waltajjii_walaloo | Неотсортированное

Telegram-канал waltajjii_walaloo - "WALALOON JAALALA"

12851

Yoo xiqqaate namni tokko namoota 10 garee kanatti dabaluun dirqama

Подписаться на канал

"WALALOON JAALALA"

1 ТАБЛЕТКА = 2 СОАТДАН ОРТИҚ ЖИНСИЙ ҚУВВАТ

Восита виаградан 10 баравар кучли, энди сиз аниқ ётоқда тез бўшаниб қўймайсиз!

ТЎЛИҚ МАЛЪУМОТ: 2 👉🏻http://uznews.uno/e/?r=5👈

🔞Илтимос, уйланган ёки 18 дан ёш йигитлар кирмасин!

Читать полностью…

"WALALOON JAALALA"

Altakka takka gaafa siif gamu
Waaqayyoo in mormiita
Aangoo isa sarbiita.🥹

Kun maaf ta’e jetta !
Dhugumaa hammeenyi keenyi
Hammanumaa waaqaan muufachiisee
Albeen nu qalsiisee ?

Waaqayyoo nutti muufateetii?
……?
Ani hinbeeku cubbuun wal hincaalu
Garuu …
Dhiiga dhangaala’u ijiikee haa ilaalu 😭🙏

By Haftee Baqqalaa
@Walaloon_Jaalala

Читать полностью…

"WALALOON JAALALA"

MEE YAADA KEESSAN BARBAANNI.

Asoosama mata dureen isaa JAALALA IJAA jedhu isin biraan gahuu barbaanneeti.mee maal jattu?


#LIKE tuquun nu waliin jiraachuu keessan nutti argisiisaa.

COMMENTS Jalatti itti fufaa jedhaa barreessaa.

Like 👍 tana qofa tuqaa.

Like fi comments keessan yoo nu gammachiise boru irraa kaasnee itti fufna

Irraa waa bartu jadheen yaada...
Let's go family Asoosama jaalalaa ❣️❣️❣️

@asoosama_jaalalaa
@asoosama_jaalalaa

Читать полностью…

"WALALOON JAALALA"

Durbaan jaalallee qabdaa?
Osoo hin taane meeqa qabda jedhama bro 😋





Share➬ @Danbalii_jaalala
Share➬ @Danbalii_jaalala

Читать полностью…

"WALALOON JAALALA"

Danbalii_jaalala🫶:
Amman Si Jaaladhu
Anaaf Rabbit Beeka
Callisee Hundumtuu
Maalumaaf Nu Jeeqa

Orma Hin Dhaga'in
Anuma Siif wayya
Illillee Jannataa
Yaa Bareedduu kiyya

Jaalalli badii miti 🥰
:¨·.·¨:
 `·.   @Danbalii_jaalala

Читать полностью…

"WALALOON JAALALA"

Jaalalli kee na qabee
Na dhoowwattera fala
Ka'en gabaree ta'e
ganda keessaniti gala.😒

@Text_Jaalala

Читать полностью…

"WALALOON JAALALA"

#ASOOSAMA_GABAABAA

✅✅MADAA_LAMA .(M2)✅

🔰🔰KUTAA_4⃣ffaa ..🔰🔰

Kutaawwan darban hin dubbisne taanaan @asoosama_jaalalaa
jela seenun dubbisi

Dubbisa gaariiiiiiiiiji

..Hawwiin ijishee inni taliila fakkaatu sun dhokachuun soora
jaalalaa Obsaa waliin dhugaa jiru.Afaanni Obsaa akka waan
nadhii dammaa xuuxaa jiruutti xuuxaa jira.Hawwiinis
afaanshee isa akka kanniisaa damma oomishu sana
gororashee isa damma caalaa minyaa'u sana kennuufii
jalqabde.Lamaan isaanii bakka jiranuu dagataniiru.
Simbirroon gaafa sossokoksitu,Obsaan naasuun afaansheerraa
adda ba’e.
Asiif achi ilaalee soorata jaalalaa dhamdhamuu
jalqabe.Hawwiin akkuma irratti kuftetti hafte.Ofitti qabee tokko
jedhee uffatashee irraa yaase.qaamni isaa akka fardaa fiigicha
fiigaa jiruutti uutuusheen iyyituu gulufuu jalqabe.Dhiignishee
ijoollummaan akka galaanaa lola’uu jalqabe innis itti quufiinsa
(Speermii) itti dhangalaasuunsaa hin oolle.Yaadatee
sammuunsaa baqadhu baqadhu isa gochuu jalqabe.Ka’ee
fiiguuf akkasaa wallaale.Isheenis akkanni sooftiin irraa
xaraguuf gaafatte.Daqiiqaa sanaaf sammuunsaa wal-
loluu...wal-mormuu eegaleera.Hawwiinis yeroonni taa’ee
hidhiisaa nyaatu agartee irratti bartee,“Anaaf ati kan
waliidha.Waliif uumamne maalif gaabbita ? Kan bade
durbummaakoodha.kan dhangala’es dhiigakoodha.Yoo akka
tasaa na keessatti mucaan uumames maaltu ta’a ? Ani kanaan
booda sirraa duutuu adda nan baasu jedheen amana atoo”
jetteen.
Obsaanis,“Miira gammachuu tokkoon anis siif harmee koorraa
homtuu adda nan baasu”jedheen.
Achuma bakka sana sa’aatii lamaa ol-taa’anii gara manaatti
imaluu eegalan.
....
Guyyaansaa wiixata,mana barumsaa akkuma deemaniin
mooraan mana barumsaa Mandii hundi isaa hiriira mormii
diddaa abba hirreef hiriira ba’an.Preparatory keessaa kan dura
deemee jechisiisaa jiru Hawwiidha.
Waraannis akka waan uumaan bokkaa roobsaa jiruutti
dhukaasa roobsuu jalqabde.guyyaa sana guutuu magaalaan
sun waraana mootummaa cunqursaan jeeqamaa
oole.Galgalasaa eeruu basaastotaan,mana Hawwiifaa Hawwii
qabuuf waraanni marsee jira.Akka tasaa isheen garuu karaa
galtu dhabdee mana Obsaafaa bulte.
Torban sanaaf mana Obsaafaatii osoo gadi hin ba’in teesse.
..Hawwiin fira Washington DC irraa obboleessa abbaa waan
qabduuf akka achi deemtuuf haalli marti xumurameeraaf...
Har’i kamisa.Hawwiin Jimaata barii gara Finfinneetti
imalti.Obsaa,Hawwiif Harmeen Obsaa mana isaanii keessa
boo’ichaan mana gaddaa godhaniiru.
Utuu walitti boo’anii barii jalaa yeroon 10:00 ta’e.Hawwiinis
ijasheerra imimmaan roobsaa uffatashee jijjiirrattee
fuulasheetti naxalaa marattee gara buufata konkolaataa
Mandiitti Obsaa faana imalte.
Akka tasaa “Odaa Bus” keessaa bakka qabattee
teesse.Obsaanis yeroof waliin taa’ee walitti boo’uu
jalqaban.Utuu akka daa’imaatti walitti maraatanii namoonni
Obsaa harkisanii gadi baasan.Inni kaan isaan faana boo’a.
....
Hawwiin torban booda Washington DC deemti.Abilii
warqeerraa hojjetame Qubee “OH” qabu fi Mobaayilii Android
guddaa bittee waraqaa poostaa xalayyaa qabu waliin namatti
Obsaaf ergite.
Imaanaan Obsaaf ergame guyyaa lama booda isa qaqqabe.
Poostichi akkas jedha,
“Haa gahu nagaan koo,inni ija jaalalaa.Akkam naaf jirtaa
Obsaakoo.Ani fayyaa kooti yaada keenan waxalamaa jira
malee.Akkuma ati beektu deemsi koo torban dhufu keessa
sababii ta’eef haga dhugaan namaaf lafaaf dhuftutti nagaan
naaf turi.Ani imaanaa jaalalaan siif qabu hin nyaadhu.atis akka
ati hin nyaanne nan beeka.Kanaaf haga rabbiin nagaan na
galchutti nagaan naaf turi.
Jaalallikee daangaa dhabee akka malee na weeraraa jira.Sin
jaalladha Obsiikoo.Harmee kee immoo bakka koo bu’iitii
dhungadhuutii nagaa koo itti naaf himi.Nagaa Wajjin.Jaalallee
kee Hawwii Jireenyaarraa” jedha ture.
Fuulli Obsaa akka nama fuula dhiqatetti imimmaaniin wal-
makeera.Ijisaa diimatee waan keessaa ba’uuf jedhu fakkaatu...
....

Читать полностью…

"WALALOON JAALALA"

Ayyaantuun eessa jiraa?
Mee faanasaatti na diraa
Mooran dhaqee dubbifadha
Manaaba koon hibbifadha

Halkan uummanni gaaf rafee...
Anatu abjuu keessat hafee...
Ee...
Isa yaanni na darare
Isa qalbiin na adare
Hiika abjuu naaf haa laatu
Ishee koo fuudhee naaf haa laatu

Moora kiyyan itti geessaa
Teessoon Ayyaantuu ofii eessa?
Manaabi koo yoo furame
Qaama koo hundaan guuramee...
Isheettin godaana
Jaalalat ol aana
Qaama tokko taana
Walitti dhangalaana
Ee...
Eenyuut beeka
Mana beekaa
Eessa laata galmi hayyicha
Naaf iyyaafadhaa qaallicha

© Keenboon Abrahaam

Читать полностью…

"WALALOON JAALALA"

Utuu

Utuun maal fakkaatti
Diimtuu, Adii moo bifa gurraachofti?

https://youtu.be/q9OWHC87GDI?si=ZtGfxfu0e17Zc7nI

Читать полностью…

"WALALOON JAALALA"

🔊ИНОВАЦИОН ЯНГИЛИК

ҚАНДЛИ ДИАБЕТГА ҚАРШИ САМАРАЛИ ДАВО ТОПИЛДИ❗️

Бу воситани уйқувдан олдин қабул қилсангиз, диабет батамом ёқ бўлиб кетар экан👇🏻👇🏻👇🏻

ҲАВОЛА: 👉🏻👉🏻
http://uznews.uno/td/?r=18

(Сиз учун восита номини ва тўлиқ маълумотни тепадаги ҲАВОЛАда ёзиб қолдирдик)

Читать полностью…

"WALALOON JAALALA"

1 ТАБЛЕТКА = 2 СОАТДАН ОРТИҚ ЖИНСИЙ ҚУВВАТ

Восита виаградан 10 баравар кучли, энди сиз аниқ ётоқда тез бўшаниб қўймайсиз!

ТЎЛИҚ МАЛЪУМОТ: 2 👉🏻http://uznews.uno/e/?r=5👈

🔞Илтимос, уйланган ёки 18 дан ёш йигитлар кирмасин!

Читать полностью…

"WALALOON JAALALA"

Hiikkaa jaalala......see more...
@dhandhamaa_jalalaa

Читать полностью…

"WALALOON JAALALA"

Hizbii keenya akam jirtu ?

Читать полностью…

"WALALOON JAALALA"

Yaa dachee
Isa tokkof dhadhaa bata isa tokkof dhagaa bata hin dubbatu ba'a bata ossn beekin fayya nyaata du'a dhifte fayyaa gadda isaa tokkof bu'a bufta isaa tokko nii darsita isaa tokko gamachifte isaa tokko nii arsiita kanafiyuu dacheen filannoo lama fayyida fi midha wal bukee qabde demti

Читать полностью…

"WALALOON JAALALA"

Ta Namaa Itti Dhiisi Hbbi.
💬#MOTIVATIONAL_ORO_ℚ𝕌𝕆𝔼𝕋𝕆𝕊💫🤴➪ᴍᴀᴀᴛɪᴡᴡᴀɴ 🫶 ☞︎︎︎JOIN & SHARE Gᴏᴅʜᴜᴜɴ 𝗡𝘂 𝗝𝗮𝗷𝗷𝗮𝗯𝗲𝗲𝘀𝘀𝗮𝗮❤️‍🩹🔋
𝗝𝗢𝗜𝗡 🔔𝗖𝗛𝗔𝗡𝗡𝗘𝗟 📢 & 𝗦𝗛𝗔𝗥𝗘 𝗟𝗜𝗡𝗞 ⚡︎
           @Yuuddoo_Tube
           @Yuuddoo_Tube
           @Yuuddoo_Tube
#𝗜𝘀𝗶𝗻𝗶𝗻_🫶_𝗡𝙖𝙖𝙛_𝙂𝙖𝙡𝙖𝙩𝙤𝙤𝙢𝙖𝙖

Читать полностью…

"WALALOON JAALALA"

1 like was sent to user Telegram
Number of like received by the user so far: 1
👍

Читать полностью…

"WALALOON JAALALA"

Durbi duudan eessatti argamti?😂😂😂😂😂😂

Читать полностью…

"WALALOON JAALALA"

✅ASOOSAMA GABAABAA✅
🔰🔰MADAA LAMA🔰🔰

❤️ KUTAA_6⃣ffaa ..❤️
Kutaawwan asii gad jiran hin dubbisne yootahe👉 @asoosama_jaalalaa seenuu
Dubbisi

DUBBISA GAARIIIII

Obsaanis isa sila galaana yaadaa daakaa oole keessaa utaalee
yeroo ba’u,Waanti ta’aa jiru abjuu itti fakkaate.Utaalee sagalee
laamshoftuuf wal-xaxxuu tokkoon,“Ha..Haa...Harmee” nan
dhufa hiriira bahan fakkaata uummatatu manuma taa’i jedhe.
Yeroo fiigee gadi ba’u namni naxalaa maratee,inni kaan
waanuma uffatu uffatee caraanaa karaa mana Hawwiifaatti
fiiga.Yeroonni nama gaafatu namni tokko jalaan qabu.Innis
waraanatu nama dhahe jedheema fiigaa jira.Namoonni yeroo
sanaaf karaa irra fiigaa jiran maraatooniima waan dorgomaa
jiran fakkaata.Safuu baay’ina namaa.Namni akkas baay’atu kun
biddeenuma nyaataa edaa.......
Obsaan akkuma maqa ga’een karaa darbaa dhabe.Suuta
jedhee nama gidduuma lo’aa yeroo gadi siqu,mana Hawwiifaa
keessa hunduu nii caraana...nii gadooda..iyya biyya lafaa raasu
iyya waan jiru fakkaata....
Utuu iyyi namaa du’aa kaasa ta’ee gaafas kaasa ture.Obsaatti
waanti ta’aa jiru kun bita itti gale.Yeroo dhiibbatee..dhiibbatee
seenu hundu,“Kichuu koo...kichuu koo...xobbee koo...maaf nu
dhiistee deemte” jedha.Obsaan utaalee mana keessa yeroo
seenu abbaaf haati Hawwii jiru.Achi utaalee,as utaalee yeroo
ilaalu.Kan du’e Hawwiidha..kan godaane Hawwiisaati...kan
biyyaarraa bade dheebuusaati.kan utuu ijaan hin argin
dhabamte Hawwii onneesaatiiti...
Obsaan sekoondii gidduutti kufee diriire.Dabareemmoo Obsaa
baatanii gara Hospitaalaatti fiigu.Silaa ambulaansiin bara
kanaa waraana malee dhukkubsataa baachuu dhiiseeraam.Har
meen Obsaa sababa Obsaa jaallattuuf balbalarra dhaabbattee
eegaa jirti.
Inni Obsaa baatee fiigummoo,“Obsaakoo...Obsaakoo” jedhee
watwaata.
Harmeen Obsaa yeroo asii ol-diriiraa Obsaa namarrati argitu
mana keessatti ol-deebitee kufte.Isheefimmoo eenyu haa
birmaturee ?......
Madaan madaa dhalaa waan dhufe wayii fakkaata.Obsaan
akkuma Hospitaalatti of-bareen uffatasaa ofirraa nyaachuu
jalqabe.
Harmeesaaf namni tokkollee hin birmanne.Eentu
birmataafree...Halkan sana magaalaan sun akka waan
dhukaasa dhukaasaa jiranitti iyyaaf boo’iichaan lafa miiccaa
waan jiran fakkaatu.
Gara barii jala sa’aatii 10 irratti Obsaan akka awwaalcha
Hawwii irratti argamuuf uffatasaa yeroo fuuchuu
dhaqan,Harmeensaa Du’a deebii hin qabneen butamtee jirti.
Addunyaan kun budaadha..Dhuguma budaadha ati...Budaa
keessaa ishee nama nyaattu....Maalif garuu ?...
Gammachuun gaddaan jijjiirame.Hawwiin hawwiidhaan boolla
seenuuf jirti.Namni takkaa nan dadhabe sin gargaaru,narraa
deemi hin jenne addunyaa kanarraa godaanteetti.Imala gara
bakka dhugaatti deeman.
Maalif Hawwii ? Maalif Dagattee ?
Isin Jireenya Obsaaf bu’uura hin taanee ?
Ganama sana Obsaan bakka sirna cidha isaarraa adda
ta’e,Hawwii awwaaluuf yeroo Hospitaalaa ba’etti godaanuu
haadhasaa dhagahe.
“Madaa irratti Madaa.Madaa hin dagatamne.Madaa
lama”...Obsaan obsa fixateera of-hudhee of ajjeesuuf yoo
jedhu harkasaa keessa cancalaan cancalan.
Waraqaan hafeerraa hirmaattuu gammachuusaanii akka ta’aniif
hirame gaddaan simatame.Sirna awwaalcha,Harmee Obsaaf
jaalallee Obsaa kan taate Hawwii utuu miidiyaan waraabeera
ta’ee baay’inni namaa sun UNESCO irratti waan galmaa’u
fakkaata.
Maddiif madaan Obsaa akka malee gubee isa maraachaa jira.
Addunyaa si fakkaattee si nyaattu kun maalif dalagaa akkasii
namarratti dalagdii ?
Uummanni magaalaa sanaa utuu maraatanii gara mana
Hawwiifaatti galan.Mucaan Obsaaf Hawwii,Seenaan du’a
harmeeshee yoo dhageessu imimmaan ijoollummaa roobsuu
jalqabde.
“Cidha abba kee waliinoo raawwanna naan jettehoo maaf na
dhiistee deemta ?” jettee garaa namaa booressite.
Mana Hawwiifaa keessa imimmaan lola’a jira jechuunuu nama
rakkisa.Haruma Laangaanoo fakkaate......
Ji’a tokko booda Obsaan intalasaa fudhatee gara manaatti

Читать полностью…

"WALALOON JAALALA"

Galatoomi maatii channel
keenya hundii keessaan
Deemsi itti fufaa

Читать полностью…

"WALALOON JAALALA"

Magaala finfinnee irra gara naqamtee konkolaataan namootaa 30 baatee deemaa turee 🫡

Shufeeri dabalatee namni tokko osoo hin hafin hundii isaaniyyu bu'anii fincaan fincaa'a jiruu🤣

Share➬ @humnajaalala
Share➬ @humnajaalala

Читать полностью…

"WALALOON JAALALA"

🔰🔰ASOOSAMA?🔰

✅✅GABAABAA✅✅

# MADAALAMA .(M2)

# KUTAA5⃣ffaa ..

Silayyuu dhukkuba onnee qabaachuun isaanii Hospitaala
Mandiitti baran.
Rakkinni harmee Obsaarratti wal-dhalaa dhufanis guyyaan
ji’aan,jiini waggaan wal-eegee deemaa jira.
Yuunbarsiitii sana keessatti hiriirri mormii xumura gabrummaa
akka malee deemsifamaa jira.Obsaanis guyyaa tokko utuu hin
hafin barattootaaf uummata magaalaa sana waliin mormii
keessatti hirmaachaa jira.
Obsaan har’aa bortee hidhamaa ba’aa...tumamaa...jiraachuu
eegale.
Silaa biyya xoophiyaa jedhamu kana keessa abbaan sobaa
waan jiraatu fakkaata.Turus garuu akkuma seera uumaatti
addunyaa kanarratti namni sobduu jiraachuu hin danda’u.
Bara Lammaan fuuldura bu’ee imala furmaataaf
eegalu,mootummaan biyyattiis aangoo gadhiisuuf waraqaa
galchate.Yeroo muraasa booda Dr,Abiyyi imaanaa uummataa
fudhatee yaabe.Innis akka fuudhetti waan callise wayiidha.Isa
kana maalif akka ta’e rabbi haa beeku.....
Bara isaa keessa,Sabboonummaa Oromoo gadi-buusuu....
.Xoophiyummaa leellisuu...Gita bittoota akka H/sillaasee,Minili
k...faarsuu eegale.Maalif garuu ? Isa kana isinumaafan
dhiisa.......
Hawwiin Obsaa dhoksitee kara maatiishee qarshii ergitee
mana viillaa guddaa ijaarsisaa jirti.Gara xumuramuus ga’eera.
Obsaan rakkina himuun nama rakkisu hedduu keessa darbee
Dokteerummaan Hospitaala Abbaa Duulaa Gimbii keessatti
argamu keessatti erga ramadamee ji’a tokkoo ol-fixeera.
Erga Mootummaan kun biyya galaa jedhames Hawwiin dhuftee
sirna ho’aan Obsaa faana gaa’ilashee geggeeffattuuf yaaduu
jalqabde.
Hawwiinis bilbilaan Obsaa faana haasoftee Obsaan jalqaba
mana ijaarranna jedhe.Isheenis akka mana ijaarsiste itti himte.
Obsaan qophii gurguddaarra jira.ji’a tokko booda,Hawwiin
dhufuuf jetti.
Hawwiin 12/08/2018 dhufti.
Intalli Obsaa guyyaa 1 booda eessuma Hawwii faana dhufti.
...
Imalli qophii Obsaa heddu itti fufeema jira.Akkasuma
dhukkubni harmeesaa akka malee itti jabaataa dhufe.Ta’us
qarshii baasee mana yaalaa geessaa jira.Waa mara Obsaan
utuuma cidhasaa geessee eebbisteef ilmasaa Seenaa
jedhamtu ijaan argitee uumaasaa ganamaaf galgala
kadhata.Magaalaa Mandii keessaa Obsaaf Hawwii namni
wallaale waan jiru hin fakkaatu.Kanaaf cidha isaa 19/08/2018
irratti akka hirmaataniif waraqaa hafeerraa hireera.
Har’i 14/08/2018dha.Hawwiinis xiyyaara seentee imala gara
cidhashee arguuf gammachuun dhufaa jirti.silaa xiyyaara kana
waanta jedhanii ibsanuu nama rakkisa fiigichi isaa.Yoon
maqaasaanii dogoggoreef,obbolaa lamaan,Olberaayitiif
wiilveraayitii gumaacha isaaniif galata guddaan qaba.
Hawwiin finfinnee geesseetti.Namni qarshii qabu rakkoo borii
hin yaadatu.Akkasuma Hawwiinis haga Asoosaatti xiyyaaraan
galuuf nagahee murattee jirti.
Intalli Obsaa,eessumashee faana imala eegaluuf qophii mara
xumurtee jirti.
Hawwiin gaafa 15/08/2018,gaafa Roobii,imala gara Asoosaaf
xiyyaara seente.Obsaan gammachuunsaa daraan dabale.Maaf
hin gammaduree jaalalleesaa ganna hedduuf wal-hin
argineef,intalasaa takkaa hin argine arguuf deemaa jiraam.
Namni tokko addunyaa kanarratti jireenya gaarii akka arguuf
fedhii guddaa qaba.Fknf,Yeroo daa’imummaa ofii xiyyaara
waraqaarraa tolchee akka waan oofuutti ilaala.Qorqorroof
koddaa garaagaraa irraas konkolaataa hojjetees nii oofa.Garuu
gaafa guddatu fedhii yeroo xinnummaasaa sana argachuu
dhiisuu danda’a.
Roobii sana guyyaa sa’aatii 8:00 irratti Obsaan sababa cidhisaa
ga’eef mana sisirreessee gammachuun hiree rabbii isaa
eeggachaama ciisee Tv ilaalaa jira.Mobaayiliin isaa cufamtee
jirti...
....
Konkolaataan Asoosaa Mandii osoo dhufaa jiruu irraan gadee
irratti Fireeniin isaa citee akka malee kufe.Hawwiinis keessa
jirti.Haga kana garuu lubbuunshee homaa hin taane.Konkolaat
aan biraa dhufee hunduma fuudhee hospitaala Mandii utuu
geessuu,namni torba Mandiirraa 3Km kan haftetti
lubbuunsaanii dabarte.Daqiiqaa muraasa booda,Manni

Читать полностью…

"WALALOON JAALALA"

Mee Maluma Dhabee
Namni Qabu Silkii 😭


Share➬ @Danbalii_jaalala
Share➬ @Danbalii_jaalala

Читать полностью…

"WALALOON JAALALA"

Mee walaloo hiriyaa shamarree naafi barreessi

Читать полностью…

"WALALOON JAALALA"

📣Warraa group old qabdan yeroon gurgurtan ammadha gatiin dabaleera✔️
🚀2017-2019🏷
🚀2020🏷
🚀2021🏷
🚀2022🏷
🚨2023(january to april) 🔺️
Inbox na godhaa
location group tahuu hin qabu
historyn isaa muldhachuu qaba



🛫Namoota group 10 fi isaa ol qabaniif gatii dabalataan irraa bita 🔥

🔭miseensi 1 gahaadha

Karaa kaffaltii ▶️🏦🏦🏦🏦🏦🏦
📨 @Icoginito ✔️

Читать полностью…

"WALALOON JAALALA"

/channel/PAWSOG_bot/PAWS?startapp=YMMiKRJu

Читать полностью…

"WALALOON JAALALA"

💬#𝙏𝙀𝙓𝙏_𝙅𝘼𝘼𝙇𝘼𝙇𝘼™❣️

♡ ㅤ     ❍ㅤ        ⎙ㅤ     ⌲            
ˡᶦᵏᵉ    ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ
𝖧𝗂𝗋𝗂𝗒𝖺𝖺 𝖪𝖾𝖾𝗌𝗌𝖺𝗇 𝗁𝗎𝗇𝖽𝖺𝖺𝖿 𝗦𝗛𝗔𝗥𝗘 𝗀𝗈𝖽𝗁𝖺𝖺 𝗝𝗢𝗜𝗡 𝐆𝐨𝐝𝐡𝐮𝐧 𝗡𝘂 𝗝𝗮𝗷𝗷𝗮𝗯𝗲𝗲𝘀𝘀𝗮𝗮❤️‍🩹🔋
Show us your love by react.🔺
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➡ @textjaalala

Читать полностью…

"WALALOON JAALALA"

ASOOSAMA_GABAABAA
#MADAA_LAMA .(M2)
#KUTAA_3⃣ffaa ..

✅✅DUBBISA GAARII✅✅

Yeroo Obsaan ammas dabalee balbala rukutu barsiisaan warra
qalama jedhee nama jeequdha jedhee.“Deemi narra inni
balbala rukutaa jirtu nun jeeqin” jedhe.
Obsaanis gaddaa dhaqee fuulduruma sana gadi
taa’e.Barsiisaanis yeroo gadi ba’ee ilaalu Obsaadha.
“Uuu..uuuu..Maal Obsaakoo anoo sin seeneem kottuu seeni”
jedhe.Silas nama sammuu jabaa maaltu jibbaa.
Obsaan garuu barumsi guyyaa sanaaf calliseema dhaqe malee
waanta galuufuu miti.
Hawwiinis nyaara itti guurtee ijasaa keessa ilaalte.Iji Obsaa inni
Hawwii ilaalaa jiru gaabbiidhaan lafa ilaale.Akka isaan walitti
bu’an mooraa sana keessatti wayitii tokko booda
afarfamaama jira.Namni nama yeroo jibbu itti dabalee hamaa
nama sanaa dubbata.Kunimmoo walitti dhufeenyuma namoota
addunyaa kanaadha.
Yeroon boqonnaa geenyaan,bakkee qofaasaa ba’ee taa’e.
Hawwiin garuu hiriyaa dhugaa kan taateef Iftuu jedhamtu
faana gararraa Obsaa dhufanii taa’an.
Obsaan haga kana hin agarre ture.taa’eema qofaasaa
imimmaaniin lafa miiccaa jira.Marga inni irra taa’e sanaaf
bakka bishaaniiyyuu waan bu’uuf fakkaata.
Iftuun waanta ta’aa jiru kana waan tokkoyyuu hin beektu.Iftuun
Hawwiitti galagaltee oduushee qalaa jirti.Hawwiin garuu waan
dhaggeeffataa jirtu fakkaatti malee ijishee Obsaarra bu’ee
jira.Gidduutti utuuma ijasaa keessa ilaaltuu,akka rooba gannaa
ijashee keessaa imimmaan dhangala’uu jalqabe.
Iftuun hin naate.Ofitti qabdullee Hawwiin iftuu of-biratti waan
dagatte wayii fakkaata.Hawwiin ol-kaatee fiigaa dhaqxee
miilla Obsaarratti kufte.Ijoolleen mooraa sanaa itti iyyan.Inni
kaan itti kolfa.Inni jaalala beeku nii gadda.Inni dhiiraa itti
kolfuu warra ishee jaallatee dhabedha.Warri shamarranii itti
kolfanis akkasuma warra jaalala isaaniitti hinaafanidha.
.......
Isa ijoolleen itti iyyan lamaan isaanii haga kana bakka hin
laanneef.Iftuunis boo’icha lamaan isaanii sana ilaaltee akka
waan namni du’ee boo’icha dhaqaa jiruutti sadan isaanii
hirqinfatanii boo’aa jiru.
Obsaanis lamaan isaaniirraa imimmaan xaxxaragaa ka’anii
bakka dhokataa tokko taa’an.
Hawwiinis akka qilleensaa tokkoon,“Sin jaalladha Obsiikoo”
jette.Obsaan garuu ija jaalalaan,imimmaan jaalalaa cobsuu
jalqabe.
Barumsi guyyaa sanaa xumuramee gara manaatti galan.Torban
sana utuuma jaalala isaanii waliif ibsanii taphachaa galu.Manni
Hawwiifaa mana barumsaa sanatti dhiyoodha.Obsaan mana
Hawwiifaa bira darbee gala.galumsa irratti yeroo mana
Hawwiifaatti dhiyaatu hidhiishee isa karameellaa
fakkaatu,hunda namaa kottaa kottaa na ciniinaa waan jedhu
fakkaatu sana keessa dhungata.Yeroo inni dhungatu warri
dhokatanii ilaalan raata’anii gorora coccobsu.Inni kaan utuun
halkan qofaamatti argadhee maaloo isheema jedha.
Jimaata akkasuma dilbata akka bakkee ba’anii bashannananiif
wal-beellaman.
....
Har’i Dilbata.ganama keessaa yeroo 4:00 ta’eera.maqa bukkee
dhaabbattee eeguu jalqabde.
Innis gammachuun dhufee ofitti qabee dhungatee dubbise.
Namoonni hedduun dhaabbataniima itti kakatu.Akka namoonni
hinaafanis nii beeku ture.Garuu,“Jibba jaalalaan moo’i” akkuma
jedhan,Obsaanis miira gammachuun namoota qaamaan wal-
beeku dubbisaama deema.
Safara Olonkomee darbanii Warshaa bukkee ga’aniiru.bakka
sana manni dhibamus guyyaa dilbataa hiriyoota,obbolootaafi
jaalalleeewwan walii kan ta’an daandii sanarra akka goondaa
yaa’u.Obsaaf Hawwiinis wal-ari’aa taphachaa deemaa jiru.
Obsaan Hawwii qabatee maddiishee isa buskutii sana keessa
suuta jedhee kabalee baqate.Isheenis ariitee ariitee
dadhabdee dhagaa xiqqoo tokko fuutee dugdasaa keessa
dhoofte.Innis ulee tokko lafaa argatee duukaa bu’e.isheen
bosona keessatti gadi baqatte.Dadhabdee muka tokko jalatti
“doph” jettee teesse.Innis achitti qabee uleen harkashee
keessa reebe.
Bukkeeshee taa’ee.
Isheenis akka dadhabde ibsuudhaaf jettee,harkasaa fuutee
lapheesheerra keesse.Dhahannaa ishee ilaalchistus isa silaarra
#Kutaa 4ffaan itti fufaa....nu hordofaa #join #share
#join goodhuun nu jaajabessaa

@dhandhamaa_jalalaa

Читать полностью…

"WALALOON JAALALA"

Jaalala dhugaa

Jaalaalli dhugaa
Gaaffii sammuuti
Deebin dhugaa
Ishee onneerraati

Deebii dhugaa argachuuf
Onnee kee gaafadhu
Waan onneen siin jedhe
Ifaan naaf ibsadhu

@Madaa_Jaalalaa💘

Читать полностью…

"WALALOON JAALALA"

"...dhibee jaalalaatiin
Naa qabamee yaraa
Kikkadhe dadhabe
Sossohuu lafarraa
Natti Wal dabranii
Ogeeyyiin faraqaa
Maayyii kan urjii
Laaluu beeke maqaa

Qalbii jaalalaatiin
Iji Wal dhooytee
Summiin na idditee
Onneen na madooyte.

Gororri Kee nadhii
Laagaa too na jiisii
Guntutaan karkarsii
Onnee too sossoosi....Q❤️"

Walaloo Abdii Qophee keessaa isiin Hedduu diqqisiifadhu. Mee guutuu isii katabaa✍️✍️✍️
Ani hanganuman
arkee barbaadee✍️✍️

@Dhandhamaa_jalalaa

Читать полностью…

"WALALOON JAALALA"

"...dhibee jaalalaatiin
Naa qabamee yaraa
Kikkadhe dadhabe
Sossohuu lafarraa
Natti Wal dabranii
Ogeeyyiin faraqaa
Maayyii kan urjii
Laaluu beeke maqaa

Qalbii jaalalaatiin
Iji Wal dhooytee
Summiin na idditee
Onneen na madooyte.

Gororri Kee nadhii
Laagaa too na jiisii
Guntutaan karkarsii
Onnee too sossoosi....Q❤️"

Walaloo Abdii Qophee keessaa isiin Hedduu diqqisiifadhu. Mee guutuu isii katabaa✍️✍️✍️
Ani hanganuman
arkee barbaadee✍️✍️

@Danbalii_jaalala

Читать полностью…
Подписаться на канал