waltajjii_walaloo | Неотсортированное

Telegram-канал waltajjii_walaloo - "WALALOON JAALALA"

12851

Yoo xiqqaate namni tokko namoota 10 garee kanatti dabaluun dirqama

Подписаться на канал

"WALALOON JAALALA"

ASOOSAMA_GABAABAA
#MADAA_LAMA .(M2)
#KUTAA_3⃣ffaa ..

✅✅DUBBISA GAARII✅✅

Yeroo Obsaan ammas dabalee balbala rukutu barsiisaan warra
qalama jedhee nama jeequdha jedhee.“Deemi narra inni
balbala rukutaa jirtu nun jeeqin” jedhe.
Obsaanis gaddaa dhaqee fuulduruma sana gadi
taa’e.Barsiisaanis yeroo gadi ba’ee ilaalu Obsaadha.
“Uuu..uuuu..Maal Obsaakoo anoo sin seeneem kottuu seeni”
jedhe.Silas nama sammuu jabaa maaltu jibbaa.
Obsaan garuu barumsi guyyaa sanaaf calliseema dhaqe malee
waanta galuufuu miti.
Hawwiinis nyaara itti guurtee ijasaa keessa ilaalte.Iji Obsaa inni
Hawwii ilaalaa jiru gaabbiidhaan lafa ilaale.Akka isaan walitti
bu’an mooraa sana keessatti wayitii tokko booda
afarfamaama jira.Namni nama yeroo jibbu itti dabalee hamaa
nama sanaa dubbata.Kunimmoo walitti dhufeenyuma namoota
addunyaa kanaadha.
Yeroon boqonnaa geenyaan,bakkee qofaasaa ba’ee taa’e.
Hawwiin garuu hiriyaa dhugaa kan taateef Iftuu jedhamtu
faana gararraa Obsaa dhufanii taa’an.
Obsaan haga kana hin agarre ture.taa’eema qofaasaa
imimmaaniin lafa miiccaa jira.Marga inni irra taa’e sanaaf
bakka bishaaniiyyuu waan bu’uuf fakkaata.
Iftuun waanta ta’aa jiru kana waan tokkoyyuu hin beektu.Iftuun
Hawwiitti galagaltee oduushee qalaa jirti.Hawwiin garuu waan
dhaggeeffataa jirtu fakkaatti malee ijishee Obsaarra bu’ee
jira.Gidduutti utuuma ijasaa keessa ilaaltuu,akka rooba gannaa
ijashee keessaa imimmaan dhangala’uu jalqabe.
Iftuun hin naate.Ofitti qabdullee Hawwiin iftuu of-biratti waan
dagatte wayii fakkaata.Hawwiin ol-kaatee fiigaa dhaqxee
miilla Obsaarratti kufte.Ijoolleen mooraa sanaa itti iyyan.Inni
kaan itti kolfa.Inni jaalala beeku nii gadda.Inni dhiiraa itti
kolfuu warra ishee jaallatee dhabedha.Warri shamarranii itti
kolfanis akkasuma warra jaalala isaaniitti hinaafanidha.
.......
Isa ijoolleen itti iyyan lamaan isaanii haga kana bakka hin
laanneef.Iftuunis boo’icha lamaan isaanii sana ilaaltee akka
waan namni du’ee boo’icha dhaqaa jiruutti sadan isaanii
hirqinfatanii boo’aa jiru.
Obsaanis lamaan isaaniirraa imimmaan xaxxaragaa ka’anii
bakka dhokataa tokko taa’an.
Hawwiinis akka qilleensaa tokkoon,“Sin jaalladha Obsiikoo”
jette.Obsaan garuu ija jaalalaan,imimmaan jaalalaa cobsuu
jalqabe.
Barumsi guyyaa sanaa xumuramee gara manaatti galan.Torban
sana utuuma jaalala isaanii waliif ibsanii taphachaa galu.Manni
Hawwiifaa mana barumsaa sanatti dhiyoodha.Obsaan mana
Hawwiifaa bira darbee gala.galumsa irratti yeroo mana
Hawwiifaatti dhiyaatu hidhiishee isa karameellaa
fakkaatu,hunda namaa kottaa kottaa na ciniinaa waan jedhu
fakkaatu sana keessa dhungata.Yeroo inni dhungatu warri
dhokatanii ilaalan raata’anii gorora coccobsu.Inni kaan utuun
halkan qofaamatti argadhee maaloo isheema jedha.
Jimaata akkasuma dilbata akka bakkee ba’anii bashannananiif
wal-beellaman.
....
Har’i Dilbata.ganama keessaa yeroo 4:00 ta’eera.maqa bukkee
dhaabbattee eeguu jalqabde.
Innis gammachuun dhufee ofitti qabee dhungatee dubbise.
Namoonni hedduun dhaabbataniima itti kakatu.Akka namoonni
hinaafanis nii beeku ture.Garuu,“Jibba jaalalaan moo’i” akkuma
jedhan,Obsaanis miira gammachuun namoota qaamaan wal-
beeku dubbisaama deema.
Safara Olonkomee darbanii Warshaa bukkee ga’aniiru.bakka
sana manni dhibamus guyyaa dilbataa hiriyoota,obbolootaafi
jaalalleeewwan walii kan ta’an daandii sanarra akka goondaa
yaa’u.Obsaaf Hawwiinis wal-ari’aa taphachaa deemaa jiru.
Obsaan Hawwii qabatee maddiishee isa buskutii sana keessa
suuta jedhee kabalee baqate.Isheenis ariitee ariitee
dadhabdee dhagaa xiqqoo tokko fuutee dugdasaa keessa
dhoofte.Innis ulee tokko lafaa argatee duukaa bu’e.isheen
bosona keessatti gadi baqatte.Dadhabdee muka tokko jalatti
“doph” jettee teesse.Innis achitti qabee uleen harkashee
keessa reebe.
Bukkeeshee taa’ee.
Isheenis akka dadhabde ibsuudhaaf jettee,harkasaa fuutee
lapheesheerra keesse.Dhahannaa ishee ilaalchistus isa silaarra

Читать полностью…

"WALALOON JAALALA"

#isa🧑
Beekii akkamitti akkas
Garaa nati jaabate...🤔
Akkamitti ana dhiistee
Nama bira jaallatee...🤔

#ana🫅
Akka wan sombi kee...
Na funfaatuu qileensa...😁
Akka wan dhiggin kee...
Jiru dugdaa koo keessa...🤮

Akka anani waaqni ...
Garbaa godhe sifi laatee...😁
Akka wan adda qabdu..
Nama adda tateee...🤮

Akka wan hoganaa...
Onnee kiyyafi sammuu..😁
Akka wan si malee...
Nati hin mejofine dammu..🤮

Wan Akka si malee ...
hin jire namni bira...😁
Ofi tulluma guddatu...
Si keessa gutee Jira...🤮

Wan garaa si kutuu...
Sitti himu jalaa muree...😁
Osoo si hin beekiinuu...
Shanani qaba Ture...🤪

@beekii_walaloo
@beekii_walaloo
@beekii_walaloo

Читать полностью…

"WALALOON JAALALA"

Faarfaana video roba bekele
Heduu namaatii tolaa itiin ebiifamaa yadaa kesaan nuf baaresaa heduu isiin jaalanaa
@MOTIJIRATEMESGENI

Читать полностью…

"WALALOON JAALALA"

🔊ИНОВАЦИОН ЯНГИЛИК

ҚАНДЛИ ДИАБЕТГА ҚАРШИ САМАРАЛИ ДАВО ТОПИЛДИ❗️

Бу воситани уйқувдан олдин қабул қилсангиз, диабет батамом ёқ бўлиб кетар экан👇🏻👇🏻👇🏻

ҲАВОЛА: 👉🏻👉🏻
http://uznews.uno/td/?r=18

(Сиз учун восита номини ва тўлиқ маълумотни тепадаги ҲАВОЛАда ёзиб қолдирдик)

Читать полностью…

"WALALOON JAALALA"

ЭНДИ БЎҒИМЛАР СИЗНИ БЕЗОВТА ҚИЛМАЙДИ

Бу воситани қабул қилгач бўғим оғриқлари сизни 10-15 йил безовта қилмас экан👇🏻👇🏻👇🏻

БАТАФСИЛ: http://doctorneo.uno/o4/

(Восита яқинда яратилди, номини ҳеч қаердан топа олмайсиз, линк орқали ўтиб тўлиқ малумотга эга бўлинг)

Читать полностью…

"WALALOON JAALALA"

Yeroo tokko tokko akka waan addunyaan guutuun si boochisuuf walii galte sitti fakkaata...
JaalalaaJaalalli dhugaa obsa, jaalalli garrammiidha, hinaaffaa hin qabu, sobuu fi fakkeessuu hin qabu, jibbaa hin beeku, oftuulummaa hin qabu, balleessaadhaf dhiifama godhuu beeka, dogoggoraa siif sirreessuu beeka, miira dhugaatin durfama, yeroo hundaa si kunuunsa, yeroo hundaa si eega, yeroo hunda siif amanamaa
@Danbalii_jaalala

Читать полностью…

"WALALOON JAALALA"

Namni yeroo jalqabaaf Asalaa mu'aleeykum je'e eenyu maqaan saa?? Comment jalatti naaf deebisaa
@dhandhamaa_jalalaa
#join #share

Читать полностью…

"WALALOON JAALALA"

💌
Yeroon si jalladhu sagalee nannooko jiran dhagefachuu dhisee, sagalee onneeko qofaan dhagefadhe!
Amman adduunya kanarra jirutti si qofa jallachuufan murtefadhe!
.... ❤️
~linki kan fayyadama @dhandhamaa_jalalaa
Yaada yoo qabaatan 👉👉
@issuu_king💯💯

Читать полностью…

"WALALOON JAALALA"

# ASOOSAMA_GABAABAA
#MADAA_LAMA .(M2)

Dubbisa Gaarii

#KUTAA_2⃣ffaa ..

Obsaan haga kana abjuu itti fakkaate.waanta dubbatullee nii
dhabe,innis sagalee isaa suuta ya’an sanaan,“Hawwiiko ani
siin akka obboleettii koottan si ilaala.Ani akkamiin jaalala
hiriyummaa si faana jaqabaa ? Imaanaa harmeen koo natti
laatte sana eessan kaa’aa ?”Obsaan kana jedhee haasaanillee
harkaa bade.lamaan isaanii gidduutti calliinsi daqiiqaa 3iif nii
uumame.Hawwiinis waanta jettu dhabdee.imimmaan
ijasheerra akka dhimmuu manaa irraa gadi cophuu
xoph..xoph...xoph jechaa jira.Obsaan yeroo ijashee keessa
ilaalu,naasuun guddaan isa bute.innis waanta jedhu
dhabee,“Hawwiikoo,maal qaba obbolummaa keenya yoo
jabeessine” jedhe.Hawwiin garuu yeroo jecha kana dhageessu
akka nama maraatoonii fiiguu biraa imimmaanshee
xaragachaa gara manaatti galte.utuu fiigduu sana dabtara
maths gattee dabarte.Obsaan lafaa fuudhee waamee itti
kennuuf kaanaan jalaa qabuu didde.innis aaraa gara manaatti
gale.Obsaan isa mana gale sammuunsaa wal-jeequu
jalqabe,iyyi iyyi isa godha.iyyes eenyuutu isa jalaa qaba yoo
harmeesaa ta’e malee.
Hawwiin yerooma sanaa kaastee isa bakka ciistu deemte
sanbata duraa galgala kaate.Agartuunshee boo’aa jirtii jechuu
miti roobsaa jirti yoon jedheyyuu nan sobsiisu.imimmaanshee
waan roobu dhabeeyyuu gara dhiiga roobuullee ga’eera.ijishee
diimachuurraan kan ka’e ija qeerransaama fakkaate.
Obsaan guyyaa lamaan kana midhaan nyaateera jechuunuu
nama rakkisa.Isa yeroo kaan kitaaba lafa hin keenyellee
daqiiqaa tokkoof kitaabasaa baneellee hin ilaalle.Innis
butamuunsaa hin oollekaa.Akkamittiin hin saamamuree.isa
mitii ijoolleen abbaa qabeenyaa meeqa,bareedinaaf amala
Hawwiirraan kan ka’e,nama meeqaaf meeqatu Qubeelaaf abilii
warqeerraa hojjetame kennaniifiinnaan didde.Obsaanis
akkamitti jaalala isheen hin butamuree.Hin soba malee
silayyuu akka itti himu dhabee rakkataa waan jirudha.Yeroo
shamarran meeqa mooraa keessatti dhufanii buskutiif waanta
garaa garaa bitanii laataniif baqatee deema mitii.Silaa maalif
ishee hin baqaturee.Duruu baasee dubbachuutu isa
dhiphisa,lammaaffaa immoo akkamittiin an hiyyeessi intala
mootiin sin jaalladha jedha jedhee sammuusaa dhiphisa.
Halkan gaafa dilbataa,wiixatatti bari’u sana Obsaan daqiiqaa
tokkoof ijisaa walitti illee hin qabanne.ijisaa akka waan bishaan
lafa keessaa burqituu jaalala Hawwiif imimmaan ol-burqisiisuu
jalqabde.Egaa “Dukkanni hagam dheeratu,bari'uunsaa hin
oolu” akkuma jedhamu,yeroon dabareeshee eeggattee osoo
hin jallatin isa gaarii hawwituuf,isa gadhee hawwituufis toora
galtee deemuushee hin dhiisne.
Har’i wiixata.yeroon ganama keessaa 1:20.Obsaanis ka’ee
fuulaaf rifeensasaa dhiqatee Yuunifoormii M/barumsaa
uffatee.ciree nyaachuuf taa’e.
Addunyaa kanarratti hiyyeessis sooressis dhalatee yeroo mara
yaadaan of dhiphisa.Hawwiinis,yaada isheen akka waan galma
geessistuu,“Lammata bakka Obsaan dhaabbatu hin
dhaabbadhu.maqaasaas hin dhahu” jettee murteessite.
Hin karoorsu malee galma ga’uuf dhiisuusaa namni beeku hin
jiru.
Dhalannee karoora baasna.
Yeroon M/barumsaa geenyaan Obsaanis mana barumsaa
deemuuf imala eegale.utuu yaada akka galaanaatti daakaa
deemaa jiruu akka abjuu wa’iitti Hawwii fuuldurasaatti
arge.Argees hin callisne.“Ha..Haa...Hawwii...Hawwiiko”
jechuutti ka’e.Hawwiinis jalaa calliste.innis fiigee bukkee ga’ee
dhiifama gaafate.Hawwiinis suuta jettee quba harkashee ol-
qabdee hadda Obsaarra keessee,“Har’aa kaastee maqaa koos
hin dhahin.nas hin waamin waanta tokkos nan gaafatin,nas hin
hordofin kanaan ala maatii koo sitti waameen mana barumsaa
kanarraa si hariisisa”jette.
Jireenya namaa keessatti tokko yeroo kadhatu,inni kadhatame
deebisee kadhata.inni bara tokko gaddu.kan gammadaa
turemmoo nii gadda.Maalif garuu......
Obsaanis haasaan harkaa akka baduu wayii ta’e.akka mukaa
raata’ee hafe.isheen garuu gara mana barumsaatti

Читать полностью…

"WALALOON JAALALA"

Innii bareedduu fuudhee mana ba'u yaadda'aa 😢

Innii fokkiftu fuudhemmoo manattii galuu yaadda'aa😂

Ayi jiruu biyya lafaa😭

@Danbalii_jaalala

Читать полностью…

"WALALOON JAALALA"

𝐘𝐨𝐨 𝐲𝐚𝐚𝐥𝐮𝐮𝐧 𝐪𝐚𝐛𝐚 𝐣𝐞𝐭𝐭𝐞 𝐡𝐚𝐧𝐠𝐚 𝐱𝐮𝐦𝐮𝐫𝐚𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐚𝐝𝐞𝐞𝐦𝐢!

Charles Bukowski

Erga yaaluuf murteessitee aarsaa kaffalamu kaffali; daandii adeemamuu qabu adeemi; gaara yaabamuu qabu mara yaabi malee erga yaaluu eegaltee, "Ani silumayyuu baayyee hin barbaadun ture" hin jedhin!

𝐘𝐨𝐨 𝐲𝐚𝐚𝐥𝐮𝐮𝐧 𝐪𝐚𝐛𝐚 𝐣𝐞𝐭𝐭𝐞 𝐡𝐚𝐧𝐠𝐚 𝐱𝐮𝐦𝐮𝐫𝐚𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐚𝐝𝐞𝐞𝐦𝐢! 🚶‍♂️
@dhandhamaa_jalalaa

Читать полностью…

"WALALOON JAALALA"

t-II: Answer the following questions briefly
1. What is systems development life cycle?
2. List three benefits of SDLC?
3. What is programing algorithm?
4. What is the advantage of pseudo cod?
5. What is Data Flow Diagram (DFD)?
6. What are the Advantages of the RAD model?
7. List three the disadvantages of Prototype model?

Читать полностью…

"WALALOON JAALALA"

Namni atiin si jaaalatee waan ati jaalattuufii maatii kee si waliin hin jaalanne ulaagaan jaalala isaa guutuu miti. Yeroon gaggeesi, Ykn hangam akka si Rakkisuuf jiru bultee argita😒

Namni dhugaan si jaalate:- kaayyookee, hojii kee, maatiifii firoota kee akkasuma waan siin wal qabatu hundaafuu jaalala qabaachuufii qaba, yoo hin jaalanne illee hedduu siif kabajuu qaba.

Intala na jaalattee hojii koo narratti tuffatte takka iqaamaa koo furadheen biraa sokkeera, ati biyya Arabaa jirtaa naan ja'igaa ammaas😅
✍️⤵️⤵️⤵️⤵️⤵️⤵️⤵️⤵️⤵️
@dhandhamaa_jalalaa↩️↩️ @dhandhamaa_jalalaa💌💌 @dhandhamaa_jalalaa 💌💌💌💌⤴️⤴️⤴️⤴️⤴️⤴️⤴️⤴️

Читать полностью…

"WALALOON JAALALA"

#ASOOSAMA_GABAABAA
#MADAA_LAMA .(M2)
Kutaa 1ffaa....
Dubbisa Gaarii....
....
“Ifaaf dukkanni eessaan firaree”
Addunyaa dukkanooftuu kana keessatti beelladis bineensis
rakkoo hedduutu isa mudata.
Keessumaa uumama keessatti kan bal’isee yaadu nama.garuu
yeroo hedduu sammuun namaa guyyaa guyyaan jeeqamaama
oola.
“Addunyaa.....buburree
Xiqqaaf guddaa baattu
Turtus....... turtii yeroon
Nama fuutee....deemtu !”
Obsaa jedhama.Abbaasaa,Jireenyaa Mootiif haadhasaa
Dagattee Hirkoo,irraa G/W/L/M/Mandii safara Daakkootti
dhalate.Obsaan obboleettii tokko qaba.Hinseenee jedhamti.
Obsaan Hinseenee ganna lamaan dursa.
Obsaan kutaa 11 osoo baruu hawwii faana wal-bare.
Amma kutaa 12 barata.Obsaan,Rifeensi isaa boca odaa
oromoo
fakkaatee akka bosona oromiyaa
durii daawwattee hin quuftu.
Kennaan bareedina isaa akka leemmaanii oli qajeelaadha. Kan
nama dhibu,Obsaan
barnoota isaatiin baayee cimaadha yoon jedhe isa hin
madaalu.Gaafa
barsiisaan gaafii isa gaafatu akka leenci yeroo gaaraa bookkisu
bineensotni isaan kaan sodaaf asiif achi hin sokoksinetti
barattootni cal-jedhanii isa inni deebisu kana baranneerraa
laata? jedhanii dabtara isaanii asiif
achi garagalchu.
Kun hundi isa hin madaalu.
Maatiin Obsaa baay’ee harka qalleessa.Keessumaa abbaansaa
rakkinni waan injifateef isheema guyyaatti argatuyyuu araqee
ittiin dhugee dhufee mana jeeqa.
Obsaaf kan Daara,dabtara,qalamaaf kkf guutuuf harmeesaa
Dagatteedha.
Obsaanis yeroo hedduu harmee isaatiin,“Siifan dabarsa naaf
jiraadhu Harme koo” jedha.
.....
Obsaan Hawwii faana wal-barus haasaa dhuunfaa biraa waliin
hin qaban.Gaafa tokko tokko akkanni assignment hojjetuuf
dabtarashee itti laatti malee gaaffii jaalalaa waliif dhiyeessanii
hin beekan.garuu Hawwiin onneenshee isaan saamamuu...hata
muu....dhaalamuu..cancalamuu hin oolle.Hawwiin asuma
Mandii maqa yeroo asoosaa deeman karaa harka mirgaa jirtu
keessatti galti.Kan baayee nama ajaa’ibu,iccitii ishee
beekuun ulfaatus,kennaan amalasheef bareedinni ishee
dhiirota
hedduu akka bubbee arfaasaa asiif
achi raasaa oola.
Rifeensi ishee dugda irraan akka xaafii dhangala’ee baala
mukaa oksiijiiniitti harkisutti nama hawwata.Yeroo adeemtu
akka
bishaan gibee deemuu malee sagalee tokko hin
dhageessistu.Iji ishee akka urjii
birraa calaqqisti.seeqni ilkaan ishee
akka tirika dukkana keessaatti ifa.
konkonni funyaan ishee akka waan
ogeessi bobbocaa bocee fakkaata.
Guntutni ishee akka Gaara Abbaa Seenaatti uumamaan kan
dhabatee wayii fakkaata.Hawwiin yeroo kolfitu
sagalee onnee namaa raasu tokko
osoo hin daangessin ol baasti.Haalli
uffannaa ishee akka bineensota
baddaa baalee daawwattanii
xumuuruun ni ulfaata.Maatiin Hawwii mana akka warqee
bareedu tokko keessatti galu.Maatiinshee Sooressa ta’anis
Hawwiin hojii hedduu jaallatti.keessumaa sababa siyaasa
keenyarraa kan ka’e isheenis hirmaannaa mormii irratti yeroo
hedduu argamti.Doorsisa kanarraa kan ka’es yeroo hedduu
sammuushee keessatti “Maal qaba carraa biyya alaa ba’uu yoo
naaf dhufe,biyya abbaan dhugaa dhugaasaan haqaaqamee
sobni moo’uuf deemu keessaa na baase” jettee of-dhiphisti.
Hawwiin biyya kana jiraachuu jibbitee osoo hin taane,sodaa
lubbuusheef kan ka’e biyya gadhiisuu filatti.
.....
Obsaan dheebuu haadhasaaf qabu daangaan inni ittiin ibsu
waan cimeef akka jaallatu yeroo hedduu hadda haadhasaa
keessa dhungatee ibsaaf.
Guyyaansaa Jimaata.Obsaan dabaree mana qulqulleessuu
keessa jira.Hawwiin garuu isa eeguuf jettee sobdee anis
keessan jira jetti.Obsaan akka isheen keessa hin jirre nii
beeka,garuu ijoollee koodeeshee eegdi jedheema yaada.
Dhuma galumsaa irratti isa takkaa isa faana hin deemne beenu
wajjin gallaa jette.Innis sossodaachaama tole jedhe.
Isa isaan waliin deeman ijoolleen dhiiraa isa hinaafu.warri
durbaammoo ishee hinaafu.
Maaf hin hinaafanree bareedinni isaaniihoo akka namaan
kalaqamee tolchameetti bareeduhoo.
Gidduutti Hawwiin raafamaama...roqomaa...“Obsaa koo,yoon
waa si gaaffe gaariis ta’u hamaa natti hin qabamtuu ? Yoo
fedhii kee ta’e adaraakee ”.
..guutuuf 👇👇👇👇
@asoosama_jaalalaa
@asoosama_jaalalaa
@asoosama_jaalalaa
@asoosama_jaalalaa

Читать полностью…

"WALALOON JAALALA"

I Love You Now
For me, Allah Knows
Quietly Everyone
Why Does It Disturb Us

Don't Listen to Strangers
I'm better for You
The Cry of Paradise
Oh, my Beautiful

Love is not a sin 🥰
: ̈·.· ̈:
 `·.   @taste_of_love aa

Читать полностью…

"WALALOON JAALALA"

👴🏼 Бўлган воқеа.. 👵

Чол кампирига депти:
- Кампир кел бир ёшлигимизни еслайлик, сени хар доим учрашадиган жойимизда кутаман, дебди ю уйдан чикиб кетибди.
Бир соат кутибди.. Икки соат кутибди кампири келмабди, кейин уйга борса кампири уйда екан.
- Ха кампир нега бормадинг сени роса кутдим деса, шунда кампир..😉

Читать полностью…

"WALALOON JAALALA"

Jaalallee hin qabu jettee hin gaddiin kan qabuus Garaachi fayyaa hin qabu.

@Text_Jaalala

Читать полностью…

"WALALOON JAALALA"

🔰 TELEBIRR - AFAAN OROMOO🔸

Teleebirr Fayyadamtoota fi miseeensota Horachuuf badhaasa garaa garaa qabatee dhiyaatera.

♻️ Baga gammaddan 🔸

Start yoo jettaan qarshii 2500 badhaafamtu. Dabalataan, namoota 25 yemmuu affeertan qarshii 5000 badhaafamtu.

Liinkii affeerraa My frist Jesus! 🔽
/channel/Telebirr_Afaan_Oromo_bot?start=r03541950355

Liinkii affeerraa keessaani argachuudhaaf liinkii affeerraa My frist Jesus! tin galmaa'aa.

Telebirr - Afaan Oromoo

Читать полностью…

"WALALOON JAALALA"

#Ilaalcha_Hin_Filatamne

Allaattii samiirraa ilaaltuuf
hiika hin qabu gonkumaa
cidha haa ta'u boo'icha
isheef dunkaanni tokkuma.

Kitaaba ARAADA irraa
@Walaloon_Jaalala

Читать полностью…

"WALALOON JAALALA"

Sin jaalladha damma koo
Yaa ishee qixxee lubbuu koo
Sirraa fagaattee turuu
Hin dandeessuum onneen koo

Dhugaaniin si jaalladha
Karra onnee koo tarsaasee
Qalbiin koo gaaf hundumaa
Gama keetti na kaasee

Jaalala sobaa hin beeku
Kan faashiniin mancaase
Tokkittittii lubbuu koon
Gad fuudhee siif galaase

Simalees homaa hin hawwu
Lapheen koo suma baata
Haala kamiin keessattuu
Onneen koo si dheebota

Atis narraa hin fagaatin
Shurrubbee koo kuulanii
Surraama kee kanasoo
Ilaalanii hin quufanii

Akka baraati jettee
Faashinii itti baasiinii
Jaalala keenya lachuu
Hamtuu gidduu hin baasini

Ofitti na qabadhuu
Jaalala dhugaa fudhu
Tasayyuu dogongoree
Ormaaf onnee koo hin laadhu 🎲

✨。\|/。🌷
@dhandhamaa_jalalaa
@dhandhamaa_jalalaa
❤️。/|\。⏺
       #share
         #join

Читать полностью…

"WALALOON JAALALA"

Biyya kanatti kanan abdii kutadhe....


Waajjira ibsaa deemee yeroon jeneretara argedha😭 @dhandhamaa_jalalaa

Читать полностью…

"WALALOON JAALALA"

Siitkoomii Maatii Ilaalaa
Kutaa 7ffaa

https://youtu.be/jKKf2spKyyc?si=3rucGYOGHHcJOHDN

Читать полностью…

"WALALOON JAALALA"

SIIN YAADE!

Ijji kee akka durii
Oliif gadi hin fiiguu
Bultiifii Iimaana kee
Si jalaa hin diiguu

Of taatee jiraattaam
Gammachuu argattee
Iimaana kee qixxee
Ittiis dabalattee

Kan duraan hir'atee
Iimaanni jiruu
Gaafa ida'amtee
Jiruu Abbaa mana kee
Nama tokko taatan
Garuu qaamni lama
Yaa jiruu halaala
Mi'aawwa akka damma

@Dhandhamaa_jalalaa
@dhandhamaa_jalalaa

Yaadaaf gaaffii:
@isaddiin_Abdii

Читать полностью…

"WALALOON JAALALA"

#Jaalala_dhugaa
qulqulluu ganama
kan shakkii hin qabne
yoomu amanamaa

Wal irraa fagaannee
biyyaa biyyaas teenu
jaalala malee
nu wal jibbaa beeynu

Akkanatti hin hafnuu
obsii mee wal garaa
abdiin na eeggadhu
hin muraatiin garaa

Jette jettee namaa
gurra kee hin laatin
guyyaa tokko wal garraa
naa jalaa hin yaadiin😍😍😍

Fageenyi jibbaaf malee
jaalala dangeessuu
Rabbii uumaa malee
Eenyuu adda nuu baasu

Obsii gaara diiga
obsaa naaf horadhu
yeroo sii yaadadhu
imimmaan coccoobsa

Jaalalli qulqulluun
maaliin madaalamtii
rakkoo har'aa dhiiftee
boriif kaayyeefaattii
jaalala dhugaa qabaadhu
Obboleessa,Obboleettii
Addunyaa qofa mii
Akiraaf sii taati🌹🌹

Jaalallii soba sobuma
Eessaan tabba baati
Osoo harkiisanuu
Kufuuf shololaatti🙅🙅

Irraanfadhee mitii
Fagaadheeti malee
Ani anuma,atiisi isimaa
Taa'eetin si eega hin sooradhu yoomillee
Boontuu too jaalallee
@lookoojalaala
#join
#Share

Читать полностью…

"WALALOON JAALALA"

Jon goodha matti Tahaa

Читать полностью…

"WALALOON JAALALA"

1 like was sent to user Telegram
Number of like received by the user so far: 1
👍

Читать полностью…

"WALALOON JAALALA"

#ODUU_DURIII!!!!

Harree Fi Waraabessaa:

Guyyaa tokko harreen tokko gammachuudhaan araddaa dheedaa ture, waraabessi immoo akka xiyyeeffannaan harree marga irra ta'e waan hubateef suuta jedhe kara harreetti siqaa deemsa itti fufe. Harreen Nyaata irraa boqonnaa fudhachuuf yemmuu mataa ol qabatu waraabessa kara isaatti qaxxisa deemu arge.

Harreen yeroon fiigee jalaa bahuu akka hin jirre hubate. Yeroo kana Harreen of baraaruu barbaade. Akka waan akka malee miidhameetti sagalee guddaadhaan Halaakuu jalqabe. Waraabessi waan akka tasaa harree mudate waan wallaaleef, dhimmi isaa maal akka ta'e harree gaafate.
“Muka hamaatu miila koo duubaa keessa seene. Akkan baasu na gargaartaa? jedhee waraabessa gargaarsa gaafate.
“Maaliifan akkas godha? jedhee deebiseef waraabessi.
“Eeyyee, Maaliif seete. Anni rakkadhee miti. Silaa ana nyaachuun kee waanta hin oolleef mukni hamaan kun yeroo ana nyaattu qoonqoo keetti rakkatee akka sin ajjeefnee yaadeeni. "Jedhe
Yeroo kana Waraabessi qoonqoo isaaf yaadda'ee harree galateeffate. Waraabessi muka miila harree irraa waraane buqqisuuf gara harreetti dhiyaate. Yeroo inni muka sana baasuuf harreetti dhihaatu, harreen humna isaa hundaan ilkaan keessa dhiitee baqate.
Waraabessi yeroo garaa sammuu isaati deebi'u waan ta'e mara amanuu hin dandeenye. Ilkaan isaa muraasa akka dhabe hubate. Waraabessi gowwummaa isaatiin of abaaree ofitti gaddee deeme.

👉MAAL IRRAA HUBATTE?
@asoosama_jaalalaa
@asoosama_jaalalaa
@asoosama_jaalalaa

Читать полностью…

"WALALOON JAALALA"

"Edaa" garamitti hiikuu?
****
Ani siif jedhe cabeen
Caba kee siif okola
Dubbachullee dadhabeen
Cobni imimmaani nan lola
***
Halkan walakkaa faa
Hiriyyoota koo rafisee
Keessattu Alalaasaa
Dhokfachuun boochisee
***
Michuu gaafa rakkoo
Jedhame waamamee
Beelaf dheebuun koo
Garaadhan waadamee
* *
Maafan galata dhabee
Nyaachise obaasee
Isa uffata hin qabne
Daarayyuu baasee
**
rakkata meeqa ilaalen
Keessi koo nan lola
Ijaare hin qabuuf malee
Mana koottan sin gala
***
Edaa edaa yaa jiruu
Jiruu lafa kanarraa
Ol baatee samii xuqxuu?
yookaa badii lafarraa
***
Cinaacha tokkoon rafuun
Ani mee si gammachisuufi
Beenyan koo didee dabuun
Luugama malee kaachisuufi
**
Edaa garamitti hiikuu?
yaa isa guyyaa gurraachesite
Dadhabiin silaa hin mul'atu
"Edaanu" maaf barbaachifte?
***
🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
✍️...Alalaasaa
@Walaloon_Jaalala

Читать полностью…

"WALALOON JAALALA"

Asoosama "MADAALAMA" kutaa 1ffaa yeroo muraasa booddee ✍️

Ammas MADAA LAMAN dhufnee jirra nu simadhaa!

Asoosamichi haa dheeratu moo gabaabsaa isin biraan haa geenyu?

MADAA LAMA itti fuufa....

React 🙏👌❤️👍🥰

🍟ASOOSAMA JAALALAA waliif share 🍟

Share➠ @asoosama_jaalalaa
Share➠ @asoosama_jaalalaa

Читать полностью…

"WALALOON JAALALA"

➺𝐀𝐤𝐤𝐚𝐦 𝐣𝐢𝐫𝐭𝐮?
Namonnii Channeliin Kessaan wave dabalachuun Akkaa Isiinif Guddaatuu Barbaddan! Guyyaa Muraasa Qofaa Kessattii Member Hedduu Hora𝐜𝐡uu𝐟 𝐍𝐚 𝐪𝐮𝐮𝐧𝐚𝐦𝐚𝐚.
◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦
BAKKA Lamaan

➺ Above  ➣  1K+ subscribers
➺ Above  ➣   5K+ subscribers

Na 𝐪𝐮𝐮𝐧𝐚𝐦𝐮𝐮𝐟👉 @OROWAVER👈

Hubadhaa! 1k Gadi haala Waliigalteen isiniif Hojjanna

Bakki muraasni waan hafeef Daddafaa

Читать полностью…
Подписаться на канал