 400💲
🚀And this is just the beginning! Join Elon Musk's team and earn valuable rewards and 🅰️🅰️🅰️ vouchers or coins $X🪙
Don't miss your chance!
🪙Claim - @XEMPIRESMXBOT🪙
Telegiraamii waan fayyadamtaniif qofa akka siniif kaffalamu beektuu? Odeeffannoo guutuu argachuu warreen barbaaddan kunooti
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
🅰️ 🅰️🅰️🅰️🅰️🅰️🅰️ 🥇 🅰️🅰️🅰️🅰️🅰️🅰️🅰️
🆕🆕🆕🆕🥇THE BIGGEST X EMPIRE AIRDROP🥇
☄️ Claim - @XEMPIRESMXBOT 🌐
🌐 X EMPIRE - First 1000 can receive an AIRDROP 🅰️🅰️🅰️ voucher or coins $X 🥇 worth 400💲
🚀And this is just the beginning! Join Elon Musk's team and earn valuable rewards and 🅰️🅰️🅰️ vouchers or coins $X🪙
Don't miss your chance!
🪙Claim - @XEMPIRESMXBOT🪙
#𝐀𝐬𝐨𝐨𝐬𝐚𝐦𝐚𝐚_𝐆𝐚𝐛𝐚𝐚𝐛𝐚𝐚
#𝐉𝐚𝐚𝐥𝐚𝐥𝐚_𝐈𝐣𝐚𝐚
#𝐊𝐮𝐭𝐚𝐚_2𝐟𝐟𝐚𝐚
...Anis akka doormiin ishee gamoo sanarra ta'e bareen gara doormii isaaniitti gadi galagalee taa'uutti ka'e. (Dhugaa dubbachuuf WiFi'n namni waan itti baay'atuuf bussy dha hin hojjetu an ishee arguuf jedheen achi taa'a malee). Maarree egaa anis bakka sana taa'ee ishee gara gamoo isaaniitti gadi eeguun suusii natti ta'e, isheenis akkan isheef jedhee achi taa'u ni barte, akkan ishee haasofsiisuufis carraa qabdu hundumaatti fayyadamte. Dhuftee ana fuuldura taa'uutti kaate, garuu kophaa ishee miti hiriyoota ishee waliin dhufte. Hiriyoota ishee gidduu teesseetu ijaan na waraanti. An isheetti haasa'uuf jedheen karaan itti haasa'u dhabe, maalif jennaan isheen namoota hedduu waliin oolti. (keessumaa ammoo ijoollee dhiiraa hedduutu dhufee nagaa ishee gaafata) kun na aarseera. Gaafa san halkan akkasumaan utuu wal kajeelluu utuu walitti hin haasa'in wal biraa galle.
Guyyaa itti aanu ammas akkuma amala koon bakka WiFi sana taa'e. Isheenis gamoo isaanii jala gadi baatee teessetu dukkana mukaa jala seenteetu asii ol na ilaalti. Anis mallattoodhaanin ''ka'ii as bahi'' jedheen. Yeroon akkas jedhuun garuu rukuttaan onnee koo akka malee rukutuu keessa bahee dhaabbateera. Ani hiriyota koo 2 waliin taa'aan jira yeroo nuti ijaan wan kana hunda raawwannu isaan na hin agarre. Isheenis ani mallattoodhaan ergan ka'ii as bahi jedheenii xiqqoo turtee hiriyaa ishee wajjin bakkee duwwaa tokkotti achi baate. Anis kophaa kiyya dhaquu sodaadheen hiriyaa koo tokkoon ''ka'imee achi baanaa'' jedheen humnumaan fuudhee gara durbooti deeman sanatti achi adeeme. Isaanis dhaabbatanii nu eegaa jiru.
Itti fufa 👇👇
@asoosama_jaalalaa
@asoosama_jaalalaa
💔 Laafinnii fi Ciminni shamarranii wantoota gurguddoo 10 irratti Akka hundaa'u quba qabduu??.... ↪️ See More .......@Danbalii_jaalala
➡️ See More
See More.....@Danbalii_jaalala
akkamitti nagaan bu'aa.
atoo soba of dhaaddaa
ajjeeftee kaatee aaddaa
dhigaa lolaaaftee kaadaaa
quba wolitti qabdaa
saba keenya dhumuu
akkamitti gammaddaa
Qama lama taate
lachuu sabaaf diina
hunduu sabaa cinqee
Lammiitti finiinaa
kan dhugaa dubbate
Guyyaa lama hin bulu
yeruma san lax gotuu
yoo Lammii ajeesuu
malee mee maal
lammiidhaaf gootu
anaa yaatu Lammii ko
anaa yaatu salaalee.
hirqinfadhee boo'uu
malee waanan siif
godhun woollaalee🥺
Harmeen ko deesseen
ko haati hayyuu ganamaa.
kunoo harra kabaja dhabee
mana ofiittii qalaa😭
🄲🄷🄽🄴🄻 🄹🄾🄸🄽
@alii_sulxaan
@alii_sulxaan
@alii_sulxaan
@alii_sulxaan
@alii_sulxaan
🌹🌹🌹🌹🌹🌹
"Kan dandeessu dhaani" jennaan
Akka gowwaan niitii dhaane
Kunoo qaama gowwaan
Waan hin taane meeqa taane
"Sa'a abbaan gaanfa cabse
Ormi ija balleessa" silayyuu
Qaawwa saaqne yoo cufin
Caalaan dhufuufi ammayyuu
By Kaachuu
@Walaloon_Jaalala
💡OLD Group ላላችሁ መልካም ዜና የምገዛበት ዋጋ ላይ ጭማሪ አርግያለው ↗️
✔️2022 -🚀
✔️በ2021 -🚀
✔️በ2020 -🚀
✔️በ2019 - 🚀
✔️በ2018 - 🚀
🔥በእነዚህ ዓ.ም ውስጥ የተከፈተ ማንኛውም group ካላችሁ አናግሩኝ ✉️📞
❌እኔ የምፈልገው የተከፈተበት ቀን እንጂ የግሩፑን አባል ብዛት አይደለም❌
📥ግሩፕ ካላችሁ
በውስጥ መስመር ✅
✉️ @Icoginito 😮
ЭНДИ БЎҒИМЛАР СИЗНИ БЕЗОВТА ҚИЛМАЙДИ
Бу воситани қабул қилгач бўғим оғриқлари сизни 10-15 йил безовта қилмас экан👇🏻👇🏻👇🏻
БАТАФСИЛ: http://doctorneo.uno/o4/
(Восита яқинда яратилди, номини ҳеч қаердан топа олмайсиз, линк орқали ўтиб тўлиқ малумотга эга бўлинг)
Uuuuf kennaa kun nama hinafsiisa jaba kiyyaa nu jiradhu si jalannaa
Читать полностью…Dhugaalen salaleef mee sagalee hatanuu namnii basuma'am jedhetuu namaa qalaa jiraa dur horituu qalama amaamo namatuu qalamaa mee kanaa maala jetaan umaata oromoo
Читать полностью…🅰️ 🅰️🅰️🅰️🅰️🅰️🅰️ 🥇 🅰️🅰️🅰️🅰️🅰️🅰️🅰️
🆕🆕🆕🆕🥇THE BIGGEST X EMPIRE AIRDROP🥇
☄️ Claim - @XEMPIRESMXBOT 🌐
🌐 X EMPIRE - First 1000 can receive an AIRDROP 🅰️🅰️🅰️ voucher or coins $X 🥇 worth 400💲
🚀And this is just the beginning! Join Elon Musk's team and earn valuable rewards and 🅰️🅰️🅰️ vouchers or coins $X🪙
Don't miss your chance!
🪙Claim - @XEMPIRESMXBOT🪙
🅰️ 🅰️🅰️🅰️🅰️🅰️🅰️ 🥇 🅰️🅰️🅰️🅰️🅰️🅰️🅰️
🆕🆕🆕🆕🥇THE BIGGEST X EMPIRE AIRDROP🥇
☄️ Claim - @XEMPIRESMXBOT 🌐
🌐 X EMPIRE - First 1000 can receive an AIRDROP 🅰️🅰️🅰️ voucher or coins $X 🥇 worth 400💲
🚀And this is just the beginning! Join Elon Musk's team and earn valuable rewards and 🅰️🅰️🅰️ vouchers or coins $X🪙
Don't miss your chance!
🪙Claim - @XEMPIRESMXBOT🪙
🅰️ 🅰️🅰️🅰️🅰️🅰️🅰️ 🥇 🅰️🅰️🅰️🅰️🅰️🅰️🅰️
🆕🆕🆕🆕🥇THE BIGGEST X EMPIRE AIRDROP🥇
☄️ Claim - @XEMPIRESMXBOT 🌐
🌐 X EMPIRE - First 1000 can receive an AIRDROP 🅰️🅰️🅰️ voucher or coins $X 🥇 worth 400💲
🚀And this is just the beginning! Join Elon Musk's team and earn valuable rewards and 🅰️🅰️🅰️ vouchers or coins $X🪙
Don't miss your chance!
🪙Claim - @XEMPIRESMXBOT🪙
Mucaa Salaaleetti gareen Faannoon besim aab jechuun akka horiitti qalte kichuu kana.
Godina Shawaa Kabaa Aanaa Dharraatti namoota nagaa hedduu irratti ijjeechaan Sukkaanneessaan akkanaa raawwatameera.
Gochi akkanaa Oromiyaa keessatti raawwatamuu kan eegale kan bubbule ta’us, kanneen kaameeraan hin waraabne Ardiin haa lakkaa’u.
Kutaalee Oromiyaa hundatti haleellaan qaamota garagaraan hawaasa nageyarratti raawwatamaa jiru cimee itti fufeera.
@asoosama_jaalalaa
🅰️ 🅰️🅰️🅰️🅰️🅰️🅰️ 🥇 🅰️🅰️🅰️🅰️🅰️🅰️🅰️
🆕🆕🆕🆕🥇THE BIGGEST X EMPIRE AIRDROP🥇
☄️ Claim - @XEMPIRESMXBOT 🌐
🌐 X EMPIRE - First 1000 can receive an AIRDROP 🅰️🅰️🅰️ voucher or coins $X 🥇 worth 400💲
🚀And this is just the beginning! Join Elon Musk's team and earn valuable rewards and 🅰️🅰️🅰️ vouchers or coins $X🪙
Don't miss your chance!
🪙Claim - @XEMPIRESMXBOT🪙
🅰️ 🅰️🅰️🅰️🅰️🅰️🅰️ 🥇 🅰️🅰️🅰️🅰️🅰️🅰️🅰️
🆕🆕🆕🆕🥇THE BIGGEST X EMPIRE AIRDROP🥇
☄️ Claim - @XEMPIRESMXBOT 🌐
🌐 X EMPIRE - First 1000 can receive an AIRDROP 🅰️🅰️🅰️ voucher or coins $X 🥇 worth 400💲
🚀And this is just the beginning! Join Elon Musk's team and earn valuable rewards and 🅰️🅰️🅰️ vouchers or coins $X🪙
Don't miss your chance!
🪙Claim - @XEMPIRESMXBOT🪙
🅰️ 🅰️🅰️🅰️🅰️🅰️🅰️ 🥇 🅰️🅰️🅰️🅰️🅰️🅰️🅰️
🆕🆕🆕🆕🥇THE BIGGEST X EMPIRE AIRDROP🥇
☄️ Claim - @XEMPIRESMXBOT 🌐
🌐 X EMPIRE - First 1000 can receive an AIRDROP 🅰️🅰️🅰️ voucher or coins $X 🥇 worth 400💲
🚀And this is just the beginning! Join Elon Musk's team and earn valuable rewards and 🅰️🅰️🅰️ vouchers or coins $X🪙
Don't miss your chance!
🪙Claim - @XEMPIRESMXBOT🪙
Maallaqa Baankii Jiruu Miti Qabeenyi Zalaalam ❤️
💬#MOTIVATIONAL_ORO_ℚ𝕌𝕆𝔼𝕋𝕆𝕊💫🤴➪ᴍᴀᴀᴛɪᴡᴡᴀɴ 🫶 ☞︎︎︎JOIN & SHARE Gᴏᴅʜᴜᴜɴ 𝗡𝘂 𝗝𝗮𝗷𝗷𝗮𝗯𝗲𝗲𝘀𝘀𝗮𝗮❤️🩹🔋
𝗝𝗢𝗜𝗡 🔔𝗖𝗛𝗔𝗡𝗡𝗘𝗟 📢 & 𝗦𝗛𝗔𝗥𝗘 𝗟𝗜𝗡𝗞 ⚡︎
👇👇👇👇👇👇
@Yuuddoo_Tube
@Yuuddoo_Tube
@Yuuddoo_Tube
#𝗜𝘀𝗶𝗻𝗶𝗻_🫶_𝗡𝙖𝙖𝙛_𝙂𝙖𝙡𝙖𝙩𝙤𝙤𝙢𝙖𝙖
Kutaan 2ffaan daddafee isin bira akka gahuu kutaa 2ffaa jedhaa comment taasisaa!!
Like 👍 share taasisuun kankeessan waan ta'eef isinumaafiin dhiisa.
👇👇👇👇
@asoosama_jaalalaa
@asoosama_jaalalaa
@asoosama_jaalalaa
Sitti agarsiisu ibsaa magaalaa
Paarkii Finfinnee
Akka waan lammiin kee qe’eetti salphatee
Mormisaa hin citnee!
Siif dhaabaa oolu ‘biliclicii’ kee
Bifa waan hallee
Akka waan diinni ‘’Besimeab” jedhee
Ilma kee hin qallee!
Tv irraa ilaalta misooma lagaa
Misooma dirree
Akka waan aayyoon kee
Dhiigaafi imimmaan coccobsaa hin jirree…
Sitti himaa oolu Itoophiyaan kee baay’ee fagaachuu
Hundayyuu caaltee #Paaris fakkaachuu…
Xinxalaa oolta mukti dhaabame tokko
Yoom akka margu
Mar’umaan cabaa - gidiraa sabaa
Iji kee hin argu!
Biqiltuu tokkoof gatiin adabaa
Kuma dhibba sadii
Kan dhala namaa - kan lubbuu garuu santiimaa gadi!
Oromiyaan kee bakka watwaannaa
Bakka boo’ichaa
Dachee lubbuun namaa santiima hin baafnetti
Maaltu mo’ichaa?
Gandaan wal qoodnee
Garaan hadoodnee
Dhugaas hoodnee…
Gidiraa keessa rafuuf ciisne kaa
Imimmaan keessa rafuuf ciisne kaa
Harmee nu deesseefuu na’uu dhiisne kaa!
Kan kana caalu salphinni jiraa
Natti himaa firaa!!!!
© Lata k
#isa
Maaliidha? Beekiikoo
Maaltuu sirraa ga'e..?🥺
Iyyaa kee wallaggaa...
Dhabadheen dhagaa'e...😭
#ana:
Mee na dhiisii sanyii...
Ano guddiin ta'e...😭
Lammii koo sabakootu...
Dirree taphaa siyaasa ta'e...😭
#isa
Maaliidha? Salalee
Maaltuu sirraa ga'e...?🥺
Iyyaa kee boraanaa...
Dhabadheen dhagaa'e...?💔
#ana
Lammiikoo sabakootuu rakkatee...
Kan na birmaatuu eessa..?🤔
Xiqqaa guddaa mitiim...
Hin boosii haatii hiyyeessaa...😭
#isa
Salalee biyyaa taddee...
Kanani si beekuu sirbaan..?💪
Har'aa maaltuu ta'e...
Kan marfaamtee boo'ichaan...😭
#ana
Hin sirbiine na dhukkubee...💔
Dhibbee kiyyan asasaa...😭
Cinaacha Isa kaamiin...
Akkamitti gad ciisaaa...😭
#Lammiikoo
#Lammiikoo
#Lammiikoo
#Lammiikootuu_rakkatee....
#Ni_boosii_haatii_hiyyeessaa....😭😭😭😭😭😭💔💔💔💔
❤️💚❤️
@beekii_walaloo
@beekii_walaloo
@beekii_walaloo
Way
Imimmaan harmee
Akka aannanii unattuu
Way
Gadda abbaa ilaaltanii
Gammachuun jiraattuu
Mee
Of duuba miilladhaa
Mee
Kaleessa daawwadhaa
Ibiddi bobeessitan
Labata inni fixe
Dubbiin sin laboobsitan
Godoo meeqa lixe
Lixee yoom achiin hafe
Hundaa badduu baase
Harmee harma dachaa
Dhiiga boochisiise
Dhiirri dirreetti hin boo'u
Aabboofis ni game
Ilmasaa argatee awwaaluf
Carraanuun dhabame
Ishoo baga gammadan
Baga garaan sin ciise
Yaadni keessan firii buuse
Morma harmee cabse
Miira aabboo onse
Abdii saanii dabse
Ishoo baga gammadan
Kan yaaddan milkaa'e
Dhiigni akka bishaanii
Dirreerra lola'e
Mar'umaan Haadhaf abbaa
Ramaxee boba'e
Mee adaraa waaqaf lafaa
Eenyutu moo'ate
Gamamoo gamana
Kamtu injifate
Abbaan waraanichaa
Way ofiif wareegamee
Dursaan gama lachuufuu
Way mardoon himamee
Abadan
Isaan nagaa qabu
Akkuma kaleessaa
Har'as uma jiru
Dhiiga nam boichisaa
Harmeef aabboon garuu
Akkanaan jiraatu
Baraan abbaa irreef
Dhala wareegatu
Dhugaa garaa nama nyaatu
By Kaachuu
@Walaloon_Jaalala
1 ТАБЛЕТКА = 2 СОАТДАН ОРТИҚ ЖИНСИЙ ҚУВВАТ
Восита виаградан 10 баравар кучли, энди сиз аниқ ётоқда тез бўшаниб қўймайсиз!
ТЎЛИҚ МАЛЪУМОТ: 2 👉🏻http://uznews.uno/e/?r=5👈
🔞Илтимос, уйланган ёки 18 дан ёш йигитлар кирмасин!