Yoo xiqqaate namni tokko namoota 10 garee kanatti dabaluun dirqama
#Warqiin_harkaa_qaban........
_____
Waan qaban hin hawwamuu jedhama.
Dhugaadha waanti qabnu hammam gatii guddaa akka qabu, gaafa waanticha dhabne barra. Mee haasawaakoo kana fakkeenyaan gabbisuu laata!
~~~
Fayyaa guutuu yeroo qabnutti faayidaan fayyaa nuttin mul'atu; osoommoo torbanuma tokko sababa rakkoo fayyaatiin sireetti gallee, jecha "fayyaa" jettu qofaa miti, faanaa fi sagalee namaa, qaawwa keessaan dharraana.
Ammas,
qilleensi qulqulluun(Oksijiniin), safara malee habbuuqqachaa oollu kun, homaa nuttin fakkaatu; garuu gaafa isa dhabne, turtii daqiiqaa shanii keessatti duuna.
Haaluma wal fakkaatuun, jireenyi har'a keessa jirru, maatiin keenya, hiriyyaan amma waliin jirru, waantonni socho'anii fi hin sochoone har'a qabnu kun, ammaaf homaa nutti fakkaachuu dhiisuu danda'u. Inumaa jara kana gasoo waakkiidhaan tutumachaa oolla; kan abaarus hin dhibu; eeyyee, maaltu beeka!
Dhugaa tokko garuu haa beeknu; warreen maqaa dhoofne keessaa tokko gaafa nu biraa dhiban, nuuf mul'atu.
@asoosama_jaalalaa
ASOOSAMNI #SIMALEE KUTAA 6FFAAN DAQIIQAA 20 BOODA NI MAXXANFAMA!!HAMMASUU REACT JOIN SHARE
#Asoosama_jaalalaa
#Asoosama_jaalalaa
#Asoosama_jaalalaa
𝑯𝒖𝒃𝒂𝒅𝒉𝒖 !!
𝒀𝒆𝒓𝒐𝒐 𝒘𝒂𝒂𝒏 𝒕𝒐𝒌𝒌𝒐 𝒒𝒐𝒇𝒂 𝒊𝒓𝒓𝒂𝒕𝒕𝒊 𝒙𝒊𝒚𝒚𝒆𝒆𝒇𝒇𝒂𝒕𝒕𝒖 𝒚𝒂𝒂𝒅𝒂 𝒉𝒆𝒅𝒅𝒖𝒖 𝒘𝒂𝒂𝒏 𝒔𝒂𝒏𝒂 𝒇𝒐𝒐𝒚𝒚𝒆𝒔𝒔𝒖𝒖 𝒅𝒂𝒏𝒅𝒂’𝒖 𝒎𝒂𝒅𝒅𝒊𝒔𝒊𝒊𝒔𝒖𝒖 𝒅𝒂𝒏𝒅𝒆𝒆𝒔𝒔𝒂.
𝑲𝒂𝒏𝒂𝒂𝒇𝒖𝒖 𝒚𝒆𝒓𝒐𝒐 𝒋𝒊𝒋𝒋𝒊𝒊𝒓𝒂𝒎𝒂 𝒃𝒂𝒓𝒃𝒂𝒂𝒅𝒅𝒖 𝒃𝒂𝒌𝒌𝒂 𝒊𝒕𝒕𝒊 𝒙𝒊𝒚𝒚𝒆𝒆𝒇𝒇𝒂𝒕𝒕𝒖 𝒔𝒊𝒓𝒓𝒆𝒆𝒔𝒔𝒂𝒂.𝒀𝒆𝒓𝒐𝒐 𝒉𝒖𝒏𝒅𝒂 𝒘𝒂𝒂𝒏 𝒔𝒊𝒊𝒇 𝒎𝒂𝒍𝒖 𝒇𝒊 𝒘𝒂𝒂𝒏 𝒔𝒊𝒊𝒇 𝒎𝒊𝒋𝒂𝒕𝒖 𝒊𝒓𝒓𝒂𝒕𝒕𝒊 𝒙𝒊𝒚𝒚𝒆𝒆𝒇𝒇𝒂𝒅𝒉𝒖!
@asoosama_jaalalaa
Siz qaysi oyda tug'ilgansiz 🌸❤️🩹
Tez tug’ulgan oyingiz ustiga bosing va o’zingiz haqingizda bilib oling ❤️😻
Natijasini koʻrib xayron qolasz😍
#OSOO_ISIN_TAEE_MAAL_GOOTU?
==========================
Ani barattu university jimmaati Barnota koos bu'aa bahii hedduu keessa darbee guyyaa ebba koo eggachaatin jira
Ega dubbii jabduu tokkotu murtessuuf baayye natti ulfaatee jira.Mala naaf dhawaa jedheen karaa page kanan kabajaan isin gaafadha lammii koo
Ani haadhaa fi abbaa koo hin beeku
haati koo na guddifatte akka natti himtutti dhaladhee mucaa ji'a lamaa ta'ee utuun jiruu daandii gubbaa irra akka na argattee fi isiin waan dhala hin qabneef akka dhala eshiitti kunuunsitee homtuu utuu natti hin
hir'atin ofiif rakkatte anaa boonsote na guddifte.Barnoota koo na barsiifte dhamaatii guddaa booda waaqa woliin bakkan amma jiruun na geesse harmeen koo ammaa kunis ilmoo ykn abbaa
worraa fira itti dhihaattu hin qabdu kophaa isii jiraatti amma immoo hedduu dadhabdee jirti.Eega wonti baayee na naasise dhiiheenya kana niitin tokko ameerikaa irraa dhuftee "ati dhala kooti naan jette".Anis baayyen rifadhe "akkamitti ta'uu danda'aa"? Jedhee yeroon
gaafadhu Deebii akkas jedhuu naaf deebifte. "Dhala ko jaalladhee karaa gubbaa irratti sin gannee yeroon si ulfaa'utti abban kee ulfa keetin anaa jiruu na duraa boqote anis waanin of godhuu
wollaale ulfa keetin gidiraa hudduu dabarsee egan si daheen booda
waan si nyaachisu waan hin qabneef mana harmee kee amma si guddifattee balbala isii fulduratti si dhiisee deeme naan jette". Dabalatanis akkas naan jette "amma waan hunduu mijataa dha seera
qabeessuumman ameerika magaalaa niwuyorki keessa jiraatan jira barnoota kee kana booda ameerikatti barachuun kee dirqama jette haala tokko tokkoo naaf mijeessuu egalte. Anisigaa kan murteessuuf na rakkisee dhugumaa nitiin kun deessee kooti? utuman immoo dhala isii ta'ee yoo hammamiyyuu rakkatte haati
akkamitti dhala ofii daaandi gubbaatti gatte deemti kan jedhuu gaafii natti uumeera.Dabalatanis immoo duubbiin kun dhugumaa yoo ta'eyyuu haati ko
daandi gubbaa na kaafte hanga yoowwanaa aarsaa hedduu naaf
kaffalte asiin na geesse dhiisee deemuun immoo sammuu koo na jonjeessaa jira.
Gama biraatin niitin amma ani haadha keeti naan jettu bor yoo waa tokko uumame daandi gubbatti ammas na dhiifte deemti kan jedhuu kunis dabalataan sammuu kootti gaafii ta'ee jira.Yaa hordoftota page kana mee utuu isin ta'ee maal gootu?
Harmee kee ammaa duuka ameerikaa deemi achitti baraadhu jettu mo?
Harmee kee isii dadhabduu aarsaa bayyee sii gootee isii fira ilmoo abba
worraa hin qabne dhamaati guddan kophaa isii asiin si geesse birattii
hafii aarsaa isii deebisif naan jettu?.
@asoosama_jaalalaa
@asoosama_jaalalaa
@asoosama_jaalalaa
Teletv Irratti Gadhiifameera !✨
ፊናፍ ፊልም በቴሌቲቪ መተግበሪያ መታየት ጀምሯል !!
👉የቴሌቲቪ መተግበሪያን (Application) ለማውረድ https://teletv.et/download
👉በድህረ-ገጽ https://www.teletv.et ላይ በመግባት መመዝገብ ይቻላል!
#finnaaf #ፊናፍ #nowavailable #ቴሌቲቪ #teletv #Newethiopianmovie
@Fiilmiin
📣Warraa group old qabdan yeroon gurgurtan ammadha gatiin dabaleera✔️
🚀2017-2019🏷
🚀2020🏷
🚀2021🏷
🚀2022🏷
🚨2023(january to april) 🔺️
✅Inbox na godhaa
❌ location group tahuu hin qabu
❌historyn isaa muldhachuu qaba
🛫Namoota group 10 fi isaa ol qabaniif gatii dabalataan irraa bita 🔥
🔭miseensi 1 gahaadha
Karaa kaffaltii ▶️🏦🏦🏦🏦🏦🏦
📨 @Icoginito ✔️
60 КИЛОГА ОЗДИМ, 15 КУН ИЧДИМ !!!
uznews.uno/g/?r=11
Диета ва оғир машқларсиз, бир услуб орқали ортиқча вазндан ҳалос бўлдим.
БАТАФСИЛ: 👇👇👇
uznews.uno/g/?r=11
(ДИҚҚАТ❗️Бу малумот эндигина бугун қўйилди шунинг учун бу рецептни ишончли жойда сақлаб қўйинг кейин тополмайсиз, чунки каналлардан ўчириб ташашябти)
Beekaan callisee
Doofaan gaafa dubbatu
Gamni afaan qabatee
Gowwaan yoo watwaatu
Martuu hiika dhaba
Addunyaan ni bushoofti
Guci abdii cilaanciltu
Harka jaraatti ni dhaamti
Kaachuu
@Walaloon_Jaalala
Dhugaa sinitti mufadhe 😢
Badhaasa ni qopheessa mee React 100 godhaa Post kana irratti
❤️❤️❤️❤️❤️❤️
❤️ REACT ❤️❤️
❤️❤️❤️❤️❤️❤️
Share➬ @Danbalii_jaalala
Share➬ @Danbalii_jaalala
🎁 I received ${claim_num} rewards. Celebrate Trump's election as President of the United States on November 5, 2024. Limited time offer of USD, don’t miss this chance! Click the link to claim your reward!
Читать полностью…Donald Trump baga gammadde
Dalagaan kee ka jalqabaa Dv kiyya irratti akka ta'u abdiin sirra qaba boss😁
Share➡️@Danbalii_jaalala
Share➡️@Danbalii_jaalala
Hagamillee wal dhabne
Taanus garaaf dudda
Silleen irraanfadhu
Ani yeroo hunda.
Harki wal qabate
Adda ka'us arraa
Shakkii tokko malee
Deebine wal garraa.
Jechaaf gocha keenya
Ani hin dagadhu
Harka kee yoon dhabes
Kan bira qabadhu.
Jiruun gargara bahuun
Hin oolamne nurraa
Obsumaan jalqabnee
Obsumaan xumurraa.
Gammachuu keenyaaf
Hunda ni darbina
Nagaan jiraadhu
Waluma argina.
➪𝐦𝐚𝐚𝐭𝐢𝐰𝐰𝐚𝐧 🫶 ☞︎︎︎ 𝐒𝐡𝐚𝐫𝐞 & 𝐣𝐨𝐢𝐧 𝐆𝐨𝐝𝐡𝐮𝐧 𝗡𝘂 𝗝𝗮𝗷𝗷𝗮𝗯𝗲𝗲𝘀𝘀𝗮𝗮❤️🩹🔋☟︎』
☛ @Hariiroo_jalaala ☜︎
☛ @Hariiroo_jalaala ☜︎
Rabbii koo.
Gaafa namni hundi
Natti galu dudda
Narra adda baane
Ati yeroo hunda.
Dogoggora kiyyaaf
Natti laanne murtee
Rakkoo hunda keessa
An cinaa turtee.
Abdi natti goota
Gaafan ani kufe
Siitu narra bana
Karaa namni cufe.
Jabaa na taasifte
Naaf kannite wayyaa
Obsas naaf kannite
Na dabalte fayyaa.
Jaba hunda olii
Hubata waa cufaa
Galata siif galchu
Hogguu ittin fufaa.
Karaa kan gubbaa
Heddummattus cabbiin
Bira na dabarsa
Yeroo hunda rabbiin.
➪𝐦𝐚𝐚𝐭𝐢𝐰𝐰𝐚𝐧 🫶 ☞︎︎︎ 𝐒𝐡𝐚𝐫𝐞 & 𝐣𝐨𝐢𝐧 𝐆𝐨𝐝𝐡𝐮𝐧 𝗡𝘂 𝗝𝗮𝗷𝗷𝗮𝗯𝗲𝗲𝘀𝘀𝗮𝗮❤️🩹🔋☟︎』
☛ @Hariiroo_jalaala ☜︎
☛ @Hariiroo_jalaala ☜︎
#MOTIVATIONAL_RObSAN_ALI 👑®
➪𝐦𝐚𝐚𝐭𝐢𝐰𝐰𝐚𝐧 🫶 ☞︎︎︎𝐣𝐨𝐢𝐧 & 𝐒𝐡𝐚𝐫𝐞 𝐆𝐨𝐝𝐡𝐮𝐧 𝗡𝘂 𝗝𝗮𝗷𝗷𝗮𝗯𝗲𝗲𝘀𝘀𝗮𝗮❤️🩹🔋
🔔𝗖𝗛𝗔𝗡𝗡𝗘𝗟📢 𝗦𝗛𝗔𝗥𝗘_𝗟𝗜𝗡𝗞&𝗝𝗢𝗜𝗡📢📢
@RobsanAli
@RobsanAli
#𝐷𝐴𝐼𝐿𝑌_𝑄𝑈𝑂𝑇𝐸𝑆🍁
#𝗜𝘀𝗶𝗻_😘🫶
𝗡𝙖𝙖𝙛_𝙂𝙖𝙡𝙖𝙩𝙤𝙤𝙢𝙖𝙖🙏
#ASOOSAMA_GABAABAA
••••• #SIMALEE•••••
••••• #KUTAA_6FFAA••••••
(Cu'aaaaa...... Kaballaa haleellaansaa cimaa ta'e tokkoon fuula simalee keessa kabale....)
Kutaa 6ffaa
...akkuma simaleen kabalamteen sagaleen akka nama dullaadhaan dudda namaa "dull" godhe guddisee dha'u qomakoo kana bakka lamatti gargar baasee darbe.
Takkaa eenyunillee sodaadhee hin beekin harra garuu abbaa simalee akka bakakkaa waaqaa bu'eettan sodaadhe. Nan nahe, qorruma galgalaa sanaan dafqi akka bishaaniitti dhaqnakoo miiccee qorratti na afaa jira.
Abbaan simalee ija haarii fi tuffiin ijasaa ija fattee bokkaan itti roobe godhee na ilaala.
Simaleen lafa kabalamte qabattee ija isheetiin lafa ilaaltee ol iyyuu hin jenne.
Kana gidduutti eessaa akka isheen ergamte hin beekuu haariifi jagnummaan xinnoon qara fakkaattu tokko dhuftee onneekoo isa tamsa'ee jiru sana waraante. Anis onneen godhadhe. Abbaan simalee ammas kaballaa lammaffaa simalee kabaluudhaaf harkasaa ol fuudhee humnaan gara maddii simalee isa lallaafaa kanatti gad dhiise. kana gidduutti anis onneen horadhe sanaan harka abbaa simalee utuunni simalee hin qaqqabin qilleensarratti qabeen harka bara lakkoobsise kana simaleerraa qoladhe.
Simaleen ija keessa na ilaalte garuu waanan godhu waanan hin qabneef harka tokkoon harka abbaa simalee qabee harka tokkoon harka simalee qabeen simalee gibbii seensiseen gara mana kootiitti qajeele.
Galees boqonnaa hin arganne. Eenyummaa kootu na keessaa dhikkifata.
Yaadonnikoo na jeequ.
"Maali ati nama dulloomaa jiru kana dadhabdee dargaggeessa ofiin jettaa? hiriyoonnikee worrati wojjin ba'aa guurtu yoo dhaga'an maal siin jedhu?" Naan jedha yaadnikoo inni "gibbidaa" fakkaatu kun.
Yaadniko inni hoolaa Abba jaallatu fakkaatu sunimmoo "nama jaalalaan dhufe jibbaan hin galchan. Baga dhiifte silaa mucaa kana bakkeetti gattee hidhaatti tottorta" kan naan jedhu yaadakoo isa qabbana sana ture.
Sireemarra taa'een yaadaan joonja'a
Kana gidduuttan sirba akaakayyuunkoo gaafa gafarsa ajjeese galu geeraru tokko sammuu koorraa qiliwwise...
Seenaafis sodaataan qabnu
Jibbaafis qooddataan dhabnu
Akaakileenkoo gootaa
Kutamee kutee marqa
Jiraaf ilmaan sarootaa
Gootummaa Isaa arga
Jaalalaaf garraamummaan
Ilma abbaankoo dhalche
Ajjeesees akkan nyaadhuuf
Gootummaaf waadaa na galche
Gaafan qotee gaalalu
Ormi gowwaama seeti
Itti ajedheetan nyaadha
Gaafa guyyaa isheetti
Abbaankoo bunan dhugu
Yo hojjetaa oole malee
Anoo gantuun gabbaru
Nan jedhayyuu dabalee
Eenyutu narraa fuudha
Utuun ofirra jiruu
Kan ajjeesee sooratu
Ana ilmi guduruu
Jedhee gaafa akaakayyuunkoo dhaadatu qotiyyoon Isaa bookkisanii garaa isa ciibsan sunimmo waan dhaggeeffatan fakkaatu.
Galgala gaafa sanaa Simalee fi abbaan simalee akka isaan wol godhaa bulan an hin beeku.
An garuu waanan biyyattii cabbiin guutamte sanarra bulen fakkaadha.
Jireenyi birrii haadha bashanee taate. Jetti haatikoo utuu duutee hin badin.
Ganama ka'een mana xaxxaragee qorri narraa haa badu jedheen sochii taasise.
Dhibbantaa lama ta'ee narratti mullate.
Akkuma isaatti waan narka jirtuun ciree nyaannee. Galgala edaa bor mana barumsaa hin dhaqna jettee simaleen waan waadaa na galchiteef anis dabtara sirreeffadheen ka'e.
Gaafan galu garuu waan ittiin "Oolchaa" (afaan habashaatiin misaa jettan) sana waan ittiin nyaannu tokkollee hin qabu.
Karaan ittiin birrii argadhu tokkollee hin qabu. hiriyootakoo bira deemee hojii dalaguuf simalee mufachiisuu hin barbaanne.
Jireenyi dhugumayyuu qarshii haadha bashanee taateetti.
Harki nama hundumaa birrii abbaa dhibbaa baata. Anaanis gidduu kana simaleen qarshi naaf kennaa waan turteef qarshiin abbaa shaniifaan waanisaan fakkaataniyyuu narkaa badaa jira.
Maal ta'a Akkuma saantima abbaa birriitii dabartee barri taeef kana anaafis yo naa darbe jedheenimmoo yaadakoo isa gowwaa akka dhalatetti jiruttan kolfa.
/channel/major/start?startapp=1281417631-1397865535
Читать полностью…#Jaalalaa_dhugaa
Jaalalli dhugaan kana
Gafaan taa'e ilaaluu
Onnee isaanii lamaan
Kan jaalallii dhaaluu
Jaallatanii waal argataan
Beekuu jooraa jaalalaa
Jaalalaa isaanii kanaa
Gabaa tokkotti daldalaa
Jaalallii joora qabuu
Dhumasaat gaariidha
Jaalallii sobaan imaluu
Dhumasaat aariidhaa
Muka muummee gamaa
Eenyutu jala dhaqe taa'a
Akka jaalallee ofii illee
Maaltu namaaf ga'aa
Qabbaneessitu onnee
Mi'oftuu akka dammaa
Waan akka jaalalaa toluu
Dhugumaa jiraa ammaa
Gafaa jaalalaa dhamdhamanii
Inni harra isa kaleessaa caalaa
Namni mi'aa jaalala hin beekne
Jaalalleewwan darbaan ilaalaa
Gaarummaa malee
Jaalallii jibba hin qabuu
Jaalalaan hanqaaquunuu
Dhagaaarra bu'ee hin cabuu
Bakka jaalallii jiraatuu
Qabbanatu mullataa
Dhala nama qofaa miti
Bineesu jaalala jaallataa
Namni erga nama ta'e
Maalumaan waal caalaa
Qabeenyaan nama hin ibsuu
Namni garuu isa ilaalaa✔️🌹⚘️❤️
❤️⚘️⚘️💕🌹❤️✔️❣️✔️
Join 👇
@onneejaalalaa
Bu'aa ba'ii- wal qixxeessee
Adeemsakoo-situ sirreesse
Siinan darbe- danqaa hunda
Na gargaarte-gooftaa gudda
kufee cabuu
Du'ee baduu
Siinan oolee
Mirgaan gale
Naaf taateetta-hirkoo jabaa
Gaaddisni kee -nagaa qaba
....Elaa yaa Waaqako
Sittan kenna barakoo!
© Amaanu'eel Naggaa
@Walaloon_Jaalala
Galmeen DV-2026 har'a galgala (Kamisa, Nov 7) saatii 2:00pm irratti xumurama Kan hanga ammaa hin galmoofne yoo jiraattan inbox nu qunnamuun dafaa galmaa'aa: Akkamiin galmaa'u?
1. Karaa inbox 0910497251 keessan ergaa.
2. Itti aansuun form gaaffii 17 qabu nuti isiniif erginu guutaa deebisaa.
🇺🇸 Namoonni hanga ammaa hin galmaa'in jirtan nu qunnamuun dafaa galmaa'aa:
ДИАБЕТ 10 ЙИЛ БЕЗОВТА ҚИЛМAС ЭКAН
http://uznews.uno/td/?r=18
AПТЕКAДAН AТИГИ 24 000 ТУРAДИГAН ДОРИ ОЛИБ БУТУНЛAЙ ҚУТИЛСA БЎЛAР ЭКAН
БАТАФСИЛ БИЛИБ ОЛИШ УЧУН
👇👇👇👇👇
http://uznews.uno/td/?r=18
(бепул пайтида кириб кўриб олинг)
🎯Yuunivarsiitiiwwan barattoota waggaa tokkoffaaf (2017 Freshman) waamicha godhan.
1.AAU
2. ASTU
3. AASTU
4. Yuunivarsiitii Salaalee - Onk. 21 fi 22/2017
5. Yuunivarsiitii Kabridar - Onk. 25, 26/2017
6. Yuunivarsiitii Miizan Teepii - Sad. 2 fi 3/2017
7. Yuunivarsiitii Hawaasaa Sad. 9 fi 10/2017
8. Yuunivarsiitii Haramaayaa - Sad. 9, 10, 11/2017
9. Yuunivarsiitii Raayyaa - Sad. 2 fi 3/2017
10. Yuunivarsiitii Odaa Bultum - Sad. 4, 5/2017
11. Yuunivarsiitii jigjigaa - Sad. 4,5,6/2017
12. #Yuunivarsiitii Dirreedawaa Sad. 16 fi 17/2017
👇👇👇👇👇👇
👉@Intraancii❤
👉@Intraancii❤
👉@Intraancii❤
#HARMEE
Riqicha too mootii
Biiftuu too ganamaa
Oolmaan kee ayyoo koo
Maaliin madaalamaa?
Jiruu koo jiraatta
Saggoo kee cabsitee
Midhaan na nyaachisuuf
Dhiiga kee cobsite
Daawwitii jiruu koo
Ogeettii hundumaa
Naaf jiraadhu harmee
Waggaa kuma kuma
@asoosama_jaalalaa
Rabbii koo.
Gaafa namni hundi
Natti galu dudda
Narra adda baane
Ati yeroo hunda.
Dogoggora kiyyaaf
Natti laanne murtee
Rakkoo hunda keessa
An cinaa turtee.
Abdi natti goota
Gaafan ani kufe
Siitu narra bana
Karaa namni cufe.
Jabaa na taasifte
Naaf kannite wayyaa
Obsas naaf kannite
Na dabalte fayyaa.
Jaba hunda olii
Hubata waa cufaa
Galata siif galchu
Hogguu ittin fufaa.
Karaa kan gubbaa
Heddummattus cabbiin
Bira na dabarsa
Yeroo hunda rabbiin.
➪𝐦𝐚𝐚𝐭𝐢𝐰𝐰𝐚𝐧 🫶 ☞︎︎︎ 𝐒𝐡𝐚𝐫𝐞 & 𝐣𝐨𝐢𝐧 𝐆𝐨𝐝𝐡𝐮𝐧 𝗡𝘂 𝗝𝗮𝗷𝗷𝗮𝗯𝗲𝗲𝘀𝘀𝗮𝗮❤️🩹🔋☟︎』
☛ @Hariiroo_jalaala ☜︎
☛ @Hariiroo_jalaala ☜︎
We're talking about 📝📝GALMEEN BNAADHA BARUMSI IFAADHA🌞💯. Click the link to join us!null
Читать полностью…BARUMSAA WALITTI FUFIINSAA QABUU MATAA DUREEN ISAA EENYUMMAA YESUUS KIRISTOOS JEDHU
Namoonni barumsa kan kutaa 1 2 3 4 hin dubifne Yoo jiratan chaanela @LagaJireenyaa jalaa senenu dubisaa ergaa kooti hubannoof isaan garaagaraa
Kutaa - 5⃣ ffaa
┄┄┄┄┄❅☕️❅┄┄┄┄┄
➊ Yesuus kiristos Eenyu? Yesuus kiristos waggoota 2000 dura biyya Israa'el keessa nama deddeebi'aa ture ta'uu isaa hunda biratti beekamaa dha.
Garuu Eenyu?
Gaaffii namoota hedduuti.
Dhugumayyuu inni eenyu?
❖ Namoonni hedduun ergamaa dha jedhu.
Keessumattu obboloonni keenya muusliimaa.
Kanneen kaan immoo nama gaarii dha jedhu.
Beektonni akka W.F.Lewis immoo nama beekamaa fi barsiisaa Amantaa dha malee Waaqa miti jedhu.
Namoonni waan hedduu jedhaniiru.
Macaafni Qulqulluun hoo maal jedhaa?
(Yohaannis.8:58....)
Dhuguma dhuguma isiininan jedha Abrahaam otuu hin dhalatiin durayyuu jiran ture. isaanin jedhe.
Yesuus Waa'ee eenyumma isaa yeroo ibsu " Ani jira
" jedhee dubbachuu isaa kakuu moofaa keessatti
"Waaqayyo" maqaa itti waamamaa turetti gargaaramuu isaa ibsa.
(Ba'uu. 3:14).
Gara kakuu haaraatti yeroo deebinu... (Yohaannis.1:1)
irratti itti fufuunis (Yohaannis.1:14) akkas jedha,"
Sagalichi nama foonii ta'e " jedha. Kun kan ibsu Kiristos Waaqa foon uffate ta'uu isaa dha.
himmmmm Obbolonni koo hedduu kana hubachuu hin
barbaadani yoo arganis hin amanani.
Ergamaan Phawuuloos yeroo dubbatu
( Tiitoos. 2:13)
irratti " Yesuus kiristos Waaqayyo keenya isa guddicha fayyisaa keenya " jedhee dubbate. Bartuun gooftaa Toomaas gooftaa koo Waaqayyo koo jedhee dubbateera. Yesuus ani Waaqayyo miti jedhee isa hin sirreesine. (Yohaannis.20:28). Yesuus karaa amansiisaan Waaqayyo akka ta'e dubbateera.
Kanaafidha ofiitti amanee Karaan, dhugaan, jireenyi ana jedhee kan dubbate. (Yohaannis.14:6)
kanaaf Yesuus eenyu gaaffii jedhuf, "Yesuus Waaqa tokkicha"........ kutaa 6ffaan itti fufaa...... Namoonni gafii yaada qabdaan coment jalatti nu barreessaa hanga waaqayyoo nu gargaretii gafii keessaan hundaa macaafa qulqulluu irraatti hundaa'un isinif deebisuuf qophii !!!
By Paster
Ermiyaas Daanyuu Tilaahun
Obboleessa/Obboletii koo Namoonni Eenyummaa yesuus kiristoos hin hin beekne baay'eedhaa kanaafuu ergaa kan share gochuu namaa hundaa biraan na ga'aan ergaa kooti gatii keessaa waaqayyoo bira argatu!!!
SHARE👉JOIN👈SHARE
@LagaJireenyaa @LagaJireenyaa @LagaJireenyaa @LagaJireenyaa @LagaJireenyaa @LagaJireenyaa @LagaJireenyaa @LagaJireenyaa
#Yuunivarsiitii Jigjigaa
Yuunivarsiitiin Jigjigaa guyyaan seensa barattoota haara waggaa tokkoffaa fi Rimeediyaali Sadaasa 4 hanga 6 2017 tti akka ta’e beeksise.
Galmaa'uuf kan barbaachisu:
Orijinaala fi kooppii ragaa kutaa 8ffaa.
Orijinaala fi kooppii bu'aa qormaata biyyoolessaa kutaa 10ffaa fi 12ffaa.
Orijinaala fi kooppii tiraanskriiptii kutaa 9ffaa-12ffaa.
Suuraa roga paaspoortii 8.
Uffata qorraa, ansoola, tiraascarqiifi uffata ispoorttiiti.
👇👇👇👇👇
@Intraancii❤
@Intraancii❤
📣Warraa group old qabdan yeroon gurgurtan ammadha gatiin dabaleera✔️
🚀2017-2019🏷
🚀2020🏷
🚀2021🏷
🚀2022🏷
🚨2023(january to april) 🔺️
✅Inbox na godhaa
❌ location group tahuu hin qabu
❌historyn isaa muldhachuu qaba
🛫Namoota group 10 fi isaa ol qabaniif gatii dabalataan irraa bita 🔥
🔭miseensi 1 gahaadha
Karaa kaffaltii ▶️🏦🏦🏦🏦🏦🏦
📨 @Icoginito ✔️
Gaaf tokko hiriyyota lamaattu wajjiin karaa deema ture. Inni tokko akka malee dafee Aara inni tokkomoo qoosa Heddumeeysa.
Eegasi osuma deemani inni qoosu kun hiriyyaan isaa kun isa aarsinaan kabalaan dhahe.yeroo kan inni dhawame kun fiige deeme bakka bishaan baharaa cinatti cirracha irratti " Saahibni kiyya na kabale ja'ee cirracharatti barreyse✍
achi booda bahara bishaani bira osuma taa'ani inni qoosu kun ammas bishaan bahara daakudhaaf seene. Yeroo kana waan bishaan daaku hin beeyneef bishaan keeysa yeroo waywaatu saahibni isaa kun cahee isa baase. Yerosan Inni qoosu kun ammas deeme dhagaa gudda irratti Saahibni kiyya Du'a irra na'oolche ja'ee barreeyse✍
↪ Yeroo kana sahibni isaa kun akkana ja'een maaliif yeroon si kabalus cirracha irratti barreysite? ammas yeroon bishaan keeysa si baasu maaliif dhagaa irratti barreysite ja'eni gaafate?
👉Saahibni isaa kunis akkana ja'eni deebiseef:- Jibbi kan garaati Garuu Jaalalti tan Onneeti❤ yeroo hunda wal jibbuu irra dhugaan wal jaalachuuttu wayya wal jibbuun nu balleysa garuu wal jaalachuun nu milkeessa ja'en.
➪𝐦𝐚𝐚𝐭𝐢𝐰𝐰𝐚𝐧 🫶 ☞︎︎︎ 𝐒𝐡𝐚𝐫𝐞 & 𝐣𝐨𝐢𝐧 𝐆𝐨𝐝𝐡𝐮𝐧 𝗡𝘂 𝗝𝗮𝗷𝗷𝗮𝗯𝗲𝗲𝘀𝘀𝗮𝗮❤️🩹🔋☟︎』
☛ @Hariiroo_jalaala ☜︎
☛ @Hariiroo_jalaala ☜︎
Uraa limmoo keessan
Numa baati kirriin
Galma hin hanqattu
Beeki wanni sirriin.
Rakkoon rakkoo dhalee
Qallatus karaani
Kirri fakkadhuti
Gad bahi jalaani.
Malee dhiphina karaatif
Hin gurgurin yaada
Wanni sirrii hundi
Ifaaje barbaada.
Hin danda'amu jatte
Ofin godhin kufaa
Wanni ati yaaddu
Suuta suutan dhufaa.
Rakkin waliin taa'u
Hin godhatin carraa
Kirri fakkadhuuti
Firra bani karraa.
➪𝐦𝐚𝐚𝐭𝐢𝐰𝐰𝐚𝐧 🫶 ☞︎︎︎ 𝐒𝐡𝐚𝐫𝐞 & 𝐣𝐨𝐢𝐧 𝐆𝐨𝐝𝐡𝐮𝐧 𝗡𝘂 𝗝𝗮𝗷𝗷𝗮𝗯𝗲𝗲𝘀𝘀𝗮𝗮❤️🩹🔋☟︎』
☛ @Hariiroo_jalaala ☜︎
☛ @Hariiroo_jalaala ☜︎